Fayyaa sammuurratti haa dammaqnu

Osoo namni tokko sitti dhufee gaaffii tokko si gaafatee, garuu gaafficha deebisuudhaaf sammuu fayyadamuu hinqabdu jedhee dursee si akeekkachiisee maal goota? Sammuu osoo hinfayyadamin akkamitti gaaffiidhaaf deebii kennu? Kun waan danda’amu miti.... Read more »

 Da’umsa yeroo qormaataafi fayyaa haadholiifi daa’immanii

Qormaata seensa yunivarsiitii kennamaa jiruun walqabatee dubbiin mataduree ta’e tokko miidiyaalee hawaasaa garagaraarra bal’inaan deemaa tureera, jiras. Wanti dhagahamaa jiru kunis waanuma dhuguma raawwachaa jiruudha malee, akkanumaan waan odeeffamaa jiru miti. Kanaafuu,... Read more »

Rakkoowwan fayyaa ulfa ji’oota jalqabaa waliin walqabatan

Gaa’ila qabaatanii mucaa argachuun sanyii ofii dhaloota ittaanutti dabarsuun hawwii namoota baay’eeti. Haaluma kanaan namootni guyyaa gaa’ilatti seenanii kaasee akeektota ulfaa’uu laguun dhufuu hafuu, hoqqisiisaa /balaqqamsiisaa/, dhukkubbii fiixee harmaa, guddachuu garaa, dhiphachuu,... Read more »

Hawaasni keenya waa’ee fayyaa akkamitti hubata?

Fayyaan maali? Fayyaan qaama alaafi keessaan miidhamuu qofaa? Dhalli namaa yeroo dachee kanarra jiraachuu jalqaberraa eegalee bu’aa ba’ii jireenyaa baay’ee keessa darbuun sekondiin daqiiqaatti, daqiiqaan sa’aatiitti, sa’aatiin guyyaatti, guyyaan torbanitti, torban ji’atti,... Read more »

Seenaa dhibee Sammuu duriif ammaa

Dhala namaa bineensota kanneen biroo irraa wanti adda godhu, sammuu yaadu qabaachuudhaani. Kunis sababa uumaan caasaa sammuu keenya keessatti gola yaadu, xiinxalu, hubatu, sababeessuufi qoratu tokko nuuf laateefi. Silaa osoo sammuun dhala... Read more »

Dhukkuba tiibii

Dhukkubni tiibii maali? Hangam lubbuu galaafata? Dhukkubni tiibii baakteeriyaawwan xixiqqoo ijaan hinmul’anne kan maayikoo baakteeriyaa tuuberkuloosis (mycobacteria tuberculosis) jedhamaniin kan dhufu yoo ta’u dhukkuboota baakteeriyootaan dhufan irraa kan adda isa taasisu, baakteeriyaan... Read more »

Rakkoowwan marsaa laguu wajjin walqabataniifi kaansarii balbala gadameessaa

Marsaan laguu (xurii) dubartootaa dhiiga sababa jijjiiramuu hormooniirraan kan ka’e kan baatii baatiin gadameessa dubartootaa keessaa dhangala’uudha. Shamarran tokko marsaa laguu kan arguu jalqabdu jiddugaleessaan waggaa 13 irraa kaaseeti. Marsaan laguu giddugaleessaan... Read more »

Dhukkuba Busaa

“Dhukkuba busaatu sammuu seenee ebeluun ajjeese” yoo jedhamu ni dhageenya, dhuguma dhukkubni busaa sammuu seenaa? Dhibeewwan daddarboo tahan yeroo jennu dhibeewwan karaa garagaraan bineensarraa namatti ykn namarraa namatti daddarban jechuu keenya. Baattuwwan... Read more »

Dhiiga arjoomuufi faayidaasaa

Namni umrii giddugaleessaatti argamu tokko tilmaamaan dhiiga liitira shan of keessaa qaba. Dhiiga keenya keessa wantoota garaagaraatu jira. Wantoota kanneen keessaa tokko seelota dhiigaati. Seelota dhiigaa sadiitu dhiiga keenya keessatti argama. Isaanis:... Read more »

Dhibeewwan daa’immanii dhibee waliin walqabatan

Daa imni tokko erga dhalatee miseensa maatii ta’e eegalee akkuma nama hundaa mirga nama tokkoof kenname ni qaba. Dabalataanis sadarkaa guddina qaamaafi bilchina sammuu inni irra jiru ilaalcha keessa galchuun kunuunsa adda... Read more »