“Afrikaan hudhaalee ittiin liqimfamtee jirtu keessaa bahuu qabdi” – Antooniyoo Guutarees

Walga’iin Gamtaa Afrikaa waggaa waggaan teessoo gamtichaa kan taate, magaalaa guddoo Itoophiyaafi handhuura Oromiyaa Finfinnee keessatti kan gaggeeffammu yoo ta’u, sirnicharratti murteewwan jajjaboo ni darbu. Baranas si’a 32ffaaf Amajjii 29- Guraandhala 4tti... Read more »

Dhaloota yaada burqisiisee waan haaraa uumutu barbaadama

Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad torban har’aa ji’a 10fa muudamasaaniitti Mana Maree Bakka Bu’oota ummataatti argamuun dhimmoota siyaas-dinagdeefi hawaasummaarratti gaaffilee miseensota irraa ka’aaniif deebii kennanii turan. Manni Maree shanaffaan kun walga’ii... Read more »

“Itoophiyaa haaraa hunda qixaan keessummeessitu uumuuf hojjechuu qabna”-Obbo Tamaam Baatii

Jaarmiyaalee siyaasaa maqaa Oromootiin socho’aa turan keessaa Addi Tokkummaa Walabummaa Oromoo (ATWO) isa tokko yoo ta’u, yeroo dhiyoo keessa maqaasaa gara Paartii Biyyaalessaa Oromiyaa (PBO)tti jijjiirratee qabsoo karaa nagaa gaggeessuuf hojjechaa jira.... Read more »

“Beenishaangul Gumuzitti saamichi lafaa bal’inaan raawwatamaa ture” -Obbo Ashaadilii Hasan

Dhimmoota rakkoo nageenya naannolee Oromiyaafi Beenishaangul Gumuz, akkasumas deggarsa buqqaatotaaf taasifamaa jiru ilaalchisee Gaazexaan Bariisaa pirezidaantii naannichaa, Obbo Ashaadilii Hasan wajjin kutaa qophiisaatti tibbana gaafdeebii adeemsiseera. Guutummaan gaafdeebichaas akka armaan gadiitti dhiyaateera.... Read more »

“Dhugaan jiru akka miiidiyaa hawaasaarratti hafarfamu miti” – Jeneraal Biraanuu Juulaa

Tibbana naannolee biyyattii garagaraatti walittii bu’iinsonni ni mul’atu. Kanaanis lubbuun lammiilee darbeera, qabeenyi barabadaa’eera. Keessumaa waldhabdeen Oromiyaa lixaafi Gondar lixaatti uumame ajandaa bal’aa ta’ee tureera. Kana malees uggurri konkolaataawwan waraanaa Raayyaa Ittisaarratti... Read more »

“Ambaasaaddaroonni ergama biyyaa akka milkeessaniif malee bashannanaaf hinergamne” -Doktar Abiyyi Ahmad

Tibbana Ministirri Muummeen Mootummaa RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad dippiloomaatotaafi ambaasaaddaroota Itoophiyaa biyyoota adda addaatti haaraa ramadamaniifi buleeyyii wajjin dhimmoota gaga garaarratti waajjirasaaniitti mari’ataniiru. Ambaasaaddaroonni hedduu hojii akka feeteen hojjechaa jiraachuus maricharratti eeraniiru.... Read more »

Ministirri Barnootaa yeroo mootummaa ce’umsaa, Obbo Ibsaa Guutamaa maal jedhu?

Yeroo mootummaa cehumsaatti Ministira Barnootaa ta’uudhaan kan tajaajilan Obbo Ibsaa Guutamaa turtii ‘BBC’ Afaan Oromoo wajjin taasisaniin haala jalqabbii barnoota Afaan Oromoofi dhimmoota biroorratti ibsaa bal’aa ittaanu kennaniiru. Gaaffii: Dhaloota Fidalaafi Dhaloota... Read more »

Dhiiga qeerroo Oromootiif kabajni kennamuu qaba

Ummatni Oromoo saba guddaa jiraachuu Itoophiyaaf bu’uura buuse ta’us dhiibbaa sirnoota bittaa balaafamoon qaqqabaa turerraa kan ka’e fayyadamummaan sabichaa haalaan milkaaahina argatee hinbeeku. Kun kan ta’eefis sirnoonni bittaa dhufanii darban martisaanii ergamtootasaaniitti... Read more »

“Jaarmiyaalee Oromiyaafi Oromoo jiddugaleessa godhatanii socho’an waliin hojjechuuf dhufne”

Gaazexaan Bariisaa akkuma kanaan dura gochaa ture maxxansa kanaanis gaafdeebii Hayyuduree ABO Qaama Ce’umsaa waggoota 45 darbaniif mirga Oromootiif qabsaa’aa turan, Obbo Galaasaa Dilboo wajjin taasise akka armaan gadiitti dhiyeessa. Bariisaa: Mee... Read more »

“Eenyuyyuu hatees ta’e mirga namaa sarbee ittigaafatamummaa jalaa hinba’u”

Biiroon Haqaa Oromiyaa bara kana Fulbaana irraa eegalee labsii lakk 114/2011n Mana Hojii Abbaa Alangaa Oromiyaa ta’ee akka gurmaa’u Caffeen Oromiyaa mirkaneesseera. Bu’uuruma kanaan manni hojichaa hojii dhimmoota yakkaatiin Komishinii Naamusaafi Farra... Read more »