Keessummaa Bariisaa
Qaroominni qaroominarra caalu yoo jiraate waa’ee eenyummaa ofii sirnaan beekuufi ormatti beeksisuuti yoo jedhame dhugaarraa kan fagaatu hinta’u. Sababnisaa waa’ee ofii osoo hinbeekiin, jireenya biyya lafaa kana duuchaatti dhandhamachuun daran rakkisaa waan... Read more »
Dubbiin, “Hayyootni qaroo/agartuu biyya tokkooti” jedhamu guutummaatti dhugaadha. Waa’ee seenaa, aadaafi duudhaa ganama ture ijaan arganiis ta’e qoratanii keessa waan darbaniif salphaatti yaadachuu danda’u; kanaanis dhaloota qaru, gorsu akkasumas toora gaariirra akka... Read more »
Keessummaan keenya har’aa hayyuu seenaa Obbo Alamaayyoo Hayileeti. Obbo Alamaayyoon yeroo ammaa Giddugala Aadaa Oromootti, Qorataa Seenaafi Dursaa Garee Seenaati. Gaafdeebii isaan torban darbe Gaazexaan Bariisaa wajjin dhimmoota seenaa Oromoo, Sirna Gadaafi... Read more »
Sirna Gadaa Oromoo keessatti ayyaanni Irreechaa iddoo guddaa qaba. Durirraa kaasee Oromoon waytiin gannaa darbee birraan yoo bari’u, malkaafi tulluutti walga’uun Waaqasaa galateeffata. Jaarraawwan hedduuf Hora Finfinneefi Arsadeefaatti walga’uun irreenfachaa kan ture... Read more »
Seenaa biyya kanaa keessatti Oromiyaan madda hayyootaati yoo jedhame kan haalamu miti. Ta’us, sababa dhiibbaawwan addaddaatiin hayyootni kunneen hawaasa osoo hinbaratiin isaan barsiiseef haala barbaadamuun hojjechaa akka hinturre ni beekama. Muraasni garuu... Read more »
Torban torbaniin namoota ogummaawwan adda addaa qaban, hayyoota seenaafi aadaa, akkasumas kanneen muuxannoo jireenyasaaniirraa waa barachuu danda’amu Gaazexaan Bariisaa keessummaa godhatee dubbistootasaa biraan gahaa tureera. Maxxansa kanaanis gaafdeebii nama jijjiirama ammaan tana... Read more »
Keessummaan keenya maxxansa kanaa Doktar Faasiil Isheetuu jedhamu. Doktar Faasiil Yunivarsitii Arba Mincitti, Qorataa Saayinsii Qabeenya Bishaaniiti. Haroowwan Abbayyaa, Caamoo, Qooqaafi Rifti Vaalii akkasumas misooma sululaarratti qo’annoo bal’aa geggeessuudhaan hojii bu’aa qabeessa... Read more »
Keessummaan keenya har’aa Weellisaa Doktara Kabajaa Artisti Alii Shabboo. Aliin abbaasaa Obbo Shabboo Waddoofi harmeessaa Aadde Hamidaa Mawludirraa ALA bara 1942 Dirre Dhawaatti dhalate. Artistiin kun keessumaa sirbasaa “Dinbushee Galaa” jedhamuun caalaatti... Read more »
Itoophiyaan sadarkaa addunyaattis ta’u Afrikaatti walmorkiiwwan ispoortii hedduurratti ni hirmaatti. Kanneen keessaa qabxii olaanaa galmeessisaa kan jirtu ispoortii atileetiksiitiini. Kanaanis “Dirreen atileetonni Itoophiyaa irratti hinhirmaanne dirree dorgommii hinfakkaatu” hanga jedhamutti ga’ameera. Atileetota ... Read more »
Ganama ganama namni magaalli qal’aa dheeraan tokko daandiiwwan Faransaay Lagaasiiyoon gara Jaanmeedaa geessuurra wayita fiigu mul’ata. Namni kun wayita fiigu harkasaa kan raasuuf sochii ispoortiif jecha osoo hintaane namoota daandiirraa isa dubbisan... Read more »