“Akka nama haadhaafi abbaa dhabeetti osoo gadda keessa jirruu harmi gu’e mirgise, ijji raajii arge, gurri aaga dhagahe” -Obbo Ramadaan Alihajii

Barri 1996 baatii sadaffaan nuuf gadda cimaa ture, boonyee mankaraarree akka nama haadhaafi abbaa dhabeetti imimmaan keenya lakkuu lakkuu ofirra lolaasnee boqonnaa sammuu keenyaa, madda haara galfii, irbaata guyyaa keenyaatu nuharkaa bahe,... Read more »

 Heera, aadaafi duudhaa ganamaa Oromoofi qabiyyeewwansaanii

Kutaa 3ffaafi isa xumuraa Meedhicha ittikaa’uu Erga sirni gumaa kafalamee dhume booda meedhichi sangaa baalaa qalamu sanarra miila bitaarraa baasuun nama harka danawettii kaa’ama. Kan miila mirgaarraa baafamemmoo nama namni irraa du’e... Read more »

 “Yaadamni haaraan carraawwan qabnu adda baafnee ittifayyadamuun hiyyummaa keessaa ba’uurratti xiyyeeffata” – Obbo Usmaan Surur

Keessummaan Bariisaa torban kanaa Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaatti, Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti, Qindeessaa Damee Qonnaafi Misooma Baadiyyaafi Hogganaa Biiroo Qonnaa naannichaa Obbo Usmaan Sururi. Gaafdeebii dhiyeenya haala qonna waliigalaa naannichaarratti xiyyeeffachuun Obbo Usmaan waliin... Read more »

 Heera, aadaafi duudhaa ganamaa Oromoofi qabiyyeewwansaanii

Kutaa 2ffaa Gumaa daalacha jechuun maal jechuudha? Akkuma jalqaba kaafame imimmaan haqataa xumureen gaariin ambaa (jaarsa ambaa) faajjii qabatee gaaddisatti jidduu taa’ee beellama qabamerratti gumaa kafaluun araara buusuuf waa’ee araaraa dubbachuu eegala.... Read more »

 “Nageenya naannoofi ollaa keenyaa yoo eegneedha nageenya biyyaa mirkaneessuu kan dandeenyu”- Obbo Indaashaawu Xaasawu

Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Pirezdaantii Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaa Obbo Indaashaawu Xaasawu yoo ta’an, gaafdeebii dhimmoota nageenyaa, bu’uuraalee misoomaa, galii, qonna, barnoota, fayyaa, invastimantii, hojiirra oolmaa sagantaa ‘Maaddii Guutuu’ carraa hojiifi walitti hidhamiinsa... Read more »

 “Warraaqsi keenya diina ofirraa qolachuurra darbee ollaaf wabii ta’uudha” – Obbo Geetuu Gammachuu

Mammaaksa tulluu darban biddeenni tulluudha jedhuun biyya keessatti qabsaa’ee diinasaa injifachuu osoo danda’uu biyyaa ba’ee karaatti kan hafe tokko lama miti. Haala qilleensaa mijataa hojjetanii diina ofii seenaa gochuun danda’amu keessa osoo... Read more »

 Heera, aadaafi duudhaa ganamaa Oromoofi qabiyyeewwansaanii

Kutaa 1ffaa Oromoon heera tumatee yeroo dheeraaf ittiin bulaa tureefi ammas ittiin walaraarsaa jiru qaba. Heerri Oromoon ittiin walbulchaa tures sirna Gadaa jedhama. Sirni Gadaa damee tumaalee heeraa guguddoo qabu keessaa tokko... Read more »

Duudhaaleefi sirnoota walharkaa fuudhiinsa baallii Gadaa Gujii

Oromoon ummata afaan tokko dubbatu, aadaa walfakkaataa qabu, daangaa tokko keessa waliin jiraatu, gaariifi hamaa waliin dabarsu, jireenyisaa kan hawaasummaa, dinagdeefi siyaasaas walitti hidhaminsa kan qabuudha. Ummatni kun dhimmoota adda addaarratti ilaalchafi... Read more »

“Jijjiiramaa as Godina Daawurootti hojiileen misoomaa fayyadamummaa ummataa mirkaneessan hedduun raawwatamaa jiru” -Obbo Daawwit Gabayyoo (Bulchaa godinichaa)

Godinni Daawuroo godinaalee Naannoo Ummattoota Itoophiyaa Kibba Lixaa keessaa tokko yoo ta’u, jijjiiramaa as hojiileen misoomaa godinichatti adeemsifamaa jiran fayyadamumnaa hawaasaa mirkaneessafi gaaffiilee misoomaa barootaaf turan hedduu deebisaa jiru. Godinichi iddoowwan hawwata... Read more »

Iddoowwan hawwata turistii Daawuroofi aadaa sabichi ittiin beekamu keessaa muraasa

Daawuroon godinaalee Bulchiinsa Naannoo Ummattootta Itoophiyaa Kibba Lixaa ja’an keessaa tokko yoo ta’u, aanaalee 10fi bulchiinsota magaalaa lama qaba. Maagaalaan Tarcaa ammoo magaalaa guddittii naannichaafi godinattii taatee tajaajilaa jirti. Godinni Daawuroo iddoowwan... Read more »