
Finfiinnee: Dorgommiin ‘Warlid Tekuwaandoo’ biyyoota Bahaafi Giddugaleessa Afrikaa kan Zoonii shanii Ebla 14 – 16 bara 2017 Magaalaa Finfinnee, Akkaadaamii Ispoortii Dargaggoota Itoophiyaatti adeemsifama. Federeeshinichi walga’iin dimshaashaa Yuniyeenii ‘Warlid Teekuwaandoo’ Afrikaa, Biyyoota... Read more »

Biyya keenya Itoophiyaa irraa kaasee guutuu Afrikaafi addunyaatti damee ispoortii atileetiksiin hojii guddaa kan hojjetan Obbo Nugusee Roobaa bara 1928 akka moggaasa yeroo sanaatti ‘Harargee Xaqlaay Gizaat’ kan yeroo ammaa Naannoo Somaalee,... Read more »

Waggaa waggaadhaan akaakuuwwan ispoortii atileetiksii adda addaatiin kan adeemsifamu Shaampiyoonaan Atileetiksii Kilabootaa Oromiyaa Federeeshinii Atileetiksii Oromiyaatiin xiyyeeffannaa olaanaan kennameefiira. Dirreewwan shaampiyoonaan kun irratti adeemsifaman marattuu dargaggoonni, ittigaafatamtoonni, komishinaroonni, ispoortessitoonni, pirezidaantonni federeeshinoota atileetiksii... Read more »

Finfinnee: Shaampiyoonaan Ispoortii Taphawwan Guutuu Oromiyaa waggaa waggaadhaan magaalota adda addaatti gaggeeffamu kan barana qopheessummaa Godina Shawaa Lixaatiin, Magaalaa Ambootti torban lamaa booddee adeemsifama. Shaampiyoonicharratti hirmaachuuf godinaaleefi bulchiinsonni magaalota Oromiyaa sadarkaa godinaafi... Read more »

Finfinnee: Magaalaa Finfinneetti ijaarsarra kan jiru istaadiyoomiin ammayyaa Aday Ababaa sadarkaasaa kan eeggateedha jechuun nidanda’ama. Sababnisaas akka Finfinneetti istaadiyoomiin jira jedhamu waan hinjirreefidha. Ijaarsisaa yeroo dheeraaf lafarra harkifachaa kan ture istaadiyoomiin Aday... Read more »

Finfinnee: Itoophiyaan mirga qabeenya bishaan Abbayaarratti qabdu haala haqa qabeessa ta’een ittifayyadamuuf sochiin taasifamaa jiru akka filannootti kan fudhatamu osoo hin taane, akka hiree jiraachuufi jiraachuu dhabuutti kan ilaalamuudha. Lammiileen biyyattii miiliyoonota... Read more »

Sulultaa: Shaampiyoonaan atileetiksii kilaboota guutuu Oromiyaa kan bara 2017 Bulchinsa magaalaa Sulultaa, Inistitiyuutii Daraartuu Tulluutti adeemsifamaa jiru boru xumurama jedhamee eegama. Yeroo 16ffaaf kan qophaa’ee shaampiyoonaan kun Bitootessa 16 bara 2017 irraa... Read more »

Finfinnee: Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaatiin waggaa waggaan kan gaggeeffamu shaampiyoonaan Liigii Olaanaa Itoophiyaa xumuramuuf taphawwan afur qofatu isa hafa. Shaampiyoonichi adeemsifamaa kan jiru ramaddii lamaan yoo ta’u ramaddii tokkoffaa keessatti kan argamu... Read more »

Finfinnee: Dhagaan bu’uraa Hidha Guddichaa Haaromsa Itoophiyaa Bitootessa 24 bara 2003 kaa’amuun ijaarsisaa ifatti eegalame. Barana waggaa 14ffaa hidhichi ittijalqabame sababeeffachuudhaan jala buultiisaarraa kaasee sochiileen adda addaa taasifamaa jiru. Haaluma kanaan Oromiyaatti... Read more »

Finfinnee: Qopheessummaa Waldaa Federeeshinii Atileetiksii Addunyaa “IAAF” waggaa waggaan kan adeemsifamu Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa mana keessaa barana yeroo 20ffaaf kaleessa Chaayinaa magaalaa Naanijiingitti jalqabameera. Guyyoota sadiif kan adeemsifamu shaampiyoonaa baranaa kanarratti Itoophiyaan... Read more »