Abbootii amantiifi jaarsolii biyyaa waliin mariin taasifame

Finfinnee: Ministeerri Nageenyaa Mata duree “Federaaliizimiifi Ijaarsa Nageenyaa Itoophiyaatti” jedhuun Abbootii amantiifi jaarsolii biyyaa wajjin Magaalaa Bishooftuutti mari’ateera. Marii kanarratti Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, abbootiin Amantiifi jaarsoliin biyyaa hirmaataniiru. Ministeera Nageenyaatti Ministir... Read more »

Erga RIB Tigraayii ba’e ummati dararaa keessa jiraachuu dargaggoonni naannichaa ibsan

Finfinnee: Erga Raayyaan Ittisa Biyyaa (RIB) naannoo Tigraayiin gadhiishee bahe ummanni naannichaa dararaa keessa jiraachuu dargaggoonni gara naannoo Amaaraatti baqatan ibsan. Bittaa shoroorkeessaa ABUT mormuun gara naannoo Amaaraatti dargaggoonni baqataa jiran yaada... Read more »

Paartiin Badhaadhiinaa hoggansarratti tarkaanfii gargaraa fudhate

Finfinnee: Paartiin Badhaadhinaa qorannoo yaa’ii jalqabaa tibbana taa’een hoggantoota paartichaa kuma lamaafi 574 hoggansa irraa akka ka’an taasisuu hime. Pireezdantii Ittaanaan Paartichaa Obbo Adam Faaraah yaa’ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaafi haal dureewwan yaa’iicha... Read more »

Zayitii nyaataa litira miliyoona 12 ol gara biyyaatti galchuufi

• Ji’ota sadan dhufanittis waliigala zayitii liitirii miliyoona 150ni kan galu ta’a Finfinnee: Mootummaan zayitii nyaataa litira miiliyoona 12.5 ariitiin gara biyyaatti akka galuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Maallaqaa beeksise. Ministirri Maallaqaa Obbo... Read more »

Miseensonni Shanee karaa nagaatiin harka kennatan

Finfinnee: Godina Arsii Lixaatti miseensonni Shanee karaa nagaatiin Qajeelcha Poolisii Godina Arsii Lixaatiif harka kennataniiru. Ittigaafatamaan Waajjira Bulchiinsaafi Nageenyaa godinichaa Komaandar Geetaachoo Taayyee, sochii hoggansi siyaasaafi qaamoleen nageenyaa abbootii gadaafi hawaasa bal’aa... Read more »

Doktar Abiyyi ijaarsa babal’isa Warshaa Qorqorroo Adaamaa eebbisan

Finfinnee: Ministirri Muummee Itoophiyaa, Doktar Abiyyi Ahimad Wiixata darbe hojii ijaarsa piroojektii babal’isa Warshaa Qorqoorroo Adaamaa eebbisan. Warshichi bara 2003 birri miiliyoona 40 kan ijaarame yoo ta’u qorqorroofi mismaara oomishaa tureera. Yeroo... Read more »

Lakkoofsa 9400 lammiilee gargaaruuf

Finfinnee: Sagantaan lammiilee waraanaafi hongeedhaan miidhaman deeggarsa walitti qabuuf ooluufi mataduree, ‘’Anis Lammii koof’’ jedhamu dheengadda Eegduu Olaantuu Waldaa Fannoo Diimaa Itoophiyaafi Pirezidaantii Itoophiyaa Saahilawarqi Zawudeetiin jalqabame. Itoophiyaatti yeroo ammaa sababa hongeefi... Read more »

“Dhimmi Itoophiyaa kaabaa kun jaarsa biyyaa hinqabanii laata nama jechisiisa” -Manguddoota

Finfinnee: Guraandhalli seenaa Itoophiyaanotaa keessatti bakka olaanaa qaba. Innis guyyaa biiftuun bilisummaa gurraachotaa itti baateefi harqoonni gabrummaa itti cabe waan ta’eefi. Guyyaan kun waggaa waggaan ilmaan sabaaf sablammii Itoophiyaa biratti hedduu kan... Read more »

“Waldaaleen Hojii Gamtaa bu’aa barbaadame akka fidan yoo barbaadame imaammanni qophaa’uufi qaba” – Komishinar Firee Alam Shibaabbaawu

Adaamaa: Waldaaleen hojii gamtaa keessumaa ji’oota ja’an darbanitti bakkeewwan waraanni itti adeemsifametti rakkoo olaanaaf saaxilamuusaanii Komishiniin Hojii Gamtaa Federaalaa ibse. Komishinarri komishinichaa Fire’aalam Shibaabbaawu waltajjii qorannoo hojii ji’oota ja’aa kaleessaafi har’a Adaamaatti... Read more »

“Dhaloonni har’aa walta’iinsa ummatoonni Itoophiyaa waraana Adwaarratti agarsiisanirraa barachuu qaba” – Barsiisaa Gazzaahany Lammii

Finfinnee: Dhaloonni har’aa walta’iinsa ummatoonni Itoophiyaa waraana Adwaarratti agarsiiserraa barachuu akka qaban Yunvarsiitii Ambootti hayyuu qorqalbii Gargaaraa Pirofesaraa ibsan. Hayyichi gaafdeebii dheengadda Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin akka jedhanitti, Xaaliyaanonni dursannii weerara qorqalbii... Read more »