Istaadiyeemii Intarnaashinaalii Aqaaqii:

Miseensonni jila Ispoortii aadaa naannawaa biyya keenyaa mara irraa walitti dhufan turtiisaanii Finfinneen tattaaffii duudhaalee keenya gaarii ijaaruuf taasisaniif nigalateeffanna.

Jilichi iddoo oolmaa ispoortiifi giddugala ijaarsa namummaa dargaggootaa hundeessuudhaan dargaggoonni kennaa dandeetti addaa qaban mul’ata isaanii waliin walqunnamsiisuu kan dandeessisu hojiilee ijaarsa dhalootaa keenyaafi deemsa dorgommii ispoortii idiladdunyaaf hojjachaa kan jirru Istaadiyeemii Intarnaashinaalii Aqaaqii daawwataniiru.

BARIISAA SANBATAA Ebla 19 Bara 2016

Recommended For You