Roobeetti miidhamtoota qaamaa 41f deeggarsi Wiilcharii taasifame

Roobee: Deeggarsi kun walta’iinsa dhaabbata gargaarsaa ‘Agape Mobility Ethiopia’fi Waajjira Dhimma Hojjataafi Hawaasummaa magaalichaatiin kan qophaa’e yoota’u; har’a bakka hoggansi mootummaafi qaamoleen garagaraa argamanitti miidhamtootaaf qaMagaalaa kenname. Nama gargaaruuf nama ta’uun qofti... Read more »

 “Gurmaa’insi caasaa haaraa gandootaa kan hawaasarratti ijaarame osoo hintaane ummataaf ijaarame” – Shiimallis Abdiisaa,PMNO

Jijjiirama hunda galeessa gama sochii hawaas-dinagdeefi siyaasaan argamsiisuuf caaseffamni gandaa qindaa’aan jiraachuun murteessaadha. Seenaa biyya keenyaa keessatti yeroo Dargiin haala aangootti dhufe bara 1967 caasaan gandaa bifa amma jiru kanaan ijaarame. Akka... Read more »

 Biyyoonni miseensa garee 7 damee qonna Itoophiyaarratti Invastii akka godhan gaafatame

Biyyoonni miseensa garee 7 damee Qonnaa Itoophiyaarratti Invastii akka godhan waamichi taasiifameera. Itoophiyaan waltajjii misooma Qonnaa biyyoota miseensa garee 7 Xaaliyaanii Siiraakuusitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti. Ministirri Ministeera Qonnaa Doktar Girmaa Amanteen... Read more »

 Shawaa Lixaatti omisha ruuziirraa callaa kuntaala miliyoona 1.3 argachuuf karoorfame

Finfinnee: Bara Omishaa 2016/17 Godina Shawaa Lixaatti lafa hektaara kuma 31fi 786 sanyii ruuziitiin uwwisuun callaa kuntaala miliyoona 1.3 argachuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonna Godinichaa beeksise. Waajjirichatti Dursaan Garee Misooma Midhaaniifi Eegumsa... Read more »

 Ji’oota lamaan darbanitti miseensotni Shanee 728 ol mootummaatti harka kennatan

Finfinnee: Ji’oota lamaan darbanitti tarkaanfii qindaa’aa ummataafi qaamolee nageenyaatiin Shaneerratti fudhatameen miseensonni Shanee 728 ol mootummaatti harka kennachuu godinaaleen Shawwaa Lixaafi Wallagaa Lixaa beeksisan. Bulchaan Godina Shawaa Lixaa Obbo Didhaa Guddataa Roobii... Read more »

 Naannoo Affaaritti calalliin ajandaa marii biyaalessaa Fulbaana 21-27tti gaggeeffama

Finfinnee: Nannoo Affaaritti calalliin ajandaa marii biyyaalessaa Fulbaana 21-27 bara 2017tti akka gaggeeffamu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Komishinichatti ogeessa olaanaa hordoffiifi madaallii karooraa Obbo Gizaachoo Maaruu Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti,... Read more »

 Goobeefi Shinooyyee: Sirba gammachuu waqtii birraa

Finfinnee: Ummata Oromoo biratti Waqtiin Gannaa dukkanaafi rakkinatti fakkeeffama waan ta’eef bari’uun Birraa miira gammachuudhaan eegama. Waqtiin Birraa yeroo itti walargan, yeroo midhaan ganna faca’e daraaree itti mul’atuufi yeroo dacheen magariisa uffattee... Read more »

 Omisha yeroo ammaa oyiruurraa jiru keessaa hektaarri miliyoonni 9.4 aramame

Finfinnee: Omisha bara 2016/17 sanyiin uwwifame keessaa hektaarri miliyoona 9.4 marsaa lammaffaaf aramamee kunuunfamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa ibse. Hektaara kuma 195fi 143 irratti waagiin mul’ate biifaa keemikaalaa geggeeffameen dhibbaan 97 to’annoo... Read more »

 Irreechi Oromiyaafi Oromiyaan ala hanga Onkololeessa 30tti kabajama

Finfinnee; Irreechi Oromiyaafi Oromiyaan alatti hanga Onkololeessa 30tti kan kabajamu ta’uu Gumiin Abbootii Gadaa Oromoo beeksise. Gumichi ibsa Kamisa darbe miidiyaaleef kenneen akka beeksisetti, Irreechi Hora Finfinnee Fulbaana 25, Hora Harsadeetti Fulbaana... Read more »

 Wiirtuuleen Aadaa Finfinneetti ijaaramaa jiran aadaa Oromoo deebisuuf gahee guddaa gumaachu

Finfinnee: Wiirtuuleen Aadaa Oromoo Magaalaa Finfinneetti ijaaramaa jiran Aadaa ummata Oromoo Finfinneetti deebisuuf gahee guddaa taphachuu kan danda’an ta’uu Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Misooma Sona Aadaa, Afaaniifi Hambaa Obbo... Read more »