Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 9ffaa Nagaasiin ijoollee torba kan qabu yoo ta’u, isaaan keessaa kan mootummaasaa dhaaluu qabu akka waan bakka bu’ee Gondorirraa dhaamsa dabarsaniin inni akka bakka bu’u ta’ee ture. Haata’uutii maatiin kun aangoorratti... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo Kutaa 8ffaa

Kutaa 8ffaa Kufaatii sirna Dargii booda carraa argameen hayyoonni afaaniifi seenaa Oromooratti hojjatan harka kumaatamaan dabalaafi guddachuun Afaan Oromoo afaan mana barumsaa, afaan mana murtii, kan qorannoofi waalta’e gochuu malee Oromoo kallattii... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 7ffaa Afaanota qorannoon isaanii eegale keessaa tokko afaaniifi seenaa Oromooti. Hayyoota qorannoo Afaan Oromoo bifa haaraan eegalan keessaa hayyoota Faransaay kan dursu hinjiru. Haaluma kanaan hojii nama dinqisiisu kan hojjate nama... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 6ffaa Bara duula guddaa Ahimad Giraany sana Ajajaan waranaa Dawwaaroo gara mootichaa ture Faanu’eel Tulluu erga mo’amee achii ka’ee booda namni Dawwaaroo Bulchaa ture Oromoticha Daaglaa jedhamuufi namtichi kunis booda ajajjaa... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 5ffaa 6. Moototaafi aanga’oota Oromoo bara jiddugalaa Yeroo baa’yee seenaa mootota Itoophiyaa yoo ka’u, kutaalee kaaba Itoophiyaa keessaa ka’uun namoota biyya bulchaa turan qofarratti akka xiyyeefatamaa ture ni beekama. Kunis mootota... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 4ffaa A. Oromoofi Mootumma Aksum Oromoon qaama saba Kush akka ta’eefi qoodama ummata Kush waggoota kuma (8000-7000) dura godhamaa tureen eenyummaa isaan akka kophaatti bahuu qabe tilmaama. Yeroo sanaa eegalee Oromoon... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 3ffaa Akka argannoofi ragaa barreessitoota seenaa baroota 1980tti sabni Oromoo jiraataa jiddu gala Itoophiyaafi, kibbaa naannoo Madda Walaabuu, ykn lafaafi iddoowwan yeroo ammaa Baalee Kibba Lixaa akka ture dubbachaa turan. Isaan... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 2ffaa Kana malee qubannaafi tamsa’inni Oromoo hanga Taanzaaniyaafi Ugaandaatti kan dabreefi biyyoota birootti akka mul’atu ragaan ni mul’isa. (Antone D’Abbadie: 1843, (Haberland 1973, Martian De Salviac-1801) (Ehert K.1981) Asmaroom Laggese 2001,... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Sabni Oromoo ummattoota Itoophiyaa keessatti argaman keessaa isa tokkoodha. Ummanni kun saboota seenaan isaanii otoo hinbarreeffamin hanga yeroo dhiyootti turan keessaa isa tokko yoo ta’u, seenaa barreeffamaa dhabuu isaa qofa otoo hinta’in,... Read more »

Gumaacha Oromoon ijaarsa biyyaafi eenyumaasaaf gochaa ture

 Kutaa Jahaffaafi isa xumuraa Karaa biraatiin jaarraa 13ffaa keessa mootummaa Kiristaanaa dhiibbaa geessisuu danda’u uumamuunsaa sochii ummataa Bahaa gara Lixaafi kibbaa gara Kaabaa ittisuu danda’eera. Darbees walitti- bu’iinsi Allaabduu (Gujii) loltoota Zaaraa... Read more »