Sudaanitti raayyaan ittisaa tarkaanfii mormitootarratti fudhateen lubbuun namoota 60 darbe

Manni Maree Cee’umsaa Raayyaa Ittisaa Sudaan addabaaba’ii mormiin itti gaggeeffamutti tarkaanfii fudhateen walitti bu’iinsi mudate babal’ateera. Raayyaan Ittisaa Sudaan Wiixataa eegalee namoota addabaaba’ii ba’anirratti tarkaanfii fudhachaa akka jiru ibsameera. Sababii kanaan dhaabbilee... Read more »

“Hudhaa walta’iinsaafi qindoominaatiin shakkamtoota hunda to’annoo jala oolchuun hindanda’amne”-Aadde Mufiriyaat Kaamil

Finfinnee: Ministeerri Nageenyaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa, bara hojii arfaffaa, walga’ii idilee 48fa Kibxata darbe taa’amerratti gabaasa raawwii hojii ji’oota sagalii miseensootaaf dhiheesseera. Ministirri ministeerichaa Aadde Mufiriyaat Kaamiil gabaasa  dhiheessaniiru; gaafiileefi... Read more »

Finciltootni Sudaan mana maree waraanaan hundaa’ee aangoo qabateef beekkamtii hin kenninu jedhan

Dursaan finciltoota Sudaan wal qunnamtiin isaan humna waraanaa aangoo harka galfate waliin qaban adda cituu himan. ”Isaan haftee bulchiinsa Omar Bashiriiti” jechuun himatu. Namootni kumaatamni hiriira bahuun ibsa hundeeffama mana maree uummataa... Read more »

Siriilaankaatti dhohinsa Boombii muudateen namoonni 290 ajjeeffaman

Siriilaankaatti dhohinsa boombii saddet waldaa kiristaanaafi hoteelota gurguddoorratti dhaqqabeen yoo xiqqaate namootni 290 ajjeefamuun, namootni 500 ol madaa’aniiru. Dhohinsi boombii kun waldaalee kiristaanaa sadii Negomboo, Batikalo fi Kolombo bakkeewwan jedhamitti dhaqqaban. Hoteelotni... Read more »

Raayyaan Ittisaa Sudaan taayitaa biyyattii bulchuu qabate

Raayyaan Ittisa Biyyaa Su­daan Pirezdaanti Omar Hasan Albashir to’annaa jala oolchuun taayitaa biyyattii bulchuu qabate. Omaar Hasan Albashir wag­gootii 30f biyyattii kan bulchan yammuu ta’u, har’a raayyaa it­tisa biyyattiitiin taayitaarraa kaafamaniiru. Raayyaan... Read more »

Dhugaatiiwwan shukkaarummaa qaban umurii malee du’aatii qaqqabsisa jedhame

Dhugaatiwwan shukkaarummaa qaban nama dhibeewwan akka onneefi gosoota kaansariif nama saaxiluun carra umurii malee du’uu namaa dabalaa jedha qorannoo haaraan. Yunivarsiitii Harvaarditti manni barumsaa Pabliik Heelz T.H Chaaniin qo’annoon ji’a darbe maxxanfame... Read more »

Haadha Ji’a tokko booda lakkuu deesse

Haati Bangilaadesh erga ilma tokko deessee ji’a tokko booda daa’imman lakkuu dahu doktarri ishee BBC’tti himeera. Ariifaa Sulxaanaa, dubartii waggaa 20 yoo taatu, dhuma ji’a Gurandhalaa keessa daa’ima tokko deesse. Guyyoota 26... Read more »