Mammaaksa

Badiin bultii keessaa kudha shan;             .Shan ni dhoksu;             .Shan ni gorsu;             .Shan  ni obsu;  . Gabaan tokko dagattu  malee walii hingaltu,  . Olkaa’an malee olka’aniif hinfuudhan,  . Yaa afaanii... Read more »

Maaliif Jedhame?Maaliif Finfinnee jedhamte?

Finfinneen lafa horaati. Iddoon horri kun itti argamu araddaa amma “Filwuhaa’’ jedhamutti yoo ta’u, dur bosonaan haguugamtee turte. Iddoon kun bakka bishaan ho’aan lafa keessaa ol finiinu ykn ol utaalu waan ta’eef... Read more »

Kanaaree qorichi dhibee ishee?

Gaaf tokko oggaa doktarri tokko laaqana nyaachuuf ba’u waardiyyaadhaan hangan dhufutti namoota naaf keessummeessi jedhee deeme. waardiyyichis tole, doktar rakkoo hinqabu jedheen. Akkuma doktarichi demeen  namichi tokko dhufee ol seene. Waardiyyichis maaltaate... Read more »

Miira hinmo’atamuu

Lammiileen Chaayinaa baay’een Peengi Shu’iliiniin maqaa masoo  Ajaa’iba jedhuun waamu. Sababiin kanaas Peengi walakkaa qaamasaatii balaa konkolaataatiin dhabee daldalaa maqaa gaarii qabu ta’uu waan danda’eefi. Peengi sababa balaa kanaatiin waggoota lamaaf Chaayinaa... Read more »

Mammaaksa

* Isa ati baalaan martee fidde, gabaan bartee didde. * Riqicha  abbaan buufateen, Rabbi namatti ce’a. * “Dura na dhungatteef dhirsa naaf hin taatu” jette intalli. * Kan Waaqni hadheesse , soogiddi... Read more »

Yaa jaalala haadhaa!

Dur gurbaa tokkotu intala tokko baay’ee jaallatee jaalalaan akka waliin jiraataniif gaaffii dhiyeesseef. Intallis tole jettee gurbicha waliin  jaalalaan jiraachuu jalqabde. Boodarra akka aadaa Oromootti wal fuudhanii abbaa warraafi haadha warraa ta’anii... Read more »

Bulee Horaa maaliif jedhame?

Maqaafi  wanti jedhameef  walitti dhufeenya qabaachuu haa baatan malee maqaan namaa, magaalaa, iddoofi  waan hundumtuu  sababa malee hin moggaafamu. Maqaawwan hunda duuba sababootaafi  hiikkoo mataasaanii danda’antu jiru waan ta’eef nutis maqaa iddoowwan... Read more »