Ayyaana Cuuphaafi Shawaa Kaabaa

Ayyaanonni amanatiidhaan walqabatanii kabajaman faayidaa amantiitti dabalee duudhaalee aadaafi uumamaa of keessatti qabataniin daaw’attoota biyya keessaafi alaa daran hawatu. Ayyaanni Cuuphaa waggaa waggaadhaan Amajjii 11 keessumaa hordoftoota amantii Ortodoksiitiin sirna ho’aadhaan duudhaasaa... Read more »

Artisti sagaleensaa nikularii: Umar Suleeymaan

Artisti Umar Suleeymaan gootaafi hayyicha Oromoo Suleeymaan Shayimoorraa bara 1953 Godina Baalee, Aanaa Diinshoo, Ganda Abbakara Zaallo’oo jedhamutti dhalate. Abbaan Artisti Umar goota finiinaa bara sirna nafxanyaa isaan tuquun akka nama waaqatti... Read more »

“Dhugaan jiru akka miiidiyaa hawaasaarratti hafarfamu miti” – Jeneraal Biraanuu Juulaa

Tibbana naannolee biyyattii garagaraatti walittii bu’iinsonni ni mul’atu. Kanaanis lubbuun lammiilee darbeera, qabeenyi barabadaa’eera. Keessumaa waldhabdeen Oromiyaa lixaafi Gondar lixaatti uumame ajandaa bal’aa ta’ee tureera. Kana malees uggurri konkolaataawwan waraanaa Raayyaa Ittisaarratti... Read more »

“Ambaasaaddaroonni ergama biyyaa akka milkeessaniif malee bashannanaaf hinergamne” -Doktar Abiyyi Ahmad

Tibbana Ministirri Muummeen Mootummaa RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad dippiloomaatotaafi ambaasaaddaroota Itoophiyaa biyyoota adda addaatti haaraa ramadamaniifi buleeyyii wajjin dhimmoota gaga garaarratti waajjirasaaniitti mari’ataniiru. Ambaasaaddaroonni hedduu hojii akka feeteen hojjechaa jiraachuus maricharratti eeraniiru.... Read more »

Erga Oromoon waljifatee dimokraasummaan Sirna Gadaa maali?

Sirni Gadaa sirna bulchiinsa hawaas-dinagdeefi siyaasaa ummatni Oromoo baroota hedduuf karaa dimokraatawaa ta’een ittiin walbulchaa tureedha. Kunis  dhalootarraa dhalootatti darbaa  har’a kan gahe yoo ta’u, hawaasa addunyaafis keessumaa biyyoota lixaatiif akka bu’uuraafi... Read more »

Waamichi tollaan awwaannaan tole

Ummatoonni biyya keenyaa bara dhufaa darbaatti, sirnoota abbaa lafaa, cunqursitootaafi abbootii irree dabaree irratti walfuraniin gidiraa argaafi rakkoodhaan gadadamaa turaniiru. Lammiin Itoophiyaa biyya keessaafi alatti argamu gama hundaan miira abdii kutannaa keessa... Read more »

Jijjiiramoonni mul’atan Artisti Umar Suleeymaaniin oggaa ibsaman

Waggoota hedduuf ogummaafi humna artii fayyadamee siyaasa ummata Oromoo dammaqsuuf hojjechaa kan tureefi jiru, Artisti Umar Suleeymaan tibbana gara biyyasaatti deebi’eera. Artistichi Gaazexaa Bariisaa wajjin gaafdeebii bal’aa kan taasise yoo ta’u, ibsa... Read more »

“Ajajaafi miseensonni WBO waamicha nageenyaa fudhatan harka keenya jiru” -Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo

Labsii nageenyaa torban lamaan kana Gujiitti labsame fudhachuun Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Kibbaafi miiltoowwansaa harka abbootii Gadaa Jiraachuu Abbaa Gadaan Gujii ibsan. Abbaan Gadaa Jiloo Maandhoo ibsa kaleessa Gaazexaa Bariisaatiif kennaiin... Read more »

Oromiyaa Lixaafi nageenyashee

Oromiyaa Lixaatti rakkoon nageenyaa hammaachaa ture tarkaanfii qaamoleen nageenyaa naannichaafi federaalaa walta’insaan hawaasa, abbootii Gadaafi amantii mariisisuun fudhataniin tasgabbaa’aa jiraachuushee Komishinarri Komishinii Poolisii Oromiyaa Jeneraal Alamaayyoo Ijjiguu Roobii darbe miidiyaaleef ibsaniiru. Baatiiwwan... Read more »

Misiriifi Waancaa Kubbaa Miilaa Afrikaa

Guddina ispoortii kubbaa miilaa Afrikaaf bu’uura kan ta’e Koreen Kubbaa Miilaa Afrikaa, kan wayita ammaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa jedhamuun beekamu kan hundeeffame Amajjii 8 ALA bara 1957 magaalaa guddittii Sudaan Kaartumitti.... Read more »