Oduu Bariisaa
Finfinnee: Sosochii “Itoophiyaan haa omishtu” jedhamuun walqabatee dadammaqiinsi damee industiriirratti mul’ate daran dabalaa jiraachuu dhugaa omishtoonniifi qaamoleen mootummaa dhimmi ilaallatu ibsaa jiraniidha. Gaaazexaan Bariisaas Wiixata darbe agarsiisa Itoophiyaan haa omishtuu omishtoota 210... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti bara barnootaa 2016 barattootni kutaa 12ffaa kuma 248fi 460 qormaata biyyaalessaaf qophaa’aa jiraachuu Biiroon Barnoota Oromiyaa ibse. Sadarkaa hogganaa ittaanaatti gorsaan biirichaa Obbo Efireem Tasammaa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaatti akka... Read more »
Finfinnee: Mootummaan balaa sirnichaati kan jedhe qaala’iinsa jireenyaafi hojdhabdummaa xiqqeessuuf xiyyeeffannaa addaatiin hojjetaa jira. Hojii bal’aa hojjetameen qaala’iinsi jireenyaa bara darbe waliigalaan dhibbantaa 33.5 ture ammaan tana gara dhibbantaa 23.3tti gadibu’eera. Xumura... Read more »
Finfinnee: Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Mana Abbichuu irra jireessaa bosonaa uwwifamuu, sulula Mogoritti dhiyaachuufi daandiin naannoo Amaaraa geessu keessa qaxxaamuruun walqabatee bakkeewwan sodaa nageenyaa qaban keessaa isa tokko ture. Gama biraatiin ammoo... Read more »
Finfinnee: Godina Boorana Bahaatti miseensonni ABO Shanee 107 ta’an waamicha karaa nagaa mootummaan taasiseef fudhachuun harka kennatan. Godinichatti tarkaanfii olaantummaa seeraa mirkaneessuu qindoomina qaamolee nageenyaatiin fudhatamaa jiruun miseensota garee ABO Shanee rukutamaa... Read more »
Finfinnee: Hojii Koomishinii Marii Biyyaalessaatiin eegalame akka milkaa’uuf barsiisa ijaa ba’uurraa fagaachuun araaraa cimsanii akka barsiisan Tokkummaan Waldoota Kiristaana Warra Wangeela Itoophiyaa ibsan. Pirezidantiin Tokkummaa Waldoota Kirstaanaa Warra Wangeelaa Itoophiyaa Paastar Tsaadiquu... Read more »
Finfinnee: Godina Qeellam Wallaggaatti hojiileen nageenya mirkaneessuuf hojjetamaa jiran bu’aa abdachiisaa argamsiisaa jiraachuu Waajjirri Bulchiinsafi Nageenya godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Tasammaa Waariyoo Kamisa darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, waggoota sadii dura... Read more »
Finfinnee: Qaamoleen qabsoo hidhannoo keessa jiran gaaffii siyaasaa qaban marii biyyaalessaatiin furachuuf of qopheessuu akka qaban gameessi siyaasaa Obbo Leencoo Lataa ibsan. Goolabamuu taateewwan waraana Itoophiyaa kaabaatii as mul’ataa kan isaan yaaddesse... Read more »
Finfinnee: Daddabarsa meeshaalee waraanaafi daldalaa seeraan alaa Shaggar keessa darbee Finfinnee galu to’achuuf teknolojiin jalqabaa osoo fe’isni konkolaataarraa hinbu’iin sakatta’u hojiirra ooluuf ta’uun ibsame. Ittigaafatamaan Waajjira Bulchiinsaafi Nageenyaa Magaalaa Shaggar Obbo Leejjisaa... Read more »
Luumee: Eegalamuun ijaarsa Zoonii Dinagdee Addaa industirii babal’isuufi carraa hojii uumuun ummata hiyyummaa keessaa baasuuf gumaacha olaanaa qaba jechuun Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) ibsan. Ijaarsi Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa kaleessa eegalame.... Read more »