Falmii Oromoofi mootota Itoophiyaa gidduu ture (1855-1889)

 Kutaa 8ffaa Oromoon aangoos bifa ifaa ta’een qooddatanii akka ittiin walgaggeessan ibseera. Odaa Oromoon Yaa’ii Caffee jala taa’u muka oka (Odaa) kun akka sabni isaa Basque (Spen) keessa jiraatu jala taa’aniifi, bokkuu... Read more »

Falmii Oromoofi mootota Itoophiyaa gidduu ture (1855-1889)

Kutaa 7ffaa Jaarraa 19ffaan immoo bara Awurooppaanonni Afrikaa koloneeffachuuf ifatti labsanii maqaa qorannoo Saayinsiifi Ji’ograafiin namoota isaanii gara Afriikaatti ergaa turaniidha. Bara kanatti immoo mootummoonni naannoo lageen gurguddaa galaanatti yaa’aniifi qarqara galaanaatiin... Read more »

Falmii Oromoofi mootota Itoophiyaa gidduu ture (1855-1889)

Kutaa 6ffaa Ganda Nugus Gaaleerra gara kaabaa jiru, Waajiraat, Allaamaxaafi Dayyuu immoo Tolaa Abbaa Marawwaaf kenname. Tolaa Abbaa Marawwaa kiristinnaa ka’uun Dajjaash Dastaa maqaa jedhamu Yohaannisiin moggafamaafii ture. Namni Dajjaash Hagos jedhamu... Read more »

Falmii Oromoofi mootota Itoophiyaa gidduu ture (1855-1889)

Kutaa 5ffaa Warri Himaanotaas Walloo deeffachuuf qabsoo ittifufan. Warqituufi Mastawotitti ilmi Alii kan Geexee jedhamtu Gindabaratirraa bitamte jedhamturraa dhalate bakka baqatee jiruu Amaara Saayintii gara qabsootti seene. Geexeettiin ilmashee kana najalaa ajjeesu... Read more »

 Falmii Oromoofi mootota Itoophiyaa gidduu ture (1855-1889)

Kutaa 4ffaa Loltoonni Tedroos karaa kamiinuu dahannoo Maqdalaa cabsanii ba’uu akka hindandeenye beekaanii Ingiliizotatti harka kennachuuf qophii taasisan. Kanas kan filataniif waggoota kudha shaniif Oromootatti duulanii bifa kamiinuu kan harka isaa seenan... Read more »

Falmii Oromoofi Mootota Itoophiyaa Jiddu ture (1855-1889)

Kutaa 3ffaa Du’a Amadeetti aansee immoo Warqituun maqaa ilmashee Amadee Aliin qabsooshee finiinsaa dhufte. Karaa biraa immoo obboleessi Amadee, Bashir Shuumiinis lola eegale. Teediroos Walloo yeroo hunda waan deebi’ee isa ganuuf nama... Read more »

 Falmii Oromoofi Mootota Itoophiyaa Jidduu ture (1855-1889)

Kutaa 3ffaa Du’a Amadeetti aansee immoo Warqituun maqaa ilmashee Amadee Aliin qabsooshee fiiniinsaa dhufte. Karaa biraa immoo obboleessi Amadee Bashir Shuumiinis lola eegale. Teedroos Walloo yeroo hunda waan deebi’ee isa ganuuf nama... Read more »

Falmii Oromoofi Mootota Itoophiyaa Jidduu ture (1855-1889)

Kutaa 2ffaa Atsee Teedroos II maqaan ganamaasaa (Kaasaa Hayiluu) kanaan booda barreefama kana keessatti Teedroos jennee kan waamnu akkuma mootii ta’een kan xiyyeeffate Oromoo Walloo of jala oolchuurratti yoo ta’u, isaan dura... Read more »

Falmii Oromoofi Mootota Itoophiyaa jidduu ture (1855-1889)

Ummanni Oromoo gurma’insa Sirna Gadaan bulaa akka ture ni yaadatama. Yeroo booda garuu, babal’ina daldalaafi tamsa’ina amantii addunyaa guguddoo lamaaniirra kan ka’e iddoo tokko tokkootti Sirni Gadaa laafaa dhufe. Hawaasni Oromoo amantii... Read more »

Oromoofi barreessitoota seenaa biyyaa keenyaa

Kutaa 9ffaafi xumuraa Guddinniifi dagaaginni Afaan Oromoorratti ture kun baroota 1941-1970 keessa hojiin qo’annoo afaanicharratti godhamu gonkumaa addaan citeera jedhamuu danda’ama. Yeroon kun immoo baroota mootummaan Hayilasillaasee cimaa tureefi Ameerikaniin biyya kana... Read more »