Keessummaa Bariisaa

Oromoon Karrayyuu warra uumaan bulu, warra Gadaa qabu, ilmaan dimokraatawaa aadaafi duudhaan badhaadhan, gaafa xiiqiis warra lubbuuf hinwaakkanne, warra waaqaafi lafaaf safuu qabuudha. Yoo bishaan kadhatan warra aannan nama obaasu, orma hammatanii... Read more »

Yunivarsitiin Mattuu kallattii Itoophiyaa Kibba Lixaatti Finfinneerraa kiiloomeetira 600 fagaatee Naannoo Oromiyaa, dachee magariituu, Godina Iluu Abbaa Boor, Magaalaa Mattuutti argama. Yunivarsitichi dhaabbilee barnootaa olaanaa dhaloota sadaffaa mootummaadhaan hundaa’an keessaa isa tokko... Read more »

Bakka jirutti boonee, bakka imaluuf osoo hindaganne, bakka biyyiifi mootummaan isa barbaadutti ramadamee hojjachuu malee hojii kan hinfilanne, yeroo tokko ol muudamaa yeroo biraa ammoo gadi muudamuun hamileefi kaayyoosaa kan hinsochoofne fakkeenya... Read more »

Hundeeffamni Magaalaa Shaggar murtoo seenaqabeessa Mootummaan Naannoo Oromiyaa murteesseefi dhaloota ittaanu biratti akka fakkeenyaatti leellifamu ta’uu Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaa irra deddeebiin ibsaa turuun ni yaadatama. Gama biraan ammoo tarkaanfii ijaarsa... Read more »

Utubaa dinagdee Itoophiyaa keessaa qonni bakka olaanaa qaba. dameen kunis xiyyeeffannaan addaa kennameefi yeroodhaa gara yerootti fooyya’uun faayidaan irraa argamu daran dabalaa jira. Keessumaa inisheetiviiwwan garagaraa bocamanii hojiirra oolan qonna biyyattii bu’uurarraa... Read more »

Seenaa qabsoo hadhaa’aa sirna cunqursaafi weerartuu farra Oromoofi lafasaa hundeedhaa buqqisuuf taasifamaa ture keessatti shoora gootichi Bakar Waaree taphatee darbe dhalootaan leellifamaa, irbuu inni labatatti laatee darbes akka agartuu ijaatti kunuunfamaa, jaarraa... Read more »

Jaarraan amma keessa jirru yeroo itti teknolojiin babal’atee, kenni tajaajilaa dijitaala’eefi hojiileen kalaqaa itti jajjabeeffamaniidha. Yeroo ammaa kana teknolojiin filannoo utuu hintaane dhimma jiruufi jireenya dhala namaan walqabatu ta’aa dhufeera. Dhimmoota teknolojii,... Read more »

Waggoonni 1950 hanga 1970mootaatti jiran bara dadammaqiinsi gama ijaarsaafi hawaas dinagdee fooyya’aan tureedha. Sosochiin gama dinagdeetiin mul’ate kunis xiyyeeffannoo guddaa akka argattu taasisee ture. Maqaan Aggaaroo jedhus biyya sooromte akka taate ibsuuf... Read more »

Dhalootni har’aa idaa seenessaa kaleessa abbootiirraa dhaaleen cubbuusaa malee yakkamaa, liqaa malee idaa kaffalaa jira. Seenaan gaarummaasaarraa barachuun gadhummaasaa sirreessuun riqicha fuulduratti tarkaafachiisu ta’ee osoo jiruu madda waldhabbii badii lubbuufi mancaatii qabeenyawwan... Read more »

Dameen indastirii toora xiyyeeffannaa mootummaa keessaa isa ijoo ta’uun beekamaadha. Gama kanaan hojiileen dinagdee biyyattii qonnarraa indastiriitti ceesisuun bu’aa olaanaa argamsiisan argamaa jiru. Ministeerri Indastirii ergama kana abbummaan fudhachuun sochiilee garagaraa taasisaa... Read more »