“Furmaatni jalqabaa rakkoo nageenyaa Itoophiyaa mudataa jiruu aadaa siyaasaa keenya jijjiiruudha” -Obbo Binnaalfi Andu’aalam

Turtiin Dhaabbanni Pireesii Itoophiyaa Ministira Nageenyaa Itoophiyaa Obbo Binnaalfi Andu’aalam waliin taasise akka armaan gadiitti dhihaateera. Gaaffii: Ministeerichi erga labsii bara 2011 baheen hundaa’ee as keessattuu waggoota shanan darbanitti waan hojjachaa ture... Read more »

 Aadaa Oromoo Gujii keessatti dubartiin woyyuu

Sirni Gadaa Jarmiyaalee hawaasaa umriidhaan, korniyaan sadarkaa barnootaafi ulaagaa birootiin hinqoodu. Garuu Jarmiyaalee kunneeniif gaheefi ittigaafatamummaawwan garagaraa kenna. Ulfina dubartiif kennamurraa dubartii dura laga hince’an. Duudhaa sirna Gadaatiin dubartootnis ta’e dhiirotni waan... Read more »

“Babal’ifannaan daangaa humnaan taasifamu gufuu misooma keenyaa waan ta’eef haqa bakkatti deebisuun misooma ittifufsiisuun furmaata” – Aadde Ikraam Xahaa

 Godinni Harargee Lixaa godina kanaan dura omisha jimaafi albuudaan daran beekamuudha. Haata’uutii dhiyeenya kana keessumaa waggoota sadan darbanitti misooma jallisiin haala hinbaratamneen inisheetivii qamadii babal’isuun eeggattummaa midhaan nyaataa maqsuun godina seenaa hojjetaa... Read more »

Injifannoo Adwaarratti duudhaa kabaja fardaafi gumaachasaa

Guuboon jechaa Afaan Ingilizii Oksifoordi jecha Farda jedhu beeylada manaa biqiloota sooratu, qaamaan guddaa, kottee jabaa qabu, garmaamu, ba’aa baachuufi gaarii harkisuun tajaajila hawaasaaf kennu jedhee hiika. Walittidhufeenya Oromoofi farda gidduu jirurraa... Read more »

 “Injifannoo Adwaa seenaa qeenxee, olaantummaan amantiifi saba tokkoo faarsu hambisuun seenaa waloon akka jiraatu taasiseera” – Obbo Girmaa Namarraa (Hayyuu Seenaa)

Keessummaan Gaazexaa Bariisaa maxxansa kanaa Inistiitiyuutii Qo’annoofi Qorannoo Oromootti, Qorataa Seenaafi Dursaa Garee Qorannoo Seenaa Kaadhimamaa Doktaraa Girmaa Namarraati. Gaafdeebii dheengadda ayyaana Injifannoo Adwaa 128ffaafi seenessa waloorratti xiyyeeffachuun hayyuu kana waliin taasifne... Read more »

 Sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gujiifi duudhaaleesaa

Ardaa jechuun bakka namoonni quttuma jireenyaa, fooraa ykn horaa, qachaa sirna Gadaa, mana jireenna dhunfaafi kkf irraa qubatanii turan jechuudha. Gabalaan (area) Gadaan itti qachisee ykn qubatee ittijilifatu ardaa jedhama. Bariisaanis odeeffannoo... Read more »

“Mootii Abbaa Jifaar keessummaa bunaan simatanii ‘Bunaafi nagaa hindhabinaa’ jedhanii eebbisanii gaggeessu” -Obbo Najiib Abbaaraayyaa (Kantiibaa Magaalaa Jimmaa)

Jimmi magaalota Itoophiyaa Kibbaa dur hundeeffaman keessaa ishee tokko. Magaalaa seenaqabeettiin wiirtuu daldalaa taatee tajaajilaa turte tun jijjiirama sirna mootummaa waliin yeroo tokko ho’aa yeroo kaan ammoo qabbanaa’aa turuunshee ni yaadatama. Magaalaa... Read more »

 Dhaloota hambaa lakkaa’u osoo hintaane, qaroominaafi ogummicha dhaalu horachuuf dirqama haadholiin bahataa jiran

Nama qurxummii fedhuuf qurxummii laachuurra akkaataa qurxummiin itti qabamtu barsiisuun fala sirriidha jedhama. Dhugaadha, kennaan namni guyyaa tokkoof namaa kennu gammachuu yeroo gabaabaa yoo namaa kenneen ala hiyyuma keessaa nama hinbaasu. Kanaafuu... Read more »

 “Waggoota lama booda Itoophiyaan maxxansa kitaabilee barnootaatiin of dandeessi” – Pirofeesar Birhaanuu Naggaa

Aangoowwan Ministeera Barnootaatiif kennaman keessaa inni tokko sirni barnootaa biyyattii sirnaan hojiirra akka oolu hordoffii taasisuudha. Kanarrattis sirni barnootaa inni haaraa manneen barnootaa hundatti akka hojiirra ooluufi qophiin kitaabilee barnootaa kanaaf barbaachisan... Read more »

 ‘Gifaataa’: Ayyaana bara haaraa saba Walaayittaafi sirna araaraa isaan walqabatee adeemsifamu

Sabni kamuu afaan, aadaa, duudhaa, seenaafi hambaalee aadaa ittiin beekamu qaba. Barreeffamni kun aadafi duudhaa sabni Walaayittaa ittiin beekamu keessaa isaan ijoo ta’anirratti xiyyeeffata. Ittigaafatamaa Qajeelcha Aadaafi Turizimii Godina Walaayittaa Obbo Tashoomaa... Read more »