Milkaa’ina karoora xiiqiitiif xiiqiidhaan

Mootummaan Naannoo Oromiyaa, karoora mootummaa bara 2016 “Karoora Xiiqii” jedhee, moggaasuunsaa ni beekama. Hoggansa sadarkaan jiru waliinis akkaataa karoorrri qabame kun ittimilkaa’uurratti waliigalamuuni hojiitti kan galame. Milkaa’ina karoorichaatiif waan hojjechuuf qabame tokko... Read more »

Raayyaa qormaata hunda keessatti injifatu

“Raayyaa Ittisaa qabatamaan qorameefi Afrikaan ittiin boontu ijaarreerra, raayyaan bara baraan aarsaa kan kafalu, nageenya argame cimsuufi kan dhabame deebisuuf, biyyi keenya fayyadama walootiif biyyoota ollaa waliin nihojjetti, riifoormii hojjetameen raayyaan muuxannoo... Read more »

 Hariiroo Itiyoo Chaayinaa walamantaafi walta’iinsa waloorratti hundaa’e

 Bal’inni lafaa Chaayinaa iskuweer kiiloo meetira miliyoona 9.6 yoo ta’u; Ruusiyaa, Kanaadaafi Ameerikaatti aanuun addunyaarraa sadarkaa afraffarraatti argamti. Biyyattiin ammaan tana Indiyaatti aantee baay’ina ummataatiin sadarkaa 2ffaa irratti argamti. Chaayinaatti umriin jireenyaa... Read more »

 Mariif dursa kennuudhaan tokkummaa daneessummaa cimsuu

Oggaa seenaa biyya keenyaa duubatti deebinee mil’annu haalota adda addaa hubanna. Tokkummaadhaan rakkoolee danuu ceenee eenyummaa keenya eegsifanneerra. Walkabajneefi walii yaadaa walummaan baroota ceeneerra. Gamtaadhaan dhaabannee waltaanee diinota biyya keenya weeraranii jilbeeffachiisuuf... Read more »

 Irreechi Irreecha milkii haa ta’u!

Har’i guyyaa ayyaana Irreecha Hora Finfinnee yoo ta’u, boru ammoo kan Hora Harsadee waan ta’eef ummanni Oromoofi saboonni biyyattii marti baga ittiin isin ga’e. Oromoon ummata aadaafi duudhaa gabbataa, sirna bulchiinsaa Gadaa... Read more »

 Irreecha, Asxaa tokkummaafi obbolummaa

Ummanni Oromoo ummata guddaa falaasama sirna Gadaa bocachuun ittiin walbulchaa ture, ummata itita aadaa, safuufi duudhaa qabuudha. Guddummaan Oromoo baay’ina qabaachuu qofa osoo hintaane falaasama gabbataa sirna Gadaa jiruufi jireenya dhala namaa... Read more »

 Ayyaanonni addababa’ii madda duudhaa obbolummaa qofa ta’anii ittifufuu qabu

Ayyaanonni amantiifi ummataa adadaaba’iirratti waloodhaan kabajaman duudhaa obbolummaa, tokkummaafi wajjummaa keenyaa cimsuu keessatti gahee olaanaa qabu. Ayyaanonni kunneen mallattoo tokkummaafi obbolummaa keenyaa ta’anii akka ittifufaniif safuufi duudhaawwansanii ganamaa eeguun daran barbaachisaadha. Ayyaanota... Read more »

 Bara barnootichaa miira haaraafi qophii addaatiin

Barachuun jiruufi jireenya ofii keessatti muuxannoo dabalataa ittiin ofis ta’e biyya ofii jijjiiran kan nama gonfachiisu yoo ta’u, muuxannoo maatiifi hawaasa keessa jiraatanirraa horatan barnoota ammayyaatiin deeggaruun imala jijjiiramaa kan ittiin si’eessaniidha.... Read more »

Barri dhufu gama hundaan kanaaragalfii akka ta’uuf

 “Isin yoo nama cunqursuu dhiiftan, yoo quba namatti qabdanii jallina namarratti dubbachuu dhiiftan, yoo isa beela’e nyaachistan, isa rakkate gargaartan, ifni keessan dukkana keessatti in ba’a, dukkanni keessanis akka guyyaa saafaa in... Read more »

 Guyyoota Qaam’ee ja’an akka riqichaatti

Itoophiyaan dhahaa (kaalandarii) biyyoota addunyaa kaanirraa adda ishee taasisu qabdi. Biyyoonni addunyaa waggaa tokko ji’oota 12f qooduun yoo lakkaa’an, Itoophiyaan garuu ji’oota 13n lakkaa’atti. Ji’i 13ffaa Itoophiyaan qofti qabdu, Qaam’een guyyoota shan,... Read more »