Sektarri geejibaa hariiroo Itoophiyaafi biyyoota ollaa cimsuurratti shoora guddaa taphachaa jira

Finfinnee: Jijjiiramaa as sektara geejibaa daran ammayyeessuu cinatti tajaajila baaburaafi konkolaattota daangaa qaxxamuraniin hariiroo Itoophiyaan biyyoota ollaa waliin qabdu cimsuurratti hojii bal’aan hojjetameera. Gama kanaan daandiin baaburaa Itoophiyaa, meeshaalee alaa galan biyya... Read more »

Kabaja Ayyaana Faasikaa Mana Sirreessaa Magaalaa Mattuutti

Finfinnee: Kabajni ayyaana waggaa kutaalee hawaasaa hunda biratti miira addaa uumu qaba. Gaazexaan Bariisaa haalatti sirreeffamtoonni kuma tokkoo ol Mana Sirreessaa Godina Iluu Abbaa Booritti argaman Ayyaana Faasikaa ittidabarsaniifi kabajanirratti Komishinara Gargaartuu... Read more »

 “Fooyyeessi dinagdee gooroo jijjiirama damdaneessa fideera” – Doktar Fitsum Asaffaa

       “Ji’oota saglan darban qarshii biliyoonni 800 kanfaltii dijitaalaan socho’eera”– Doktar Ballaxaa Mollaa Finfinnee: Fooyyeessi dinagdee gooroo jijjiirama damdaneessa kan fide ta’uu Ministeerri Karooraafi Misoomaa ibse. Gama kanfaltii dijitaalaatiin qarshiin... Read more »

“Manni hidhaa Lij Iyyaasuu Guraawwaatti argamu dhiyeenyatti haareffama” – Obbo Gabramaariyaam Anaaniyaa

Finfinnee: Mootichi Lij Iyyaasuu bara 1913 hanga 1916tti Itoophiyaa bulchaa kan turan yoo ta’u, mootota darban keessaa nama umriin xiqqaa yoo ta’an bilchina qorqalbiin, dippilomaasiin, walqixxummaa sabaafi sablammiifi amantaaf nama bakka guddaa... Read more »

Barruuleen Naa’otaa eebbifamte

 “Biyyaafi sirna ceesisuun kan danda’amu dhalootarratti hojjechuu qofaani”– Obbo Jaarsoo Boruu Finfinnee: Biyya ta’e sirna sadarkaa barbaadametti ceesisuun kan danda’amu dhalootarratti hojjechuun qofa ta’uu Bulchaan Godina Baalee Bahaa Obbo Jaarsoo Boruu ibsan.... Read more »

 “Sirni bulchiinsa caasaa gandaa fooyya’iinsa nageenya Oromiyaaf shoora guddaa gumaacheera” – Komishinara Jeneraalaa Araarsaa Mardaasaa

Finfinnee: Sirni bulchiinsa caasaa gandaa hojiirra ooluun nageenya Oromiyaa waaressuu keessatti shoora guddaa gumaachaa jiraachuu Biiroon Nageenyaafi Bulchiinsaa Oromiyaa beeksise. Hogganaan Biirichaa Komishinarri Jeneraalaa Araarsaa Mardaasaa Gaazeexaa Bariisaaf akka ibsanitti, yeroo ammaa... Read more »

Fakkeenyummaan hojii gaarii Kiristoos Kiristaanota biratti maal fakkaata?

Finfinnee: Ayyaanni Faasikaa; (du’aa ka’uu Gooftaa Yesuus Kiristoos) ayyaana nyaataafi dhugaatii osoo hintaane ayyaana jaalalaa, dhiifamaa, qalbii jijjiirrannaa, gad of deebisuufi dhiphina obsaan mo’achuu ittiyaadataniifi keessatti of ilaalaniidha. Barsiisonni Amantiilee garagaraa Gaazeexaa... Read more »

“Faasikaan hojii jireenya Kiristoos ifatti kan mul’iseedha”- Luba Haragawayin Mogas

Finfinnee: Faasikaan akkuma Macaafa Qulqulluu keessatti ibsame hojii jireenya Kiristoos ifatti kan mul’iseedha jechuun Lubni Haragawayin Mogas ibsan. Tajaajiltuun wangeelaa Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa Luba Haragawayin Mogas ayyaana Faasikaa... Read more »

“Maaddii qooduu aadaa godhachuun harkaqal’eeyyota deeggaruun nibarbaachisa”- Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Maaddii qooduu aadaa godhachuun harkaqal’eeyyota deeggaruun akka barbaachisu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad hubachiisan. Doktar Abiyyi ayyaana Du’aa Ka’uu sababeeffachuun hojjettoota waajjira ministira muummeefi daa’imman waajjirichi guddisuuf kaleessa maaddii qoodaniiru. Hojjettoota... Read more »

 Abbootiin amantaa ergaa baga Ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan

Finfinnee: Abbootiin amantaa hordoftoota amantaa kiristaanaa lammiilee hordoftoota amantichaa biyya keessaafi ala jiran hundaaf ergaa baga Ayyaana Faasikaa bara 2017 geessanii dabarsan. Ayyaanichi wayita ayyaaneffatamu jaalala, araara, dhiifamaafi garalaafinaan ayyaaneffamuu akka qabus... Read more »