Waa’ee onnee kana beektuu laata?

Onneen keenya sa’aatiitti giddugaleessaan al 72 dhikkifatti; guyyaatti si’aatii kuma 100, waggaatti si’a miliyoona 3.6, bara jiraannu keessatti immoo si’a biliyoona 2.6 dhikkifatti. Ulfaatina giddugaleessaan giraamii 300; guddinaan immoo abootifannaa nama sanaa... Read more »

Maaliif Qulliittoo jedhame?

Bara 1888 kan hundoofte Qulliittoon magaalaa  guddoo Godina Halaabaa taatee tajaajilaa jirti. Qulliittoon bara 1888 akka hundeeffamte ragaaleen  adda addaa kan  mul’isu yoo ta’u, Qulliittoon moggaasa kana kan argatte afaan sabichaatiin jecha... Read more »

Afaan Oromoo tokko

Haa ga’u qopheessitoota Gaazexaa Bariisaatiif Duraan dursee nagaa teenya kan onneerraa buqqaate isinii dhiheessina. Kanumattillee aansinee wanna kanaa gadii bo’oo xalayaarratti akka nuu barreessitan (katabdan) isin gaafanna. Waggaa lamaa asitti kan barreeffamtee... Read more »

Allaattii targaa maxxanfate, Noonnoo Sal’eetti

Guyyaansaa Sadaasa 05/2012 ture, wayita  namoonni   Aanaa Noonnoo Sal’ee, Magaalaa Birbirsaarraa gara  Ganda Kombolchaatti  hojiif imalaa jiranitti bosona gandicha keessatti  argamutti allaattii koodii addaa qabdu argan. Allaattiin kun koodii addaatiin kan faayame... Read more »

Finxaalessummaafi malaamaltummaa

Finxaalessummaan ilaalcha kan kiyya qofatu caala, kan anaan olii hinjiru yaada jedhuudha. Malaamaltummaan immoo of-jaalachuurraa dhimma madduufi karaa qaxxaamuraatiin duroomuu akkasumas faayidaan bitamuudha. Jarri kun lachuu dhibee guddaa qabsoo saba keenyaat turan.... Read more »

Eeyye Har’a Walqixa

Maal dubbadhee maaliin dhiisaa Roorroofi dhiibbaa yeroo sanaa Aniifi obboleeyyan koo baayyee midhamne ‘Dubartiin goolaa olitti’ jechama jedhuun ukkamamne Abbaan manaa abbaa mirgaa kan fedhe raawwatee Ani dhaggeeffattuu inni dubbataa turee +++++++++++++++++++++... Read more »

Aadaa keenya

Aadaan wantoota eenyummaa saba tokkoo ibsan keessaa isa tokko. Kunis hiika bal’aafi qabiyyeewwan hedduu kan of-keessatti qabatuudha. Fakkeenyaaf aadaa nyaataa, uffataa, sirbaa, kabaja ayyaanaa, sirna gaddaafi gammachuu, akkasumas haala fuudhaafi heerumaa hunda... Read more »

Maaliif Paartii Badhaadhinaa jedhame?

Koreen raawwachiistuu hojii Adda Dimokraasummaa Ummatoota Itoophiyaa (ADWUI) walga’ii tibbana taa’een sanada qo’annoo walittti makamuurratti adeemsifame sagalee caalmaatiin raggaasiseera. Maqaansaas ADWUI irraa gara Paartii Badhaadhinaatti akka jijjiiramu irratti waliigalee akka ragga’uuf mana... Read more »

Jeequmsa sammuu

Namoonni jeeqama sammuu qaban akkaataa itti yaadan, itti hubataniifi amalasaanii ilaalchisee rakkinni isaan qaqqabuu danda’a. Jecha gara biraatiin yaadni, hubannoofi amallisaanii waldhahaa ta’a jechuudha. Kunis walitti dhufeenya nama wajjin qabaatan, jiruufi gammachuu... Read more »

Eeyye Har’a Walqixa

Maal dubbadhee maaliin dhiisaa Roorroofi dhiibbaa yeroo sanaa Aniifi obboleeyyan koo baayyee midhamne ‘Dubartiin goolaa olitti’ jechama jedhuun ukkamamne Abbaan manaa abbaa mirgaa kan fedhe raawwatee Ani dhaggeeffattuu inni dubbataa turee +++++++++++++++++++++... Read more »