Oromiyaatti bunni biliyoona 1.4 ol dhaabame

Finfinnee: Oromiyaatti hanga Adoolessa 14 bara 2014tti biqiltuun bunaa biliyoona tokkoofi miliyoona 45 ol dhaabbamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise. Buna baay’inaafi qulqullinaan omishuun fayyadamummaa ummataa dabaluuf hojjetamaa jiras jedhame. Bara kana hanga... Read more »

Naannooleen Kibbaafi Hararii bajata bara 2015 mirkaneessan

Finfinnee: Manni Maree Naannoo Kibbaa Baajata bara 2015 dhiyaate qarshii biliyoona 46.3 ol raggaase. Manni Maree naannichaa yaa’iisaa idilee kaleessa taa’een, bajata bara 2015 dhiyaate qarshii biliyoona 46fi miiliyoona 316fi kuma 524... Read more »

Manneen barnootaa sadarkaasaanii eeggatan babal’isuu keessatti gaheen dhaabbilee misoomaa olaanaadha

Roobee: Godina Baaleetti dhaabbanni miti mootummaa “Imagine One Day” mana barumsaa sadarkaa 1ffaa sagal qarashii miliyoona 100 ooliin ijaarsisaa jiru dhibbeentaa 90 irra gahuu dhaabbatichi beeksise. Godina Baalee Aanaa Gaasaraatti dhaabbanni miti... Read more »

“Jarman marii biyyaalessaa Itoophiyaa deeggaruuf qophiidha”

Jarman marii biyyaalessaa Itoophiyaa deeggaruuf qophii ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Jarman Isteefan Awar ibsan. Rakkoolee keessoo Itoophiyaatti mul’atan furuuf mariin biyyaalessaa barbaachisaa ta’uu Ambaasaaddar Isteefan ibsaniiru. Marichi hunda kan hirmaachisee fi hammate ta’uun... Read more »

Hojiin Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa hirmaannaa ummataan eegalame hirmaannumasaatiin xumurama

Godina Harargee Lixaatti simannaa Waancaa Hidha Haroomsaa torbee tokkoof tureen qaamoleen hawaasaa adda addaa bittaa Boondii Qarshii miliyoona 38.3 olii% raawwatan. Waancaan Hidha Haaroomsaas tortii isaa Godinichaa xumuruun jila Godina Shawaa Bahaaf... Read more »

Obbo Sintaayyoo Tolaa bara 1960-2014tti

Seenaa Jireenyaa Hayyuu Aadaafi Seenaa Oromoo Obbo Sintaayyoo Tolaa gabaabinaan! Obbo Sintaayyoo Tolaa Qana’aa Abbaasaanii Obbo Tolaa Qana’aafi Haadhasaanii Aadde Asallafach Bantiirraa Caamsaa 07 bara 1960 Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Jimmaa Arjoo,... Read more »

Ummata sababa waraanaatiin miidhameef deeggarsi taasifamu akka dabalu gaafatame

Finfinnee: Naannolee Affaariifi Amaaraatti ummata sababa waraanaatiin miidhameef deeggarsi taasifamu dabaluu akka qabu Dhaabbanni Abbagaar Ummataa Itoophyaa gaafate. Gargaarsi namoomaa hawaasa iddoowwan waraanichaan miidhaman jiraataniif taasifamaa jiru fedhii jiru waliin kan wal... Read more »

Yunivarsiitichi hanqina Konkolaataatiin qoramaa jira

Asallaa: Bara keessa jirrutti hojiiwwan baruufi barsiisuu cinatti hojiiwwan tajaajila haawasummaatiif qarshii miiliyoona 23 ta’u ramadee gara hojiitti kan gale Yunvarsiitiin Arsii, hojiiwwan kanneen bifa guutuu ta’een akka hinraawwanneef hanqina konkolaataatin qoramaa... Read more »

“Baatiin Ramadaana guddichaa dhiifama kan itti waliif goonudha” – Muftii Hajii Umar Idiriis

Soomni Ramadaanaa har’a eegala  Finfinnee: Baatiin Ramadaana guddichaa dhiifama kan itti waliif goodhamu ta’uu Pirezidaantii Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaaa Itoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis ibsan. Muftii Hajii Umar Idiriis, sooma baatii... Read more »

“Qaala’insi jireenyaa mudachaa jiru nutti hadhaaheera” – Jiraattota Ganda Haroo Wancii

 Wancii: Qaala’insi jireenyaa daran humnaa ol ta’aa waan jiruuf mootummaan callisuu akka hinqabne jiraattonni Godina Shawaa Kibba Lixaa aanaa Wancii ganda Haroo Wancii dubbatan. Jiraattonni Gandichaa ibsa addatti Gaazexaa Bariisaaf dheengadda kennaniin... Read more »