Harma Hoosisuu: Guddinaafi jabina daa’immaniif dhagaa bu’uuraa kaa’u

Saamraawiit Girmaatiin Bishooftuu: “Sirna Gadaa keessatti haati tokko gaafa ulfoofturraa kaasee kununsi taasifamaaf. Keessumaa isheen ulfoofte sun harka qalleeyyii yoo taate ummatatu itt kaba. Gaafa deessuus isheefi daa’imnshee akka hinmiidhamneef kununsi taasifamaaf.... Read more »

Naannawa ofii kunuunsaa madda galii uummachuu

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Obbo Habtaamuu Bajigaa Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Luumeetti  jiraataa Ganda Malmaleeti. Isaanis lafa eegumsa naannawaatiif dallaffemarratti qonnaan bultootuma akkasaanii waliin gurmaa’uun kunuunsaa, hojii madda galiif isaan fayyadu biraa hojjetaa... Read more »

Biirichi maatii duultotaatiif deggersa hawaasummaa taasisaa jiraachuu ibse

 Gammachuu Kadiriin Adaamaa: Maatii caasaa nageenyaafi raayyaa ittisa biyyaa shira shororkeessaa ABUT barbadeessuuf duulaniif tajaajila hawaasummaa kennaa kennaa jiraachuu Biiroon Hojjetaa Dhimma Hawaasummaa Oromiyaa beeksise. Ittigaafatamtuun biirichaa, Aadde Jamiilaa Siinbiroo sagantaa qorannaa... Read more »

“Da’oon koo lammiilee kooti” – Aadde Dastaa Gabramaariyaam

 Tashoomaa Qadiidaatiin  Finfinnee: Pirojeekitiin Korporeeshinii Misooma Magaalaa Finfinnee kutaa Magaalaa Eekkaa damee shanii, dargaggoota tola ooltota aanaa lamaa wajjiin ta’uun misooma addaddaarratti hirmaachaa jiru. Raawwachisaan Hojii Kutaa Magaalaa Eekkaa Obbo Asfaawu Takilee... Read more »

“Mootummaan tarkaanfii marsaa lammaffaatti seenuunsaa murtoo sirriidha” -Jiraattota Magaalaa Bishooftuu

Saamraawiit Girmaatiin Bishooftuu: Dargaggoo Zarihuun Asaffaa jiraataa Magaalaa Bishooftuu yoo ta’u, tarkaanfii marsaa lammaffaa mootummaan garee Shororkeessaa ABUT irratti  fudhataa jiru ilaalchisee yaada Gaazexaa Bariisaaf kenneen, murtoo sirrii ta’uufi isaanis irra deddeebiin... Read more »

“Qaala’inni gatii duula waraana dinagdee akka ta’e agarsiisftuun jira” – Doktar Tashoomaa Addunyaa

 Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Wayita ammaa kana qaala’iinni gatii omishootarratti mul’ataa jiru waraanaa dinagdee ta’uusaa agarsiiftuun mul’ataa jiraachuusaafi tarkaanfii hatattamaa fudhachuun akka barbaachisu Komishiniin Karooraafi Misooma Dinagdee ibsan. Komishinarri komishinichaa Doktar Tashoomaa Addunyaa... Read more »

“Finfinneetti aadaafi Afaan Oromoo dagaagsuun filannoo osoo hintaane dirqama keenya” – Obbo Kabbadaa Deessisaa

 Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Finfinnee keessatti aadaa, aartiifi Afaan Oromoo dagaagsuurratti xiyyeefatee hojjechaa jiraachuu Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa, obbo Kabbadaa Deessisaa turtii tibbana Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa wajjin taasisaniin aadaa, aartiifi... Read more »

“Soddoomni Shaneen ABUT waliin taasise ergamummaasaa kallattiin kan mul’iseedha” – Obbo Taayyee Danda’aa

 Riippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Hariiroon shororkeessaan Shanee shororkeessaa ABUT waliin taasisee ergamummaasaa kallattiin kan itti agarsiiseefi diinummaasaa ummata Oromootti itti ifoomsedha jedhu Obbo Taayyee Danda’an. Ittigaafatamaa Kominikeeshinii Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa Obbo Taayyee... Read more »

“Rakkoo nageenyaa Itoophiyaatti uumamaa jiruuf sababoota sadiitu jiru” – Obbo Abbaa Biyyaa Abbaa Joobir

 Waasihun Takileetiin  Finfinnee: Rakkoo nageenyaafi raafama siyaasaa Itoophiyaa mudataa jiraniif hudhaaleen sadii akka sababaatti kan ka’an ta’uu jaarsi araaraafi nageenyaa akkasumas ogeessi seeraa Obbo Abbbaa Biyyaa Abbaa Joobir ibsan. Akka ibsasaaniitti: –... Read more »

Dhaabbatichi biqiltuu waggoota 18f dhaabaa ture kunuunsaa jira

Finfinnee: Sirnoota garagaraa biyyattiin hordoffaa turte keessatti biqiltuu dhaabuun akka adeeffatamuu haala walittifufiinsa qabuun ta’uu baatus hanga danda’ame hojii hubannoo uumuunis ta’e ummanni waggaatti altokko bahee akka dhaabu taasifamaa tureera. Dhaabbileen akka... Read more »