Muudamoonni mana mareetiin ragga’an dubartoota gara aangoo olaanaatti fiduun alatti rakkoon kutattummaa kan cabsuudha

Bitootessa 7 bara 2010 erga Doktar Abiyyi Ahimad Ministira Mummee RFDI ta’anii muudamanirra eegale muudamonni Mana Marii bakka Bu’oota Ummataatiin raggasifaman ajaa’ibsisaafi hawwisisaa ta’aa dhufeera. Aangoofi hojii mana marechaa keessaa tokko muudama... Read more »

“Meeteekota xixiqqoo Oromiyaatti argaman seeratti dhiheessuun tarkaanfii ittaanu ta’a”

Konfiransii nageenyaa godinaalee Oromiyaa garagaraa hirmaachise torban kana keessa Jimmaafi Adaamaatti taa’ameera. Kaayyoonsaas haala yeroorratti ummata waliin mari’achuun kallattii gara fuulduraa kaa’uuf ta’uudha Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaarraa kan odeeffanne. Haaluma... Read more »

“ABOn jaarmiyaa haaraa waan hintaaneef akka haaraatti galmaa’uu hinqabu”

Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn), dhaaba mirga hiree  murteeffannaa ummata Oromoo qabatamaan mirkaneessuuf waggoota 40 oliif qabsoo hidhannoo taasisaa ture yoo ta’u, waldhabdee yeroo mootummaa cehumsaa uumameen  dhiibamee akka biyyaa bahu godhame. Turtii... Read more »

. Hubannoo hawaasni seera irratti qabu maal fakkaata?

Seera beekuufi beekuu dhabuun ittigaafatamummaa seeraa jalaa nama hinbaasu. Hubannoo hawaasni seera irratti qabu maal fakkaata? Hubannoo seeraa qabaachuun maaliif nama gargaara? Olaantummaan seeraa akkamitti kabajama? Hubannoo hawaasni seera irratti qabu gabbisuuf... Read more »

Tarkaanfiin hattootarratti fudhatamaa jiru itti fufuu qaba

Finfinnee: Addi Bilisummaa Oromoo ‘ABO’ tarkaanfii hattoota biyya saamanirratti fudhatamaa jiru akka deeggaruufi cimee itti fufu akka qabu Dubbii Himaan dhaabbichaa ibsan. Dubbii Himaan ABO Obbo Toleeraa Adabaa ibsa Kibxata darbe Gaazexaa... Read more »

Oyiruu hektaara miliyoona 2.5 irraa midhaan sassaabame

Finfinnee: Oromiyaatti oyiruu hektaara miliyoona 5.9 midhaaniin uwwifame keessaa hektaara miliyoona 2.5 irraa midhaan sassaabamuu Biiroon Qonnaa Naannichaa beeksise. Daarektarri Misoomaafi Eegumsa Biqiltuu biirichaa Obbo Dajanee Hirphaa ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »

Manni marichaa muudama Boordii Filannoo Biyyaalessaa haaraa raggaasise

Finfinnee: Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idileesaa kaleessa taa’een muudama Dubree Burtukaan Miidhagsaa Walitti Qabduu Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa akka ta’aniif Ministira Muummee Doktor Abiyyi Ahimadiin dhiyaate mirkaneesseera. Doktar Abiyyi Dubree... Read more »