Gujiitti qonnaan bultoonni 143 gara invastimantiitti ce’an

Finfinnee: Godina Gujiitti ji’oota ja’an darbanitti qonnaan bultoonni 143 gara invastimantiitti ce’uu Waajjirri Invastimantii godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Mabraatuu Roobaa torbee darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, godinichi damee invastimantii qonnaafi... Read more »

 Biirichi giddugala tursiisa daa’immanii babal’isaa jira

Finfinnee: Manneen hojii mootummaa keessatti giddugala tursiisa daa’immanii babal’isaa jiraachuu Biiroon Dhimma Dubartootafi Daa’imman Oromiyaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Kominikeeshinii Aadde Ruuqiyaa Bashuu ibsa Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, biirichi... Read more »

 Roobni ji’a Bitootessaa hojii qonnaafi nyaata beeyiladaatiif mijataadha

Finfinnee: Roobni ji’a Bitootessaa hojii qonnaafi nyaata beeyiladaa biqichuuf mijataa ta’uu Inistiitiyuutiin Metiworolojii Itoophiyaa beeksise. Ittigaafatamaa Ittaanaa Damee Raaga Metiworolojii, Tajaajila Gorsaafi Qorannoo Inistitiyuutichaa Doktar Asaamminoo Tashoomaa ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

Warshaan dhagaa cilee qarshii biliyoona shanii oliin Tarcaatti ijaaramaa jiru dhiyeenyatti hojii eegala

Tarcaa: Warshaan dhagaa cilee qarshii biliyoona shaniin Godina Daawuroo, nannawaa Magaalaa Taarcaatti Kubbaaniyaa Misooma Albuuda ‘ET’ (ET MINERAL DEV. T.S.C) jedhamuun ijaaramaa jiru dhiyeenyatti xumuramee hojii kan jalqabu ta’uu Bakka Bu’aan Kubbaaniyichaa... Read more »

 Diyaasporaa garaagarummaa ilaalchaa qabaatus dhimma biyyaarratti tokko ta’uu qaba

Finfinnee: Garaagarummaan ilaalcha siyaasaa hawaas diyaasporaa gidduu jiru fayyaalessa ta’us dhimma biyyaarratti tokkummaa’uun dirqama ta’uun ibsame. Waltajjiin marii carraa investimantiifi dhimma biyyaarratti hirmaannaa diyaasporaarratti xiyyeeffate Kamisa darbe galma Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo... Read more »

Daandii AddelleeSakkiinaa deebii rakkoofi gaaffii bara dheeraa Godina Arsii

Finfinnee: Ummatni godina Arsii, Aanaa Amiinyaa sababa daandiin rakkoo daran ulfaataafi bara dheeraaf iyyachaa turan daandiin isaaniif hojjetamuusaaf akka lammata dhalachuutti miirasaanii ibsachaa jiru. Aanaan qabeenya uumamaan badhaate daandiin dhibuun jireenyi yaaddoo... Read more »

Wayita soomaa biyyaaf kadhachuufi gaarii hojjechuun dirqama hundaa ta’uu qaba” – Abbootii Amantaa

Finfinnee: Hordoftoonni amantaa kirsitaanaafi Islaamaa wayita sooman biyyaa kadhachuu, gaarii hojjechuufi dubbachuun dirqama amantaasaanii ba’uu akka qaban Abbootiin Amantaa hubachiisan. Abbootiin amantaa kunneen soomana tibba dhufu qabamu ilaalchisiin ibsa Kamisa darbe Dhaabbata... Read more »

“Magaalaa baadiyyaatti mirgiifi faayidaan dubartootaa walqixa kabajamuu qaba” – Pirezidaanti Sahaalawarqi Zawudee

Finfinnee: Magaalaa baadiyyaatti mirgiifi faayidaan dubartootaa walqixa kabajamuu akka qabu Pirezidaantiin Itoophiyaa Sahaalawarqi Zawudee hubachiisan. Guyyaan dubartootaa akka addunyaatti yeroo 113ffaaf, akka Itoophiyaatti ammoo yeroo 48ffaaf mataduree ‘Dubartoota haa gahoomsinu, misoomaafi nageenya... Read more »

 Oromiyaatti namoota miliyoona 1.2 oliif carraan hojii uumame

Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti ji’oota ja’an darbanitti namoota miliyoona 1.2 oliif carraan hojii uumamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa naannichaa beeksise. Daarektarri kominikeeshinii biirichaa Obbo Tolasaaa Ajjamaa Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka... Read more »

 Godina Jimmaatti bunni kuntaalli miliyoona 2.5 sassaabame

Finfinnee: Godina Jimmaatti bara bajataa 2016tti buna kuntaala miliyoona 2.2 walitti qabuuf karoorfamee hanga ammaatti lafa hektaara kuma 275 irraa bunni kuntaala miliyoona 2.5 sassaabamuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Ittigaafatamaa Ittaanaan Waajjirichaa... Read more »