Jijjiiramaafi hudhaalee ijaarsi sirna dimokraasii Itoophiyaa waggaa tokko keessatti

Waggaa tokkoffaa mootummaa haaromsaa ilaalchisuun mariin dhimmoota dimokraasii, imaammata dhimma Alaa Itoophiyaafi dinagdee biyyattii irratti xiyyeeffatan Jimaataafi Sanbata darbe Finfinneetti adeemsifameera. Maricha kan qopheesse Waajjira Ministira Muummee yoo ta’u, qaamolee mootummaa, paartiilee... Read more »

Jijjiiramoota galmaa’aniifi yaaddoowwan furamuu qaban

Imala waggaa tokkoo keessatti jijjiiramootni hawaas-dinagdeefi siyaasaa hedduun kan galmaa’anis haalli nageenya biyya keessaa qixa barbaadamuun dhugoomuu akka hindandeenye hayyootni ni dubbatu. Rakkoon kun daangaa darbaa kan jiru waan ta’eef, osoo walitti... Read more »

Caba siyaasaa wal’aansa barbaadu

Imala waggaa tokkoo keessatti jijjiiramootni hawaas-dinagdeefi siyaasaa, akkasumas ijaarsa sirna dimokraasiifi bu’aawwan gama dippilomaasiin galmaa’an abdii kan namatti horaniidha. Haa ta’u malee, cabni siyaasaa kallattii hundumaan mul’achaa jiran yeroodhaan wal’aansa argachaa waan... Read more »

ODPn uummata waliin tarkaanfachuuf ta’ee argamuu qaba

“Ya soogiddaa yoo ofiif jette mi’aayi kanaachi dhagaadha jedhanii sigatu” jedha Oromoon yoo makmaaku. Oromoon harqoota gabrummaa jaarraa tokkoo oliif isatti fe’amee ture ofirraa darbatee mirga abbaa biyyummaasaa qabatamaan mirkaneeffachuuf kaleessa caalaa... Read more »

Imaammata alaa tika biyyaalessaa wajjin walsimsiisuu

Imaammata biyya alaa Itoophiyaan hordofaa jirtuufi tikni biyyaalessaa walsimachaa waan hinturreef, dhimmootni sodaa nageenyaan walqabatanii imaammata biyya alaa keessatti hammatamaniifi osoo hinhammatamiin hafan kan fooyya’an ta’uu Doktar Abiyyi Ahmad wayita ambaasaddaroota biyyattii... Read more »

Mana marii bakka bu’oota ummataa jijjiirama duraafi booda

Biyyi keenya eddii imala jijjiiramaa Ministira Muummee, Dorkar Abiyyi Ahmadiin durfamu eegaltee kunoo waggaa tokko guutuuf jetti. Yeroo kana keessatti waantonni ni ta’u jedhamanii hin yaadamne hedduun galmaa’aniiru. Gaazexaan Bariisaas dhimmuma kanaan... Read more »

Dubartoota aangessuun ammallee aadeffamuu qaba

Barnoonni ammayyaa babal’achuu dhabuufi rakkoo ilaalcharraan kan ka’e Itoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa gara garaa keessatti aadaan dubartoota aangessuu gadaanaa ture. Sababuma kanaan dubartoonni bakka bu’aa buusuu danda’anitti ramadamanii firii quubsaa ta’e galmeessisuuf... Read more »

Federaalizimiifi fiwudaalizimii: Sirnoota falaasamaan waliif faallaa

Federaalizimiin falaasama siyaasaa gareen ummata daangaa biyya tokko keessa jiraatan bakka bu’uun walitti qindaa’anii bulchiinsa mootummaa ummataa hundeessanidha. Falaasama sirna federaalizimii keesatti bulchiinsi mootummaa giddugaleessaa karaa seera qabeessaan aangoo ummataa caasaalee naannoleef,... Read more »

“Naannoon keenya haala nageenyaa amansiisaarratti argama” – Obbo Omad Ajuuluu PMNU Gaambeellaa

Naannolee Itoophiyaa keessa tokko kan taateefi “Jannata gammoojjii” jedhamuun kan beekamtu Gaambeellaan jireenyaaf mijattuu ta’uusheetu dubbatama. Naannichatti saboonni buleeyyiin shan Anyuwaa, Nuweer, Maajangi, Oppoofi Komoo kan argaman yoo ta’u, saboonni biroonnis bal’inaan... Read more »

Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa ija riifoormiitiin eessaa garamitti?

Manneen murtii Oromiyaa kanaan dura gama kenniinsa tajaajilaatiin, qulqullina murtiitiin, bilisummaa abbaatii seeraa fa’iin komii olaanaa keessummeessaa turaniiru. Murtiin maallaqaan bitamaa, firummaa, naannummaafi walbeekumsarratti hundaa’uun kennamaa jira jechuun ummanni bal’aan naannichaa waltajjiilee... Read more »