Dubartoota haa ga’oomsinu, misoomaafi nageenya haamirkaneessinu

Rakkoolee walxaxoofi dhabiinsa hubannoo addunyaa, ardiifi biyya keenya keessa turaniin dubartootarra dhiibbaawwan kanneen akka dinagdee, siyaasaafi hawaasummaatiif saaxilamaa turuunsaanii nibeekama. Guyyaan dhiibbaa dubartootarra ga’aa ture kana balaaleffachuu ittijalqabame akka addunyaatti yeroo 113ffaaf,... Read more »

 Miira injifannoo Adwaatiin nageenyaafi misoomaan Adwaa biraa galmeessisuu

Injifannoon Adwaa mo’annaa ummatoonni gurraachonni ittiin boonaniifi agarsiistuu humna tokkummaafi walooti. Injifannichi adeemsa seenaa karaa barame kan jijjiireedhas. Injifannoon Adwaa lammiileen Itoophiyaa dhimma biyyasaaniirratti eenyummaa waloo akka gabbifataniif waan guddaa gumaacheera. Injifannoon... Read more »

 Nagaafi misooma dhugoomsuun jaalalaan jiraachuu

Rakkoo nageenyaa iddoowwan tokko tokkotti biyya keenya mudate akka furamuuf ummanniifi bakka buutonnisaa olaantummaan seeraa mirkanaa’ee nageenyi waaraan akka bu’uuf waltajjiilee argatan hundarratti gaafachaa jiru. Mootuummaanis tibbana qondaaltotasaa olaanaa kanneen sadarkaa federaalaafi... Read more »

 Gamtaa Afrikaa: Waltajjii milkaa’inoonni Itoophiyaa ittiqoodamu

Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa (DhTA) duraanii bara 1963tti qindoomina mootummoota Afrikaa walaba ta’an 32n Itoophiyaa, Finfinneetti hundeeffame. Yeroo sanatti mootiin Itoophiyaa Hayilasillaaseefi pirezidaantiin Gaanaa Kiwaamii Nikurumaah dhaabbaticha hundeessuuf gahee guddaa akka fudhatan seenaan... Read more »

 Maqaa ‘qabsootiin’ ummata dararuun haa dhaabatu

“Abbaan koo Shifarraa Wayyeessaa Qannoo jedhamu. Jiraataa Oromiyaa lixaa ture. Abbaan koo qonnaan bulaa adda dureedha. Siyaasa keessas hinjiru. Namoota waldhabaniifi gumaaf walbarbaadan araarsuun beekama. Sababa tokko malee shororkeessitoonni laga keessa jiraatan... Read more »

 Tattaaffii cimaa badhaasa meedaaliyaatiin dabaalame

“Hoggansa Ministira Muummee Abiyyi Ahmadiin (‘PhD’) bu’aaleen hojiilee damee qonnaa ceessisuufi injifannoowwan cimaa midhaan nyaataatiin of danda’uurratti hojjetamaniin galmaa’an Afrikaaf dadammaqina guddaa uumaniiru. Doktar Abiyyi mul’ata, hoggansaafi kutattummaa wabii nyaataafi dhiyeessii nyaata... Read more »

 Misooma horsiisee bulaa badhaadhina walootiif

Seenaa biyya kanaa keessatti baruma dhufaa darbaa dagatamee kan ture hawaasni horsiisee bulaa, yeroo ammaa akka damee murteessaa dinagdee biyyaatti ilaalamuu eegaleera. Kana qofa osoo hintaane, keessumaa jijjiiramaa as tarkaanfiiwwan jiruufi jireenya... Read more »

 Araaraafi dhiifamni duudhaa jireenyaa keenya guyyuu ta’uu qaba

Dhalli namaa seera jireenyaa uumaan isa badhaase cabsee jireenya eebbaafi abdiin guutames dhabee imala badiisa adabbii bara baraa hordofsiisu akka imale Macaafni Qulqulluun nuuf mirkaneesseera. Haala kanaan namoonni jalqaba harka Waaqayyootiin uumaman... Read more »

 Dippilomaasiin keenya faayidaa biyyaaleessaa keenyaaf!

Itoophiyaan biyya hariiroo dippiloomaasiitiin bu’aa ba’iiwwan hedduu ceete yoo ta’u, kanaanis muuxannoo waggoota dheeraa kan qabduu, birmadummaashee barootaaf eegsiftee kan jiraatteefi hundeessituu dhaabbilee idil addunyaa hedduu taateetti. Imaammmanni dhimma alaa biyyootaa ibsama... Read more »

Waliigaltee cabiinsa barootaa fayyisu

Gaanfi Afrikaa Itoophiyaa, Ertiraa, Somaaliyaafi Jibuutii hammateefi ardii Afrikaatti kutaan gara bahaa naannawa humnoonni addunyaa ijaafi qalbii irra buufataniidha. Duraan naannawa kana iddoo xiyyeeffannoosaanii ijoo taasisanii kan turan biyyoota ‘irree cimaa’ qaban... Read more »