
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Idilee 42ffaa dheengadda gaggeesseera. Walga’icharrattis Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad gaaffiiwwan Miseensota Mana Maree irraa ka’aniif deebiifi ibsa kennaniiru. Hojiilee hojjetamanirratti ibsa kennan keessaa dhimmoota... Read more »

Mootummaan Itoophiyaa keessumaa waggoota jijjiiramaa darbanitti seenaa hiyyummaa biyyattiin barootaaf keessa turte keessaa baasuun badhaadhina qabatamaa mirkaneessuuf hojiilee lakkaa’amaniifi bu’uura ta’an ciccimoo qaamoleen alaa dhimmi ilaallatu ragaa bahaniif hojjetaa jira. Keessumaa lafee... Read more »

Torban har’aa, Waxabajjii 7 bara 2017 dacheen Gincii daran ko’ammattee oolte. Keessummoota hedduu kaayyoo guddaaf walitti qabaman simattee bifa bareedaadhaan keessummeessiteetti. Guyyichi Oromoo biratti hawwiidhaan eegamaa kan tureefi gaaffii barootaa saba guddaa... Read more »

Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Seektaraa Oromiyaa daldaaltotaafi waldaalee Oromiyaa keessa jiraniif tajaajila kennuufi mirgasaanii kabachiisuuf Amajjii 9, bara 1999 hundaa’e. Mul’annisaaniis bara 2027tti dinagdee biyyaa seektara dhuunfaatiin durfamu dhugoomsuudha jedhan Pirezidaantiin Manneen... Read more »

Itoophiyaan hawwata turiizimii uumamaafi namtolchee hedduu qabaachuun galmee Dhaabbata Saayinsii Aadaafi Barnootaa Idil Addunyaa “UNESCO” irratti beekamtii guddaa horachaa jirti. Bakkewwan hawwata turiizimii misooman qofa osoo hin taane kanneen ganaa misooman hedduu... Read more »

Dhiyeenya kana wayita dhimma hojiitiif gara Bulchiinsa Magaalaa Aggaaroo misooma koriidariitiin daran miidhagdeef miidhagaa jirtu deemnetti waa’ee abbaa qabeenyaa tokkoo dhageenye. Abbaan qabeenyaa kun ijoollummaasaaniirraa kaasanii bizinasii wajjin walittidhiyeenya akka qabaniifi tattaaffii... Read more »

Ogeessonniifi hayyoonni damee qonnaa qonni Itoophiyaa jijjiirameera; ce’aa jira jechuun sadarkaa guddina qonnaa yommuu ibsan ni dhaga’ama. Keessumaa waggoota torban darban yeroo mootummaa jijjiiramaa jedhamuun beekamutti dameen kun bu’uurarraa jijjiiramaa jiraachuutu himama.... Read more »

Fooramiin Invastimantii Idil addunyaa “Invast Itiyoophiyaa 2025” 3ffaan qindeessummaa Komishinii Invastimantii Itiyoophiyaa, Ministeera Maallaqaafi Dhaabbilee deeggartoota misoomaatiin Wiixataafi Kibxata darbe Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera. Aanga’oonni mootummaa, invastaroonni addunyaa, dippilomaatonni, deeggartoonni misoomaafi keessummoonni biroon... Read more »

Eksipoon ‘Itoophiyaan Haa Omishtuu’ marsaa sadaffaa Ministeera Daldalaatiin qophaa’e Ebla 25-29 bara 2017tti Finfinnee, Wiirtuu Konveenshinii Intarnaashinaalii Addisitti adeemsifameera. Eksipoo guyyoota shaniif adeemsifame kanarratti omishtoonni sektaroota dhuunfaa 288 hirmaachuun omishaalee biyya keessatti... Read more »

Jijjiirama dinagdee gooroo dura doolaarri gabaa idileerraa qarshii 58 gabaa gurraacharraa ammoo qarshii 122 ta’uun sochii dingdee biyyattii sakaaluu bira darbee sirni gabaa jeequmsa hamaa keessa galee turuun ni yaadatama. Jijjiirama kanaan... Read more »