Hidha Abbayyaa: Qabeenya waloo Itoophiyaanonni waloon Waardiyyaa dhaabataniif

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: “Bishaan lafa bulu hinbeeku, jirma guuree yaa’a”  akka jedhamu san Lagni Abbayyaas waggoota dheeraaf biyyee gabbataa Itoophiyaa haree biyyoota ollaatiif geessaa ture. Ilmaan Itoophiyaa gogiinsaafi ongeedhaan gaafa rakkatan warri... Read more »

Inistiitiyutichi gatii aannaniifi foonii fooyyessuurratti hojjetaa jira

 Sinqinash Alamuutiin  Finfinnee: Qaala’insa jireenyaa biyyaattii mudateen walqabatee, haala qabatamaa ammaan tana mul’ataa jiruun jiruun gatiin bu’aawwan bineeldotaa yeroo gara yerootti dabalaa jira. Keessumaa annaniifi foon namoonni jireenya giddugaleessarra jiranillee bitanii fayyadamuuf... Read more »

Magaalichi qarshii miliyoona 30 ol walitti qabuuf karoorfate

 Sinqinash Alamuutiin  Finfinnee: Magaalaan Dirre Dhawaa waancaa Hidha Haaromsa Itoophiyaa Guddicha Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Hararii harka fudhateen qarshii miliyoona 30 walitti qabuuf karoorfachuu ibse. Ittigaafatamaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshiniifi Qindeessa Hirmaannaa Ummataa Hidha... Read more »

“Ammas ajajni nuu kennamnaan Juuntaa daaraa gochuu dandeenya” -Koloneel Geetaanaa Adaanaa

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee:  Wantoota baay’eedhaan addaddummaa qabaachuu malla. Amantii, saba, korniyaa, ilaalcha siyaasaafi kkftiin gargar ta’uu dandeenya; biyya garuu tokkittiidhuma qabna. Kun dhugaa namoota baay’ee irratti waliigalchudha. Kanaaf agarsiisni immoo taatee tibbana... Read more »

“Rakkoon keessoo ABO ture kora sabaatiin furameera” -Jaal Qajeelaa Mardaasaa

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: “Rakkoo keessoo keenyatti uumamee tureen  filannoo biyyaalessaa marsaa 6fa Waxabajjii 14 bara 2013 adeemsifamerratti hirmaachuu baannus filanichi adeemsifamuun barbaachisaa ta’uutti amanna” jedhan Hayyuduree Ittaanaan ABO Jaal Qajeelaa Mardaasaa. Jaal... Read more »

Hiriirri deggersaa RIB, gammachuu guutamuu hidha guddichaafi balaaleffannaa Juuntaa ittifufeera

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Ummatni Itoophiyaa magaalota naannolee biyyattii adda addaatti gocha shororkeessummaa Juntaafi giddugaleessummaa ykn dhiibbaa biyyoonni alaa (Ameerkaafi Awurooppaan) Itoophiyaarraan gahaa jiran balaaleffachuuf, deggersaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf (RIB) qabuufi miira guutiinsa... Read more »

“Qaanqeen dimokraasii har’a afuurri itti baafatamu bu’aa wareegama kaleessaati” -Obbo Galaasaa Dilboo

Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Biyya kanatti gaaffiin waan Oromoofi Oromummaa hanga maluun tolfachuu akka namootni tokko tokko  salphisanii guyyaafi ulaagaa tarreessanii osoo hintaane qabsoo cimina gaafatu ta’uufi qaanqeen dimokraasii har’a afuurri itti baafatamu... Read more »

“Mana marii dhufurraa hojii guddaatu eegama” -Miseensota

 Sinqinash Alamuutiin   Finfinnee: Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa marsaa 5fan yeroo hojiisaa xumuree isa ittaanuuf dabarsee kennuuf qophiirra jira. Manni marichaa yeroosaa bardheengaddaa xumuruun irra ture waan filannoon sababa vaayirasii koronaatiin... Read more »

“Wiirtuun odeeffannoo irraa argannu tokko jiraachuu qaba” -Gaazexeessaa Girum Caalaa

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Itoophiyaa keessatti hojii gaazexeessummaadhaan walqabatee odeeffannoo sirriifi qulqulluu argachuun rakkisaa ta’uusaatiin wiirtuun tokko osoo hundeeffame gaarii ta’uu Gaazexeessaan Idil Addunyaa Girum Caalaa ibse. Gaazexeessaan kun gaafdeebii Wiixata darbe Gaazexaa... Read more »

“Qeerroon kaleessa dhagaan; har’a rasaasaan juuntaa harcaasaa jira” -Obbo Taayyee Danda’aa

Waasihun Takileetiin Finfinnee: ABUT irree qeerroofi qarree Oromootiin erga harca’ee booda dhiifamaan bira darbuun biyya ijaaruuf yaalii taasifamu caalaa biyya diiguu ooltee bulteesaa godhachuu Dubbii Himaan Dhimmoota Kominikeeshinii Paartii  Badhaadhinaa Damee Oromiyaa... Read more »