Rakkoo nageenyaa kamiyyuu mariidhaan furuun bilchina

Walitti bu’iinsi yeroo kamiyyuu biyyaafi biyya, naannoofi naannoo, maatiifi maatii, obbolaafi obbolaa gidduuttuu uumamuu danda’a. Walitti bu’iinsa kamiyyuu mariidhaan furuun gamnummaadha. Rakkoo nageenyaa sababa walitti bu’iinsa daangaa Somaaleefi Beniishaangul Gumuz gidduutti mudateen... Read more »

Hirmaannaa Obbo Girmaa Waldagiyoorgis siyaasa biyyaa keessatti

Pirezidaantiin duraanii mootummaa RFDI, Obbo Girmaa Waldagiyoorgis bara 1917 hanga 2011tti jiraachuun beekumsaafi dandeettii qabaniin biyyasaanii tajaajilaa turaniru. Mudde 6 bara 2011 garuu dachee kanarraa du’aan boqotan. Hirmaannaa isaan siyaasa Itoophiyaa keessatti... Read more »

“Warri kaleessa biyya saamaa turan qeerroorraa haaloo guddaa qabu” -Obbo Jawaar Mahaammad

“Caasaan mootummaa gara gadii jiru ummataan kan filatame utuu hintaane ummatarratti kan fe’ame waan ta’eef ummata biratti humnas ta’e fudhatama hinqabu. Tajaajila ga’aas kennaa waan hinjirreef ummatni akka qaama faayidaa hinqabneetti ilaalaa... Read more »

Hoggansa dhiisanis dirree siyaasaarraa kan hinfagaanne ta’uu Obbo Leencoo Lataa ibsan

Finfinnee: Hoggansa siyaasaa dhiisaniyyuu dirree siyaasaa keessaa akka hinbaane dura taa’aan Adda Dimkoraatawaa Oromoo (ADO) ibsan. Dura taa’ichi, Obbo Leencoo Lataa ibsa Gaazexaa Bariisaatiif addatti kaleessa kennaniin, yeroo muraasa booda hoogganummaa dhaabasaanii... Read more »

Federaalizimii tokkummaa cimsuu kaayyeffate

Humna tokkummaa biyyaa dhaadhessu duuchumatti balaaleffachuurra ‘tokkummaan biyyaa diigamee jira, tokkummaa keenya isa duriitti deebi’uu qabna’ maaf jedha yaada jedhu yoo ilaalle  gaarii ta’a. Biyyooti caaseffama mootummaa tokko qaban (‘unitary governments’) hedduunsaanii... Read more »

Paartiileen ce’umsa siyaasaafi araara biyyaalessaa milkeessuuf tumsuu qabu

Jaarmiyaaleen siyaasa Oromoo dhimmoota guguddoo siyaasa biyyattii ceesisuu danda’an kanneen akka ijaarsa Itoophiyaa waliinii, haqa mirkaneessuu, araara biyyaalessaafi qooda miidiyaaleerratti guyyoota lamaaf  Galma Komishinii Dinagdee Afrikaatti tibbana mari’ataniiru. Dura taa’aan paartii Adda... Read more »

Gaaffii ummata Oromoo walitti makamuu ODPfi ADOtiin deebii argachuu eegale

Cunqursaa seenaa, aadaa, afaaniifi eenyummaa akkasumas saamicha qabeenyaafi sarbama mirgaa barootaaf Oromoorratti raawwatamaa ture faccisuuf dhalattoonni sabichaa haala gurmaa’eenis ta’u hingurmoofneen qabsoo hadhaa’aa geggeessaniiru. Qabsoo mirgoota Oromoo kabachiisuuf haala gurmaa’een taasifamaa ture... Read more »

Muudamoonni mana mareetiin ragga’an dubartoota gara aangoo olaanaatti fiduun alatti rakkoon kutattummaa kan cabsuudha

Bitootessa 7 bara 2010 erga Doktar Abiyyi Ahimad Ministira Mummee RFDI ta’anii muudamanirra eegale muudamonni Mana Marii bakka Bu’oota Ummataatiin raggasifaman ajaa’ibsisaafi hawwisisaa ta’aa dhufeera. Aangoofi hojii mana marechaa keessaa tokko muudama... Read more »

“ABOn jaarmiyaa haaraa waan hintaaneef akka haaraatti galmaa’uu hinqabu”

Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn), dhaaba mirga hiree  murteeffannaa ummata Oromoo qabatamaan mirkaneessuuf waggoota 40 oliif qabsoo hidhannoo taasisaa ture yoo ta’u, waldhabdee yeroo mootummaa cehumsaa uumameen  dhiibamee akka biyyaa bahu godhame. Turtii... Read more »