Hojiin Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa hirmaannaa ummataan eegalame hirmaannumasaatiin xumurama

Godina Harargee Lixaatti simannaa Waancaa Hidha Haroomsaa torbee tokkoof tureen qaamoleen hawaasaa adda addaa bittaa Boondii Qarshii miliyoona 38.3 olii% raawwatan.

Waancaan Hidha Haaroomsaas tortii isaa Godinichaa xumuruun jila Godina Shawaa Bahaaf kennameera.

Sirnicha irratti argamuun haasawaa kan taasisan Bulchaan Godina Harargee Lixaa Aaddee Ekraam Xahaa ummata Godinichaa hojiiwwan misoomaa galmoota badhaadhinaa dhogoomsan irratti dammaqinaan hirmaatan galateeffatanii hojiin fakkeenyummaa Godinichatti eegales cimee itti fufuu akka qabu waamicha

BARIISAA SANBATAA Caamsaa 27/2014

Recommended For You