Oromoofi barreessitoota seenaa biyya keenyaa

Kutaa 8ffaa Haata’u malee jalqaba jaarraa 15ffaa keessa imaltoonni Poorchugaal gara biyyattii seenuu waan eegalaniif biyyattii addunyaatti beeksisuu qofa otoo hinta’in jalqaba walitti bu’iinsa haaraafi babal’ina kallattii waraanaaf kan daandii baneedha. Babal’inni... Read more »

Oromoofi barreessitoota seenaa biyya keenyaa

Kutaa 7ffaa Bara duula guddaa Ahimad Giraany sana Ajajaan waraana Dawwaaroo gara mootichaa ture Faanu’eel Tulluu mo’amee erga achii ka’ee booda namni Dawwaaroo bulchaa ture Oromticha Daaglaa jedhamuufi namtichi kunis booda ajajaa... Read more »

Oromoofi barreessitoota seenaa biyya keenyaa

Kutaa 6ffaa 6. Moototaafi anga’oota Oromoo bara jiddugalaa Yeroo baay’ee seenaan mootota Itoophiyaa yoo ka’u, kutaalee kaaba Itoophiyaa keessaa ka’uun namoota biyya bulchaa turan qofarratti akka xiyyeeffatamaa ture ni beekama. Kunis mootota... Read more »

 Oromoofi barreessitoota seenaa biyya keenyaa

Kutaa 5ffaa Duulli guddaan Peershiyaa, Giriikootaafi Faarsii jidduutti gageeffame, humna namaafi Arboota (Elephant) waraanaaf ta’an barbaacha gara Itoophiyaafi Hinditti akka socho’aniifi ummattoota kaaba baha Afrikaas akka loltuutti itti fayyadamuuf gabroomsaafi akka jeeqaa... Read more »

Oromoofi barreesitoota Seenaa biyyaa keenyaa

Kutaa 4ffaa Bifuma kanaan walitti dhufeenyaafi walfakkii ummata Oromoofi saboota damee Kuushirraa maddan saayinsii xinqooqaafi sanyaba (linguastics and antroograpological evedens) fudhachuu ykn irratti hunda’anii qorachuun dhugaan kun akka ifa ta’e godhameera. Ragaaleen... Read more »

Oromoofi barreessitoota seenaa biyya keenyaa

Kutaa 3ffaa Barreessaan seenaa ummata Itoophiyaa durii jechuun Mariiraas Balaayiin barreeffame akka ibsutti, immoo saba Oromoo sayniidhuma, Kuushiifi Mandabaayii jedhee kan ibsu yoo ta’u, innis kitaaba seenaa moototaa Suubiyaa, Marawwee, Nuubiyaa, Naappaataafi... Read more »

Oromoofi barreessitoota seenaa biyya keenyaa

Kutaa 2ffaa Haata’u malee Sabni Oromoo naannawawwan armaan olitti eeraman Hargeessaafi Somaaliyaa jiddugalaa keessa qubatee jiraachaa akka tureefi kunis seenaa keessatti kan beekaman yoo ta’u, isaanis seenaa waliin jireenya saba kanaa keessatti... Read more »

Oromoofi barreesitoota Seenaa biyyaa keenyaa

Oromoon ummatoota Itoophiyaa keessatti seenaan isaanii jallatee barraa’aa ture keessaa isa tokkoodha. Seenaa ijaarsa biyya kanaa keessatti Oromoon kallattii lamaan waraanamaa ture. Kallattiin duraa waraana qawween irratti raawwate yoo ta’u, kallattiin lammaffaan... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 11ffaafi isa xumuraa Jarreen mootota Shawaa jedhanii of gurmeessan Nagaasii Kiristoosi kaasee hanga Minilk (mootii Shawaa) ga’utti yeroo waggoota 250 caaluuf falmii walirraa hincinne gochuun Oromoota Kaaba Shawaa Abbichuu Galaan, Jiddaa,... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 10ffaa Wanti asirratti eeramuu qabu abbaan waraana mootota Shawaa Abbiyyeen bara 1747 Oromoo Karrayyuu wajjin otoo wal waraanuu qabamee ykn duularratti hofaadhaan akka du’e himama. Baroota 1669 keessa abbaa waraanaa Nagaasii... Read more »