Ikoo-turiizimiin “Adaabbaa Dodolaa” Dhaabbata Turiizimii Addunyaatiin filatame

Finfinnee: Iddoon walgeettii ikoo-turiizimii gaarreen “Adaabbaa Dodolaa” mandara tuurizimii filatamaa Addunyaa guddatoo (upgrading) ta’uun Dhaabbata Turiizimii Addunyaatiin filatamuu Komishiniin Turiizimii Oromiyaa beeksise. Komishinichatti daarektarri Maarkeetingiifi Piromooshinii Obbo Abduu Galgaloo ibsa dheengadda Gaazexaa... Read more »

 “Waamichi araaraa hojiitti hiikamee ummata yaaddoo nageenyaa jalaa baasuu qaba” -Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa

Finfinnee: Wayita Ummatni Oromoo gaaffii nageenyaa adda dureen kaasaa jiru kanatti waamicha araaraa tasgabbii Oromoofi Oromiyaaf taasifame hojiitti hiikuun dhimma dursaa ta’uu akka qabu Miseensotni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaadasaanii Gaazexaa... Read more »

 Hongee mudate dandamachiisuuf pirojektonni bishaanii bal’inaan hojjetamaa jiru

Finfinnee: Hanqinootni garaagaraa jiraatanis hongee naannichatti mudate dandamachiisuuf pirojektoonni bishaanii bal’inaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa beeksise. Hooggantuun biirichaa Injinar Miliyoon Baqqalaa torbee darbe ibsa Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti; Oromiyaatti... Read more »

 Gargaarsi kennamu lakkoofsa herregaafi beekamtii Buusaa Gonofaa hordofuu qaba

Finfinnee: Qaamoleen gargaarsa kennaa jiran lakkoofsa herregaafi caasaa Buusaa Gonofaa fayyadamuun beekamtii argachuu akka qaban Buusaa Gonofaa Oromiyaa beeksise. Sirna beekamtii qaamolee gargaarsa kennaniif taasifamu marsaa lammaffaan gaggeeffameera. Ittigaafatamaan Buusaa Gonofaa Oromiyaa... Read more »

 “Mirgi yaada ofii bilisummaadhaan ibsachuuf yaadame finxaalessummaaf karra saaqeera” -Obbo Kabbadaa Deessisaa

Finfinnee: Jijjiirama biyyattiitti mul’ateen mirgi yaada ofii bilisaan ibsachuu argame daangaa ce’ee finxaalessummaaf ka’umsa ta’uu Ministir De’eetaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Obbo Kabbadaa Deessisaa ibsan. Obbo Kabbadaan ibsa kaleessa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiif kennaniin... Read more »

Gabaan midhaanii bakkawwan hundatti akka babal’atu gaafatame

 Finfinnee: Aadde Kaffaluu Ballihuu jiraattuu magaalaa Finfinneeti. Isaanis qaala’ina gatii xaafiifi qamadiitiin daran rakkachuufi ijoolleesaaniillee nyaachisuun humnasaaniitii ol ta’aa akka jiruudha gabaa midhaanii Biiroleen Daldalaa Oromiyaafi Finfinnee waliin ta’uun Kamisa darbe Finfinnee,... Read more »

Naannoo Somaalee balaa ongeerraa dandamachiisuuf hojjetamaa jira

Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Naannoo Somaalee balaa hongeerraa dandammachiisuuf hojjetamaa jiraachuu biiroon komunikeeshinii naannichaa beeksise. Ittigaafatamaan biirichaa Obbo Abdulqaadir Rashiid ibsa addatti Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, ongeen godinaalee naannichaa 11 jiran hunda... Read more »

Bulchiinsi magaalichaa haala yeroo ilaalchisee ibsa kenne

Bulchiinsi magaalichaa ittigaafatamummaa kennameef ba’achuuf tattaaffii olaanaa taasisaa jiraachuu ibsichaan eerameera. Magaalichatti rakkooleen siyaasaa, hawaasummaafi dinagdee akkasumas caaseffamaa jiraachuu eeruun, rakkoolee kanneen haala ummata hirmaachiseen furuuf hojiilee hedduun hojjetamaa jiraachuun ibsameera. Kanaanis... Read more »

 Itoophiyaan alergii avokaadoorraa doolaara Ameerikaa miliyoona 1.6 ol argatte

Taammiruu Raggaasaatiin Finfinnee: Itoophiyaan ji’oota torba darbanitti omisha avokaadoo alaatti erguun doolaara miiliyoona 1.6 ol argachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti Hogganaan Deeskii Misooma Kuduraafi Muduraa Obbo Axlaaw Anbaluu turtii Gaazexaa Bariisaa wajjin... Read more »

 Milkaa’inni hir’ina du’a haadholiifi daa’immanii irratti galmaa’e muuxannoo kan ta’uudha

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Imaammanni fayyaa biyyattii dursanii ittisuu irratti xiyyeeffate bu’aawwan gurguddoo argamsiisaa jiraachuun ibsame. Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Doktar Ayyalaa Tashoomaa, bu’aalee argaman keessaa immoo du’a haadholiifi daa’immanii ittisuu irratti hojiin... Read more »