Beekaan “Singonfa” jennaan, galeen mari’adha jedhe gowwaan

Garaan haadhaa burreedha takkaan haxxee takkaan ammoo gowwaa dahuunsaa hinoolu. Kaan hattuu kaan galtuu kaan ammoo utubaa biyyaaf abdii maatii ta’ee argamuun uumama dhala namaati. “Haxxee abbaatu jabeeffata gowwaa firatu gorfata” jedhe... Read more »

Hunduu tiksee nageenyaa ta’uu qaba

Namni tokko ba’ee kan galu, daldalee kan buufatu, facaasee kan haammatu, hojjetee kan badhaadhu yoo nageeyi jiraateedha. Nama dhuunfaa qofa miti, biyyi tokko karoorfattee kan guddattu, jireenyaaf mijattuu kan taatu, dinagdeen kan... Read more »

Gabaa tasgabbeessuuf hojjetamus daballiin gatii hordoffii dhabaa jira

Gabaa tasgabbeessuuf bakki gurgurtaa omishaalee kan qophaahe ta’us hordoffiin daballii gatii tasgabbeesuuf taasifamu laafaa ta’uu Dhaabbanni Gabaa Omisha Qonnaa Oromiyaa beeksise. Hoogganaan dhaabbatichaa, Obbo Hayiluu Dajanee ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif addatti gabaa... Read more »

Manneen barnootaa cufaman bansiisuuf hawaasni tumsuu qaba

Sababa rakkoo nageenyaan walqabatee Godinaalee Wallagga Bahaa, Qellam Wallaggaa, Booranaa, Gujiifi Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti manneen barnootaa 810 kan cufaman yoo ta’u, Wallagga Lixaatti ammoo manneen barnootaa 955 guyyoota sagaliif cufamanii turan... Read more »

“Nagaa argame itti dhimmamanii eeguu barbaachisa” – Obbo Galaasaa Dilboo

Jijjiirama ammaan tana biyyattiitti mul’ataa jiru warri dhimmisaa ilaallatu marti itti dhimmamanii eeguu akka qaban Hayyudureen ABO Qaama Ce’umsaa gaafatan. Hayyudureen addichaa, Obbo Galaasaa Dilboo ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

Ayyaanni Qillee nageenyaaf dursa kennuun akka kabajamu gaafatame

Guyyaa Dhaloota Yasuus Kiristoos Wiixata dhufu kabajamu ilaalchisuun abbootiin amantii ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Abbootiin amantii kunneenis hordoftonni amantii kiristaanaa ayyaanicha wayita kabajan hunda dura nageenyaaf dursa kennuu akka qaban dhaamaniiru.Paatiriyaarkiin Bataskaana... Read more »

“Dinagdeen Itoophiyaa %11n guddatee hinbeeku”

Dinagdeen Itoophiyaa %11n guddatee hinbeeku. Ummatni biyyattii hiyyummaa keessa utuu jiruu dinagdeen biyyattii harka 11n guddateera jedhanii ummata sobuun sirrii hinturre. Gabaasa kana yeroo paarlaamaa keessa turan falmaa turaniiru. Biyyattiin omisha qonnaa... Read more »

Dhimma nageenyaarratti cichinee haa hojjennu

Qabsoofi wareegamni ummanni biyyattii keessumaa waggoota muraasa darbanii as taasisaa turan dhaaba siyaasaa tokko ykn ummata Oromoo qofaaf utuu hintaane injifannoo bilisummaa ummattoota Itoophiyaa hunda kan mirkaneessedha. Biyya keenyaa waggoota darbanitti sarbama... Read more »

Jimmaa Abbaa Jifaar mo’amus carraa biraa argate

Finfinnee: Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaatiin waggaa waggaan kan adeemsifamu Shaampiyoonaan Kubbaa Miilaa Kilaboota Afrikaa, baranas biyyoota adda addaatti adeemsifamaa jira. Shaampiyoonicharraatti hirmaachaa kan jiran walmorkiiwwan kilaboota biyyootassaaniitti bara darbee abbaa waancaa ta’an... Read more »

Walmorkiin nageenyaa Finfinneetti adeemsifamaa jira

Finfinnee:Waggaa waggaadhaan kilaboota Atileetiksii Itoophiyaa jiddutti kan adeemsifamu shaampiyoonaan atileetiksii, baranas Kibxata darbeerraa kaase istaadiyooma Finfinneetti adeemsifamaa jira. Shaampiyoonaa kanarratti kilaboota 23 irraa atileetonni 604 korniyaa lameeniinuu hirmaachaa kan jiran yoo ta’u,... Read more »