
Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa torban darbe mataduree ‘Misooma aadaa ijaarsa biyyaaf’ jedhuun abbootii Gadaa, haadholii Siinqeefi jaarsolii Biyyaa waliin Magaalaa Adaamaatti mari’ateera. Yunivarsitii Arsiitti Daariktara Inistiitiyuutii Qorannoo Oromoo Doktar Mohaammad Namoo waraqaa... Read more »

Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad tibbana ogeessota aartii guutummaa Itoophiyaarraa babahan wajjin marii bal’aa taasisaniiru. Maricha ilaalchisuunis ergaa ittaanu karaa miidiyaa hawaasaasaanii dabarsaniiru. “Aartiiwwan eenyummaafi guddina biyyaaf furtuudha. Qabeenya aadaa eeganii tursiisu.... Read more »

Mootummaa Naannoo Oromiyaa haaromsa aadaa Oromoo ce’umsa hawaas dinagdee biyyaaf oolchuuf hojjechaa jiraachuun nibeekama. Labsii haaromsa aadaa Oromoorrattis mariin gaggeeffamaa tureera. Maniin marichaas beekumsa horachuu, dinagdee ceesisuu, aartii Oromoo haaromsuun humneessuufi aadaa... Read more »

Makmaaksi dubbii fida dubbii fixa, dubbii mi’eessas jedhama. Dhugaadha Oromoonimmoo akaakuuwwan afoolaatiin kan badhaadhe yoo ta’u; isa dabe kan ittiqajeelchu, isa miidhame ittiwal’aanu duudhaafi aadaa dubbii ichimuun dadhabbii gammachuutti waldhabdee araaratti geeddaruu... Read more »

Yeroo tokko namoota hedduu “Kun eenyu?” kan jechisiise, sagaleen afaansaa keessaa bahuufi sochiin qaamasaa, qulqullinni viidiyoowwan sirbootasaa kan ajaa’ibsiifamu, artistii cimaafi sabboonaa haftee Baandii Afran Qalloo. Sirbootasaa gara caalu Afaan Oromootiin kan... Read more »