“Bakkawwan hundatti nagaa labsuun wantoota tokkummaa cimsanirratti xiyyeeffachuun barbaachisaadha” – Ustaaz Abbubakar Ahmad

Finfinnee: Osoo nageenyi bu’uura amantii kamuu ta’ee jiruu boora’uun nageenyaa manneen amantii tokko tokko keessatti mul’ataa tureen nageenya labsuurratti danqaa uumaa jiraachuu Barsiisaan Amantii Islaamaa Ustaaz Abbubakar ibsan. Iddoowwan hundatti nagaa labsuun... Read more »

Atileet Masarat Bayyanaa: Haadha qabeenyaafi fira namoota hedduu kaleessaa har’a jireenya daandiirraatiif saaxilamte

Finfinnee: Jireenyi akkuma dha’aa galaanaa gara fedhaniifi hawwan osoo hintaane gara fedhetti nama geejibsiisa. Dhalli namaa hundi qixa qullaa dhalatus, dhalachuun booda qullaa ta’uufi dhiisuun fedhii osoo hintaane haala jireenyaatu murteessa. Nutis... Read more »

 “Miidiyaalee dhugaaf dhaabbatan dabalataan horachuurratti xiyyeeffatamee hojjetamuu qaba” – Obbo Mahammad Ahmad (Qophee)

Finfinnee: Badiifi diigumsa miidiyaalee finxaaleyyii harka jiraniin labsamaa jiru biyya gatii guddaa kaffalchiisaa waan jiruuf miidiyaalee dhugaaf dhaabbatan dabalataan horachuurratti xiyyeeffatamee hojjetamuu akka qabu ibsame. Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataafi Gorsaan... Read more »

 “Milkaa’inni ijaarsa hidha Laga Abbayyaa bu’aa rifoormii waggoota shanan darbaniiti” – Doktar Aragaawwii Barihee

Finfinnee: Waggoota shanan darban keessatti rakkoolee mudatan ce’uun milkaa’inni ijaarsa hidha laga Abbayyaatiin galmaa’e bu’aa rifoormii ta’uu Daarektarri Waajjira Hirmaannaa Ummata Biyyaalessaa Ijaarsa Hidha Abbayyaa beeksisan. Ijaarsi hidhichaa dhibbantaa 90 irra ga’uunis... Read more »

 Ittifayyadama Laga Abbayyaarratti ejjennoon Itoophiyaa haqaqabeessa ta’uun hubatamaa jira

 Finfinnee: Ittifayyadama Laga Abbayyaarratti ejjennoon dippilomaasii lagicha karaa haqabeessaan fayyadamuu Itoophiyaan calaqqisiiste fudhatamaafi bu’a qabeessa ta’uun biyyoonni yaa’a Laga Abbayyaa hubataa jiraachuu Ambaasaaddar Diinaa Muftii beeksisan. Bu’aan ejjennoo Itoophiyaa Sudaanirratti mul’achaa jiraachuus... Read more »

 “Biyya hundaaf mijooftuufi addunyaarratti bakka maluuf argattu ni ijaarra” – Obbo Adam Faaraah

Finfinnee: Itoophiyaa hundi walqixxummaan keessa jiraatuufi addunyaarratti sadarkaa maluuf qabaattu ijaaruuf hojjetamaa jiraachuu Pirezidaantii Ittaanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah ibsan. Obbo Adam ibsa kaleessa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

 Tajaajilichi raabsa humna ibsaa magaalattii furuuf qarshii biliyoona 10 ramadee hojjetaa jira

Finfinnee: Raabsa humna ibsaafi rakkoolee isaan walfakkaatan magaalaa Finfinnee keessatti mudatan furuuf bu’uuraalee misoomaa ibsaa qarshii biliyoona 10n hojjechaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikii Itoophiyaa beeksise. Tajaajilichatti Ittigaafatamaan Korporeet Kominikeeshinii Obbo Malaakuu Taayyee ibsa... Read more »

 “Ummanni keenya qajeeltoowwan misoomaa sirriin hoogganamnaan raajii hojjechuu akka danda’u qabatamaan agarsiiseera” – Obbo Shimallis Abdiisaa

Oromoon uumaa kabajee, uumama kunuunsuun dhaloota egereef waan gaarii dabarsa. Saba safuu, aadaafi duudhaa isaa kabajee jiraatu, bu’uura sirna Gadaa irraa dhaaleenis uumaafi uumama safeeffatee, bitaafi mirga madaalee har’a irra taa’ee egereef... Read more »

Ji’oota ja’an darbanitti dhimmootni kuma 117 ol Manneen Murtii Aadaatti furmaata argatan

Finfinnee: Ji’oota ja’an darban keessatti dhimmoota kuma 152 ol Manneen Murtii Aadaatiif dhiyaatan keessaa dhimmootni kuma 117 ol furmaata argachuusaanii Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa ibse. Mana murtichaatti daarektarri dhimmoota kiminikeeshinii Obbo Fayyeeraa... Read more »

 Naannichatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsi qarshii miliyoona 105 taasifame

– Naannoo Somaaleetti namoonni miliyoona afurii ol gargaarsa barbaadu Finfinnee: Lammiilee hongeerraa dandamachiisuuf ji’oota torban darbanitti gargaarsi qarshii miliyoona 105 ta’u akaakuun gargaaramtootaaf dhiyaachuu Mootummaan Naannoo Saboota Sablammootaafi Ummattoota Kibbaa beeksise. Komishinarri... Read more »