“Isinii omisha nama isinirraa bitu dhabadanii rakkattu, nutimmaa waan nyaannu dhabnee biyya alaarraa qamadii galchina” – MM Doktar Abiyyi Ahimad

Akka Oromiyaattis ta’e akka biyyaatti bakkeewwan omisha qamadii, garbuufi mi’eessituwwaniin adda durummaan beekaman keessaa tokko Godina Baaleeti. Omisha godinichatti omishamu keessaa % 58 qamadii, Arsii Lixaafi Baalee immoo walitti % 61 kan... Read more »

Finfinnee: Magaalaa heddummina sabootaatiin miidhagde

Sirreessa Maxxansa keenya torbee darbeetiin fuula 8fa irratti barreeffamni mataduree, “Finfinnee: Magaalaa heddummina sabootaatiin miidhagde” jedhuun dhiyaate dogoggora teknikaatiin walakkaatti citee hafuusaatti Kutaa Qophii Gaazexaa Bariisaa oofkaltii gaafachaa guutummaan barreeffamichaa akka ittaanutti... Read more »

Mala miidhaa qorichi aramaa kanniisaarraan gahaa ture maqsuuf dhahame

Finfinnee: Qorichi aramaa seera qabeessaan biifamuu dhabuusaarraa kan ka’e dhumaatii kanniisaa qaqqabsiisuun oomisha dammaa hubaa jiraachuu qorannooleen damichaa ni mul’isu. Qonnaan bulootni godinaalee Oromiyaa gara garaas dhimma kanarratti komii kaasaa kan turan... Read more »

Babal’achuun paarkiiwwan indastirii guddina dinagdee si’eessa

Finfinnee: Biyya tokkoof nama barate heddumminaan qabaachuun carraa ta’us hojiitti hinbobbaane taanaan ammoo kasaaraa olaanaa akka hordofsiisuudha ogeessonni dinagdee kan dubbatan. Inumaayyuu rakkoo nageenyaa ta’uun dinagdeen biyyaa boodatti akka harkifatu taasisa jedhu.... Read more »

“Ibsaan akka naa galuuf jechan lafa koo dhabe”

“Ibsaan akka naa galuuf jechan lafa koo dhabe” -Haadha dhimmaa “Lafichi baankii lafaatti deebi’eera” -Abbaa Taayitaa Misooma Albuuda Oromiyaa Finfinnee: Aadde Balaayinash Ayyalaa Jimaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee, Aanaa Aleeltuutti, jiraattuu... Read more »

Paartiileen siyaasaa Oromoo dhimma Oromoorratti tokkummaan hojjechuu qabu

Finfinnee: Paartiileen maqaa Oromootiin hundaa’an hundi dhimmoota mirga, faayidaa, nageenyaafi dinagdee Oromoo mirkaneessan irratti tokkummaan waliin hojjechuu qabu. Kanneen sagantaa, kaayyoofi tarsiimoonsaanii walfakkaatus walitti makamuudhaan humna waliif ta’anii qabsoo ummataa dhugoomsuu qabu.... Read more »

Pirojektichi waggaa lama booda humna maddisiisuu jalqaba

Finfinnee: Pirojektiin Ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa marsaa duraatiin waggaa lama booda humna ibsaa meegaawaatii 750 maddisiisuu kan eegalu ta’uun ibsame. Sadarkaa pirojektiin ijaarsi hidhichaa irra jiru ilaalchisuun marii paanaalii kaleessa Fenfinneetti... Read more »

Guyyaa sabootaafi sablammootaa 13fa godinaaleetti

Finfinnee: Guyyaa sabootaafi sabalammootaa 13fa bor kabajamaa jiruuf gareewwan agarsiisa aadaa godinaalee Oromiyaas guyyicha hawwiidhaan eegaa akka jiru. Aadde Zabiibaa Burushaa Godina Jimmaatti Ittaantuu Afyaa’ii Mana Maree Aanaa Qarsaati. Waltajjii marii nageenyaa... Read more »

Garee aadaa Oromiyaafi ayyaana sabootaa

Adaamaa: Gareen aadaa Oromiyaa godinaalee aadaa 10tti qoodamuun guyyaa sabootaa boru kanajamuuf qophii gahaa gochuusaa ibse. Qindeessaan Koreen Agarsiisa Aadaa Oromiyaa, Obbo Diimaa Abarraa ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

Nageenya Oromiyaa waloon eegsisuun hojii dursuu qabuudha

Finfinnee: Nageenyi Oromiyaa boora’uun dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu biyyattii ta’uu hubachuun jaarmiyaaleen siyaasaa Oromoo kaleessa Giddugala Aadaa Oromootti bal’inaan mari’ataniiru. Pirofesar Hizqeel Gabbisaa, “Ce’umsa gara dimokraasiitti taasifamaa jiru keessatti gufuuwwan mudachaa jiraniifi... Read more »