“Dargaggoo Roonaaldoo faarsu miti Roonaldoo caalu horachuuf hojjechuu qabna” – Obbo Tijjaanii Naasir

Jimma: Waa’een kubbaa miilaa biyya alaa gafa ka’u dhiirri, dubartiin kara deemaan seenaa kilabiisaanii, seenaa taphattootaa, akkaataa taphasaanii gola jireenyasaanii xiinxalee balballoomsu kumaaf kitiladha. Jarri waa’ee taphattoota kanneenii haasa’an waa’ee taphattoota kanaa... Read more »

 Walitti hidhaminsaa Indastiriifi kanneen omisha barbaadan jidduu jiru cimsuun misooma si’eessuun barbaachisaadha

Walitti hidhamissaa Indastiriifi kanneen oomisha barbaadan jidduu jiru cimsuun misooma ariifachiisuun barbaachisaa ta’uu Ministira Muummee Ittaanaa RFDI Obbo Tamasgeen Xurunaa himan. Jilli isaaniin durfamu magaalaa Bahaar Daaritti sosochii hojii misooma jiru daawwateera.... Read more »

 Qophii nageenyaa Ayyaana Faasikaa ilaalchisee ibsa Komishiinii Poolisii Oromiyaarraa kenname

Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaaf baga Ayyaana Faasikaa (Sooma Hiikaa) bara 2016n isin gahe jechaa, Komishiiniin Poolisii Oromiyaa ergamasaa gama hundaan hojiirra olchuuf hirmaannaa ummataatiin hojjachaa tureera, ammas hojjachuurratti argama. Ergamnisaa guguddoon nageenya... Read more »

Miseensonni Shanee harka kennachuu ittifufan

Godina Boorana Bahaatti miseensonni ABO Shanee 107 ta’an waamicha karaa nagaa mootummaan taasiseef fudhachuun harka kennatan. Godinichatti tarkaanfii olaantummaa seeraa mirkaneessuu qindoomina qaamolee nageenyaatiin fudhatamaa jiruun miseensota garee ABO Shanee rukutamaa jiru.... Read more »

 Bu’aalee guguddoo Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa imalasaa waggoota 30n galmeessise

Agarsiisni imala sektaroota mootummaa Naannoo Oromiyaa waggoota 30 darbanii mul’isu kan Qindeessummaa Biiroo Kominikeeshinii naannichaatiin qophaa’e Bitootessa 25-27 bara 2016tti Giddugala Aadaa Oromootti adeemsifameera. Waltajjicharratti sektaroonni mootummaa naannichaa hundi agarsiisawwan imalasaanii waggoota... Read more »

 Amala haalonni balleessan sirreessuuf furmaanni sobaafi haasaa jibbiinsaa lagachuudha

Labsiin haasaa jibbiinsaafi odeeffannoo sobaa ittisuufi to’achuuf bahe falmii dheeraa booda sagalee caalmaan erga ragga’ee waggoonni afur lakkaa’amaniiru. Labsiin kun haasaa jibbiinsaafi odeeffannoo sobaa haleellaa saba, amantaa, ummata, korniyaafi qaama miidhamummaa irratti... Read more »

 Dirree tokkummaan daragaggoota Oromiyaa itti calaqqise, tapha guutuu Oromiyaa

Ispoortiin jaalala, nagayaa, tokkummaafi ijaarsa naamusa gaariifi qaroomina sadarkaa gandaarraa hanga addunyaatti hariiroo waloo cimsudha. Tapha ispoortii gara garaa keessatti kutaaleen hawaasaa adda addaa akkaataa dandeettiisaaniitti kan irratti hirmaatan yoo ta’u, korniyaawwan... Read more »

 Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaatti hojiin lafa baargamoon irra jiru ciranii kuduraaleefi fuduraalee omishuu faayidaa olaanaa argamsiisaa jira

Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaatti sosochiin baargamoo ciranii hundeesaa buqqisanii baasuun kuduraaleefi fuduraalee gara garaa omishuu daran cimee ittifufuun bu’aa guddaa argamsiisaa jira. Naannichatti jiraataan Magaalaa Halaabaa Qulliittoo Obbo Abdulzakii Saaliyaa lafa baargamoon irra... Read more »

 Duudhaaleen walii yaaduufi garaa walii laafuu yeroo ayyaanaatti mul’atan idileeffamuu qabu

Yeroon harki dondhaa itti diriirfatu, amanaan waaqasaa itti sodaatuufi itti abboomamu, yeroo rakkataan haala addaatiin itti gargaaramuufi Waaqni dhala namaatii itti araaramu waqtii filatamaa waqtii kabajamaa, kijibniifi hawwiin dharaa fashalaa’ee dhugaan qal’ate... Read more »

 Du’aa ka’uu: Fakkeenya jaalalaafi garraamummaa

Akka amantaa Kiristaanaatti fannoo booda otoo du’aa ka’uun jiraachuu baatee amantichi hinjiraatu ture. Imalli dhumaa Yesuus lafa kanarratti taasise seenaa gaddisiisaa ta’ee hafaayyu. Abdiin dhala namaas nidukkanaa’a ture. Garuu du’aa ka’uun misiraachoo... Read more »