“Oromoon teenna nu baraarratteetti” -Jiraattota Booranaa

Yaabelloo: Hawaansi Booranaa Dhaabbata Pireesiif addatti yaada kenneen, balaan hongee isaan mudateen walqabatee deggersi ummatni Oromoo taasiseefiif galateeffataniiru. “Oromoon nu baraarrateera,” kan jedhe hawaasichi “Jaalalli ummatni keenya wayita rakkina gocha qabatamaan nutti... Read more »

 “Mootummaan qaala’iinsa jireenyaafi hanqina sharafa alaa furuuf tarkaanfii qabatamaa fudhataa jira” – Doktar Namarraa Gabayyoo

Finfinnee: Qaala’iinsa jireenyaafi hanqina sharafa alaa furuuf mootummaan tarkaanfii qabatamaa fudhachaa jiraachuu Ministir De’eetaan Ministeera Karooraafi Misoomaa Doktar Namarraa Gabayyoo hubachiisan. Doktar Namarraan ibsa addatti Roobii darbe Dhaabbata pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka... Read more »

 Finfinneetti har’a sirni ‘Ifxaar’ daandiirraa yeroo sadaffaaf adeemsifama

Finfinnee: Sooma Ramadaanaa 1444ffaa sababeeffachuun mataduree, “Ifxaara keenya lammiilee keenyaaf” jedhuun sagantaan Ifxaarii daandiirraa marsaa sadaffaan har’a Bitootessa 30 bara 2015 ni adeemsifama. Hawaasni Musliimaa Finfinneetti argamu nyaatawwan Ifxaaraa manasaatti qopheeffatu gara... Read more »

 Waldichi gatii gabaa ayyaanaa tasgabbeessuuf omishaalee galchaa jira

Finfinnee: Waldaan Dargaggoota Caffee Hojii Gamtaa Waliigalaa gatii gabaa ayyaana Faasikaa tasgabbeessuuf omishaalee qonnaa gara garaa gatii madaalawaan fayyadamtootaafi dhiyeessaa jiraachuu ibse. Ayyaanichaaf omishaalee akka xaafii, shunkurtii, killee akkasumas re’oota, hoolotaafi sangoota... Read more »

“Rifoormiin yayyabamuun dinagdeen biyyattii egeree abdachiisaa akka qabaatu taasiseera” – Obbo Zamadenah Nigaatuu

Finfinnee: Riiformiin biyyaalessaa yayyabamuun dinagdeen Itoophiyaa bu’uura jabaafi egeree abdachiisaa akka qabaatu taasiseera, jechuun hayyuun dinagdee Obbo Zamadenah Nigaatuu ibsan. Obbo Zamadenah yaada addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, jijjiirama biyyattiitti... Read more »

 Dirree dimokraasii bal’isuu biratti lammii dimokratawaa horachuu barbaachisa jedhame

Finfinnee: Dirree Dimokraasii bal’isuu qofa osoo hintaane lammii dimokratawaa horachuun barbaachisaa akka ta’e Gaggeessaan Hojii Kongirasii Viizyinii Dimokiraasii Itoophiyaa ibsan. Gaggeessaan hojii kongirasichaa Obbo Taaddalaa Darsa yaada dheengadda addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

 “Bakkawwan hundatti nagaa labsuun wantoota tokkummaa cimsanirratti xiyyeeffachuun barbaachisaadha” – Ustaaz Abbubakar Ahmad

Finfinnee: Osoo nageenyi bu’uura amantii kamuu ta’ee jiruu boora’uun nageenyaa manneen amantii tokko tokko keessatti mul’ataa tureen nageenya labsuurratti danqaa uumaa jiraachuu Barsiisaan Amantii Islaamaa Ustaaz Abbubakar ibsan. Iddoowwan hundatti nagaa labsuun... Read more »

Atileet Masarat Bayyanaa: Haadha qabeenyaafi fira namoota hedduu kaleessaa har’a jireenya daandiirraatiif saaxilamte

Finfinnee: Jireenyi akkuma dha’aa galaanaa gara fedhaniifi hawwan osoo hintaane gara fedhetti nama geejibsiisa. Dhalli namaa hundi qixa qullaa dhalatus, dhalachuun booda qullaa ta’uufi dhiisuun fedhii osoo hintaane haala jireenyaatu murteessa. Nutis... Read more »

 “Miidiyaalee dhugaaf dhaabbatan dabalataan horachuurratti xiyyeeffatamee hojjetamuu qaba” – Obbo Mahammad Ahmad (Qophee)

Finfinnee: Badiifi diigumsa miidiyaalee finxaaleyyii harka jiraniin labsamaa jiru biyya gatii guddaa kaffalchiisaa waan jiruuf miidiyaalee dhugaaf dhaabbatan dabalataan horachuurratti xiyyeeffatamee hojjetamuu akka qabu ibsame. Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataafi Gorsaan... Read more »

 “Milkaa’inni ijaarsa hidha Laga Abbayyaa bu’aa rifoormii waggoota shanan darbaniiti” – Doktar Aragaawwii Barihee

Finfinnee: Waggoota shanan darban keessatti rakkoolee mudatan ce’uun milkaa’inni ijaarsa hidha laga Abbayyaatiin galmaa’e bu’aa rifoormii ta’uu Daarektarri Waajjira Hirmaannaa Ummata Biyyaalessaa Ijaarsa Hidha Abbayyaa beeksisan. Ijaarsi hidhichaa dhibbantaa 90 irra ga’uunis... Read more »