Saba Oromoofi Amaaraa gidduu garaagarummaan bu’uuraa akka hinjirre ibsame

Finfinnee: Durirraa eegalee saba Oromoofi Amaaraa gidduu garaagarummaan bu’uuraa kan hinjirre ta’uu hayyootni seenaa ibsan. Konfiransiin hayyoota seenaa Oromoofi Amaaraa qorataniin Yunivarsiitii Wallootti guyyoota lamaaf tibbana adeemsifameera. Hayyootni kunneen qorannoo dhiyeessaniin akka... Read more »

Siinqee Awwaardiifi Odaa Awwaardi: Sagantaa jiraatti walgalateeffachuu

Finfinnee: Barsiifata biyya kanaa keessatti yeroo baay’ee namni kan faarfamu yommuu du’uudha. “Abaluun akkas ture, kana hojjete turefi kkf” jechuun miidiyaaleen walharkaa fuudhanii kan odeessan yommuu namni du’uudha. Keessumaa namoonni aartiifi qabsoo... Read more »

Warshaan qarshii mil. 95niin ijaarame sababa hanqina humna elektirikiin hojii hin eegalle

Bishooftuu: Warshaan Omisha Qoricha Bineensotaa qarshii miliyoona 95niin ijaaramuyyuu sababa hanqina humna elektirikiin hojiitti seenuu akka hindandeenye Inistitiyuutiin Eegumsa Fayyaa Bineensotaa Biyyaalessaa ibse. Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Qonnaa,... Read more »

Oromoon harka walqabatee walceessisuu qaba

Finfinnee: Paartiin maqaa Oromoon socho’u kamuu akka goondaatti walqabatee deemuu baannaan kufaatii hamaan kan mudatu ta’uu Pirofeesar Mararaa Guddinaa himan. Dura taa’aan Kongirasii Federalsitii Oromoo, Pirofesar Mararaa Guddinaa ibsa haala yeroo Oromiyaarratti... Read more »

Oromiyaatti ramaddiin hojjettootaa adeemsifamuufi

Finfinnee: Mootummaan Naannoo Oromiyaa bu’aa qabeessummaa waajjiraalee mootummaarratti qorannoo geggeessaa tureera. Waajjiraalee mootummaa 50 oliifi hojjetaa walakkaa miliyoonaa qabatnee akkamiin tajaajila gahaa kennuu dadhabne kan jedhurratti qorannichi kan xiyyeeffate. Qorannichi waantota ijoo... Read more »

Ejensiileen 900 ol hojidhabeeyyii mindeessina jechuun saamicha gaggeessaa jiru

Finfinnee: Ejensiileen 900 ol hojii barbaaddota mindeessina jechuun saamicha maallaqaa gaggeessaa jiraachuu Biiroon Dhimma Hojjetaafi Hawaasummaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Ejensiileen hojii yakkaa kanarratti bobbahanaii jiran kunneen heeyyama seera qabeessummaa hojichaa kan hinqabne... Read more »

“Raayyaa Ittisaa keessatti saba amanamuufi shakkamutu ture”

  -Jeneraal Baacaa Dabalee Finfinnee: Wantoota garaa garaa sababeeffachuudhaan saba tokko amanamaafi naagoo olaanaa ta’eef kaadhimuuniifi saboota biroo immoo sababa quufsaa hintaaneen shakkuun raayyaa ittisa biyyaa keessatti mul’achaa kan ture ta’uu miseensa... Read more »

Irreen dargaggootaa bulchiinsa qawwee burkuteesse nagaafis diriiruu qaba

Finfinnee: Irreen bulchiinsa qawwee burkuteesse nageenya amansiisaa biyyaa qabatamaan mirkaneessuuf akka diriiruu  dargaggoonni ibsan. Mariin nageenyaa dargaggoota naannoolee hirmaachise kaleessa Finfinnee, Wiirtuu Aadaa Biyyaalessaatti qaamota dhimmisaa ilaallatu waliin kan gaggeeffame yoo ta’u,... Read more »

Eebbifamtoota qabxii haaraa galmmeessisan, Doktar Sanyiifi Doktar Beezaawiit

Doktar Sanyii Qajeelaa Magaalaa Naqamteetti dhalatee guddate Barumsasaa sadarkaa tokkoffaa Mana Barumsaa Burqaa Jaatoo akkasumas sadarkaa lammaffaa Biiftuu Naqamteefi Qophaa’inammoo Kompireensivii Naqamteetti barate. Barnoota sadarkaa lammaffaa qabxii olaanaa fiduudhaan Yunvarsiitii Finfinnee, Kolleejjii... Read more »

Hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu Oromiyaattis cimee ittifufa

Finfinnee: Tarkaanfii mootummaan federaalaa hattootaafi sarbitoota mirga namaarratti fudhaa jirurraa ka’uun Oromiyaattis olaantummaa seeraa kabachisuun cimee kan ittifufu ta’uu Manni Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa ibse. Abbaan Alangaa mana hojichaa Tashoomaa Girmaa... Read more »