Oromoota gara Kaba Itoophiyaa jiraatan

Kutaa sadaffaa Torbanoota lamaan darban mata duree Oromoota Kaaba Itoophiyaa jiraatan jalatti, ka’umsaafi guddina mootummaa Oromoo Walloo (1769-1855) akkasumas, mootummaa Islaamaa Walloo isinii dhiheessinee isin dubbisisuun keenya ni yaadatama, har’as mata dureedhuma... Read more »

Sirna Gadaafi jaarmiyaalee gugudoosaa

Kutaa 5fafi isa dhumaa Caasaa sirna  Gadaafi  Bokkuu   Gadaa (Abbaa Bokkuu     Abbaa Gadaa     Abbaa Muudaa) Abbaan Bokkuu hangafa gosootaa yoo ta’u, abbootii Gadaatii ol ta’uun Gadaan wanta hojjechuu qabu olaantummaan kan... Read more »

Sirna Gadaafi jaarmiyaalee guguddoosaa

Kutaa 4fa Meedhicha Moggaasatti aanee koolugaltummaa kennuun jaarmiyaan beekamu Meedhachadha. Meedhacha jechuun jaarmiyaa seeraan garee tokko qaama ofii godhuuti. Jaarmiyaan kun keessattuu hawaasa Oromoo hinta’in koolugalummaa kennuufiin Oromoo akka ta’aniif mirga moggaafamaa... Read more »

Sirna Gadaafi jaarmiyaalee guguddoosaa

Kutaa 3fa Gurmeessi Siinqee Gadaa keessatti gaa’elaaf kan wal kaadhimmatan ulaagaalee guuttachuu qaban akka guuttatan Gadaan ni kaa’a. Isaanis: Kanneen walfuudhan firoomina dhiigaarraa hanga abbaa torbaatti (7) fagaachuu akka qaban mirkaneeffachuu, Gosawwan... Read more »