Waldaa Maccaafi Tuulamaa: Waldaa si’a sadii baname si’a sadii cufame

Waggoota muraasa dura Oromummaan walitti qabamuun akka yakkaatti ilaalama ture. Boodasaa ajjeefamuufi hidhamuutu ture. Akkanaan Oromoon gootota meeqa awwallatee, kaan ammoo eessa buuteesaanii wallaalee dhiise. Kana jechuun garuu Oromummaasaa dhoksee harka marate... Read more »

Namoota jijjiiramaaf onnatan horachuu

Geggeessaan duuka buutota qopheeffata otoo utuu hintaane geggeessitoota hedduu kaafata! Geggeessaa cimaafi jijjiirama fidu kan ofii waan cimaa hojjetu qofa otoo hintaane kan namoota waan cimaa hojjechiisu ta’uu qaba. Sababiinsaas geggeessaan namoota... Read more »

Odaa Hullee: Sirna Gadaa Jimmaa

Odaan Hullee Godina Jimmaa Aanaa Oomoo Naaddaa daangaa gandoota Laaloo Beeyyamiifi Collee Beeyyamirratti Aalleerraa kiilomeetira shan, Bulbulirraa kiilomeetira 10 fagaatee argama. Odeeffannoon maddoota adda addaa irraa argame akka ibsutti, Odaan Hullee, Odaa... Read more »

“Yaadni ani durirraa kaasee qabu Itoophiyaanoonni Oromoodhaaf beenyaa kanfaluu akka qabaniidha” -Hayyuu Dinagdeefi Siyaasaa Obbo Bulchaa Dammaqsaa

Obbo Bulchaan ni dubbatu: “-Oromoon mirga argate malee Bilisummaa guutuu hin arganne -Mirga abbaa biyyummaa Finfinnee malee babal’inni Finfinnee nu yaachisuu hin qabu -Badii Finfinneen qonnaan bulaashee irratti raawwatte ogeeyyotaan qoratamu qaba... Read more »

Artisti Elemoo Alii turtii waggoota 37 booda biyyatti deebi’e

Finfinnee: Sirni mootummoota darbanii qabsaa’ota siyaasaa,  artistootaafi hayyoota Oromoo hedduu cunqursaa waan tureef gariinsaanii lubbuusaanii dhabaniiru, gariin ammoo biyyasaanii jaalatan dhiisanii jireenya biyya ormaatiif saaxilaman baay’eedha. Erga siyaasni Itoophiyaa daandii sirrii qabachuu... Read more »

“Sabboonummaafi quuqama lammiin waanin qabuuf Oromiyaarraa fagaadhee jiraachuu hin fedhu” –Artisti Elemoo Alii

Bara 1974 erga biyyaa bahee baqatummaan biyyoota gargaraa jiraachuu kan dubbatu Elemoon, ka’uumsi biyyaa bahuu kootiis roorrifamuu ture jedha. Mootummaan bara sana ture nama ajjeessa, hidhe dararaa turee kanattiin baqadhe’ jedha. Hidhaa... Read more »

Seenaa Ardaalee jilaa Oromoo Waliigalaa

Ummannii Oromoo hundeen dhaloota isaa tokkuma. Yeroo booda baay’inaa maatiifi  barbaacha qabeenya jireenyaaf tolu sakkatta’uf iddoo adda addaatti faca’e. Gosaan  qodamuun  kun  aadaa yeroo iddoo tokko ture sana akka irraaffatu hingoone. Seeraa... Read more »

DANDEETTII GEGGEESSUMMAA GONFACHUU

“As we look ahead into the 21st century, leaders will be those who empower others.” Bill Gates Geggeessummaan nama ga’oomsuudha malee nama gowwoomsuu miti. Geggeessummaan adeemsa imala ka’umsaafi ga’umsa of keessaa qabuudha. Kanaaf,... Read more »

Maaliif Jedhame?Maaliif Finfinnee jedhamte?

Finfinneen lafa horaati. Iddoon horri kun itti argamu araddaa amma “Filwuhaa’’ jedhamutti yoo ta’u, dur bosonaan haguugamtee turte. Iddoon kun bakka bishaan ho’aan lafa keessaa ol finiinu ykn ol utaalu waan ta’eef... Read more »

Kanaaree qorichi dhibee ishee?

Gaaf tokko oggaa doktarri tokko laaqana nyaachuuf ba’u waardiyyaadhaan hangan dhufutti namoota naaf keessummeessi jedhee deeme. waardiyyichis tole, doktar rakkoo hinqabu jedheen. Akkuma doktarichi demeen  namichi tokko dhufee ol seene. Waardiyyichis maaltaate... Read more »