ATIS NAMA: Dhaabbata tola ooltummaa imimmaan namoota hedduu haqaa jiru

Yeroo baay’ee jechama “Nama gargaaruuf nama ta’uu qofti ga’adha” jedhu nidhageenya. Baay’een keenya garuu dhaga’uurra kan darbe hojiitti hiikuuf ni rakkanna. Gaafa waa’ee nama gargaaruu yaadannu waa’ee ofii waa qabaachuu yaadanna. Namoonni... Read more »

 “Eenyuudharee gootnii… jedhee kanan faarfadheef akka jedhamu galtee siyaasaaf hinturre”- Faarfataa Addisuu Waahimaa

Faarfataa Addisuu Waahimaa tajaajila amantaatiin ala jechoota Afaan Oromoo fayyadamuun faarfataa namoota baay’ee biratti dinqisiifatamuudha. Jechootni inni fayyadamu ergaa gadifagoo kan qabaniifi guddina Afaan Oromoo keessatti gumaata guddaa kan qabaniidha. Gaazexaan Bariisaa... Read more »

“Konkolaataa Waan Ofii akaakuuwwan sadiifi bidiruu namoota 12 fe’u kalaqee tajaajilaaf oolchuun maqaakoos kan Matahaaraas beeksiseera” – Dargaggoo Naafyaad Mokonnon

Dachee biiftuun itti hindhiine Godina Shawaa Bahaa, Magaalaa Matahaaraatti dhalatee guddate. Matahaaraan sa’aatii 24:00 keessummaa anaa dhufu jettee simachuun kan fedhu fuduraan kaan qurxummii dhandhama mi’aawaa qabuufi bu’aa hara Basaqaa ta’een simattee... Read more »

 Doktar Hanii Godaanaa Adeeroo: Qaxalee imala barnootaashee hunda tokkoffaa ta’uun xumurte

Doktar Hanii Godaanaa Adeeroo barattoota barana (2017) Kolleejii Meedikaalaa Miliniyeemii Qiddus Phaawuloosirraa bor eebbifamuuf jedhan keessaa tokko yoo taatu, turtii barnootaa waggoota torbaatiin qabxii waliigalaa 3.92 fiddeetti. Shamarreen tun qaxalee qe’ee horsiisee... Read more »

 “Yaadni bizinasii keenya guddaa ta’us hojii xiqqaarraa kaanee guddachuun nidanda’ama” -Dargaggoo Alamuu Kabbadaa

Dargaggoo Alamuu Kabbadaa Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Daannoo, Ganda Daannoo Shanan Magaalaa xiqqoo Ayaruu jedhamutti dhalatee guddate. Barnootasaa sadarkaa tokkoffaa bakkuma dhalootasaatti mana barnootaa sadarkaa tokkoffaa Geedootti baratee xumure. Barnootasaa... Read more »

 “Jireenyi Dubaay akkuma gamoowwanii ishee mimmiidhaga jechuu miti” – Moodeel Saamu’eel Baay’isaa

Yeroo tokko tokko carraan dhala nama waan hin yaadamneen gara hin yaadamnetti deema. Kan hinjirretu jiraata, kan jirutu dhabama. Namoonni baay’een abjuufi hawwii isaanii milkeeffachuuf waggootaaf dhama’u, muraasni ammoo carraadhumatu isaan barbaadee... Read more »

“Yunivarsitiin Booranaa hojii ummachuufi intarpirinarshiippiirratti dargaggootaaf leenjiiwwan garagaraa nikenna” -Doktar Galmaa Bonayyaa

Yunivarsitiin Booranaa Yunivarsitiiwwan Itoophiyaa keessa jiran keessaa dhumarratti kan hojii jalqabeedha. Yunivarsitichi hojii baruufi barsiisuu erga jalqabee bara darbe yeroo jalqabaaf barattoota marsaa duraa eebbisiiseera. Gaafdeebii Gaazexaan Bariisaa dhiyeenya kana yunivarsitichatti, Pirezidaantii... Read more »

Paayileet Waangaarii: Waan gaarii hojjettee biyyaaf ija taate

Maqaan tasa hinbahu itti yaadamee muuxannoo, mudannoofi mul’ata fuulduraa maatiin ilmaansaaf qabu hordofee kan moggaafamudha. Namni akka maqaasaa ta’uus ta’uu dhiisuus danda’a haata’u garuu kan cichee hojjete akka maqaasaa ta’uurra darbee biyyasaaf... Read more »

 Abdulqaadir Huseen: Qeerroo dandeettii kalaqaalee garaagaraa 38 qabu

Rabbii dhala namaa wayita uumu kennaa garagaraa waliin uuma. Kaan sagalee bareedaan weellisuun, kaan suuraafi bobbocaan, kaan beekumsa olaanaan, kaan ammoo dandeettii kalaqaan ganama dhangi’ama. Dargaggoo Abdulqaadir Huseen, jiraataa godina Arsii Lixaa... Read more »

 “Magaalaan Ciroo ‘Dargaggoota keenya dinagdeedhaan gahoomsuu qabna’ dhaadannoo jedhu qabatee hojjechaa jira” – Obbo Asaanaa Mahaammad

Rakkoon hojidhabdummaa dargaggootaa akka biyyaattis ta’e addunyaatti rakkoo hammaataa keessumaa magaalota keessatti babal’atee jiruudha. Sadarkaa mootummaa Federaalaattis ta’e naannoo Oromiyaatti rakkoo hojidhabdummaa dargaggootaa furuuf hojiilee bal’aan raawwatamaa jiru. Barreeffamni kun hojiilee rakkoo... Read more »