Oduu Bariisaa

Finfinnee: Komiishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa marii ajandaa walittiqabuu naannoo Tigraayitti adeemsisuuf pirezidaantii bulchiinsa yeroo naannichaafi qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin tattaaffii cimaa taasisaa jiraachuu ibse. Dubbi himaan komishinichaa Obbo Xibabuu Taaddasaa ibsa kaleessa... Read more »

Finfinnee: Biyyoonni Addunyaa hedduun qabeenya uumamaafi namtolchee qabanitti fayyadamuun turistoota hawwatanii dinagdeesaanii utubu. Damicha teknolojiidhaan ammayyeessanii bu’uuraalee misoomaa sirnaan diriirsuudhaan madda galii olaanaa kan argataniifi maqaa gaarii biyyasaanii ittiin ijaaranis hedduudha. Biyyi... Read more »

Wancii: Sagantaan Ashaaraa Magariisaa waggoota jahan darbaniif Itoophiyaatti dammaqinaan gaggeeffamaa kan ture yoo ta’u; baranas marsaa 7ffaan bu’aa, faayidaawwaniifi milkaa’inoota baroota darban argaman akka onnachiistuutti fudhachuun haala ho’aa ta’een eegalameera. Akka Oromiyaattis... Read more »

Shaggar: Waxabajjii 24, bara 2017 barii hoggantoonni olaanoo Magaalaa Shaggar, magaalichatti jiraattonni Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti Aanaa Sokoorruu, Abbootiin Gadaa, haadhooliin Siinqee, gareen miidiyaafi keessummoonni garagaraa uffannaa qorra ittisuufi kophee mucacaafi dhoqqee... Read more »

Finfinnee: Barattoonni yeroo gannaa kana ji’oota lamaaf gara manaatti deebi’an barnootasaaniif xiyyeeffannoo kennuu akka qaban Yunivarsitii Arsiitti Barsiisaan Saaykolojii Doktar Birhaanuu Mogas ibsan. Barattoonni ittifayyadama miidiyaa hawaasaasaanii sirreessuu qabus jedhaniiru. Barattoonni yeroosaanii... Read more »

Dirre Dawaa: Daldaltoonni Dirre Dawaa balaa ibiddaa hamaa waggaa lama dura isaan mudateen qabeenyisaanii guutummaatti barbaadaa’ee ture deeggarsa bulchiinsi magaalattii taasiseefiin bayyanachaa jiraachuu dhiyeenya kana Gaazeexaa Bariisaaf ibsan. Obbo Mahaammad Araggaa Walittiqabaa... Read more »

“Mana jireenyaa argachuu keenyaan akka lammata dhalanneetti of ilaalla” -Jiraattota Magaalaa Shaggar
Finfinnee: Gidiraa yeroo dheeraa booda mana jireenyaa argachuusaanii akka lammata dhalachuutti akka of ilaalan lammiilee harkaqal’eeyyii Bulchiinsa Magaalaa Shaggariin manni kennameef ibsan. Namoota halkaqal’eeyyii bulchiinsi magaalichaa torbee darbe mana jireenyaa baasii mataasaatiin... Read more »

Finfinnee: Hojiin misooma koriidarii magaalaa Dirre Dawaa miidhagina garasitti balaa lolaa irra deddeebiin magaalattii mudatu qolachuurratti kan xiyyeeffatu ta’uu Gaggeessaan Hojii Waajjira Ijaarsa pirojektotaa Magaalattii Injiinar Wandosan Janbaruu ibsan. Injiinar Wandosan ibsa... Read more »

Shaggar: Ekispoon idiladdunyaa abbootii qabeenyaa kaappitaala doolaara miliyoona 100 galmeessisaniin waliigaltee invastimantii taasisuu kaayyeffate Bulchiinsa Magaalaa Shaggariin eegalame. Ekispoon idiladdunyaa abbootii qabeenyaa biyya keessaafi alaa hirmaachise kun har’aa eegalee hanga Wiixataatti turu... Read more »

Finfinnee: Itoophiyaan biyya birmadummaa qabdu waan taateef kan ollootashiis nikabajji; biyyoonni kunniin Itoophiyaa waliin jiraachuuf fedhii ulaa galaanaashii qajeeltoo kennanii fudhachuutiin kabajuufi deebii gaariis kennuu qabu jedhan Ministirri Mummee Doktar Abiyyi Ahmad.... Read more »