‘ETRSS-1’: Mallattoo imala badhaadhinaa

Biyya keenya, Itoophiyaatti kaleessa seenaa guddaan tokko raawwatameera. Innis saatalaayitiin ‘ETRSS-1’ /Ethiopian Remote Sensing Satellite/ jedhamu ‘China Academy of Space Technology- CAST’) wajjin ta’uun gara hawaatti furguggeeffame. Saataalaayitiin maakiroo kiiloo giraama 70... Read more »

Badhaasa milkii gaarii fidu

Aadaa Oromoo keessatti jaarsi hammatee, bokkuufi eeboociibsee, kan dogoggore gorsee, kan jallate soroorsee, kan dhiiga namaa dhangalaase adabee, kan miidhame waldhaanee ykn waldhaansisee araaraafi qabbana buusuun waanuma jirudha. Aadaafi duudhaa Oromoo keessatti... Read more »

Balaan tiraafikitiin du’uun haa ga’u

Itoophiyaatti balaawwan Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (DhFA) ka’umsa du’aafi sukanneessaa jedhee ramade keessaa tokko balaa tiraafikiiti. Balaa kanaaf sababii ijoon hanqina dandeettiifi naamusa konkolaachisaa ta’uu ammoo ogeesssonni damichaa irra deddeebiin eeru. Akka ragaa... Read more »

Walitti makamicha badhaadhina wajjummaatiif

ADWUIn waggoota 27 darbaniif paartiilee biyyaalessaa naannolee afur qofa bakka bu’aniin paartiilee naannolee shanan ammoo alatti dhiisuun biyya bulchaa ture. Adeemsa kana keessa kan ofii dhiisee paartiilee maqaalee adda addaa naannolee guddatoo... Read more »

Murtichi murtii nagaqabeessa ta’ee akka xumuramuuf

Dhimmoota hoggansa mootummaa jijjiiramaa Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmadiin durfamuun xiyyeeffannaa cimaa argatee irratti hojjetamaa jiran keessaa tokko waa’ee gaaffii ofiin of bulchuu saba Sidaamaati. Godinni Sidaamaa ammaan tana Naannoo Ummatoota Kibbaa jalatti... Read more »

Gumbiin guutuu akka ta’uuf…

Akka haala qilleensaa biyya keenyaatti tibbi amma keessa jirru yeroo qonnaan bulaan bu’aa dhamaatiisaa ji’oota gannaa itti arguudha. Qonnaan bulaan wayitii gannaatti dafqee, dadhabee, bu’ee ba’ee, tamsaasee qotee, aramee, kunuunsee bu’aa dhamaatiisaa... Read more »

Koottaa wabii nageenyaa haa taanuu

Tibbuma kana miidiyaa hawaasummaa ‘feesbuukii’ biyya keenyatti faayidaarra miidhaaf oolaa jiruufi summiin jibbiinsaa irratti facaafamurratti barreeffama, “Ani har’aa qabee feesbuukii waan gaarii qofaaf fayyadamuuf waadaa galeera, isinoo?” jedhu arginee turre. Anis dafee... Read more »

Akeekni aggaammichaa si’aayinaan qulqullaa’ee ummataaf ibsamuu qaba

Ummanni Oromoo, duudhaa ilaafi ilaamee qabu, moggaasee ormayyuu qaamasaa taasifatu, kan beela’e nyaachisu, isa daare uwwisu, dheebotaa obaasuudha. Duudhaa sirna Gadaatiin guddaan eebbisee, xiqqaan ajajamee walkabajaan buluudha. Ummanni guddaan kun sirna waliin... Read more »

Walitti makamichi hojmaata iftoomina qabuun haa deggaramu

Biyyi keenya waggoota 28 darbaniif dhaaba siyaasaa ADWUI jedhamuun hogganamaa kan turte yoo ta’u, sirna dimokraasii babal’isuuf keessumaa dhaabbileen dimokraasii akka hundeeffaman gochuun, miidiyaaleen sagalee ummataa ta’anii akka tajaajilaniif  hundarra ammoo sirni... Read more »

Guyyaa alaabaa caalmaa yaadaatti amanaa haa kabajnu

Gaazexaan Bariisaa maxxansasaa torban darbeetiin waa’ee halluu alaabaaAbbaa Gadaarratti  gurraachi Oromoon gurraacha Waaqnis gurraacha, diimaan dhiigaafi foon Oromoo, adiin ammoo lafee Oromoo ykn nageenya kan agarsiisu ta’uu dubbisiisee ture. Alaabaan kun hiika... Read more »