Dhibeewwan sal-qunnamtii daangaa hinqabneen daddarban

Addunyaa keenya kanarratti guyyaa tokkittii keessatti dhukkuboota walquunnaamtii saalaan daddarban miliyoona tokkoo ol ta’antu nama irraa namatti darbee oola. Baakteeriyaa, vaayirasiifi paraasayitoonni baay’inaan 30 ol ta’an karaa quunnamtii saalaan ni daddarbu. Kanneen... Read more »

Hir’ina dhiigaa (‘Anemia’)

Yeroo tokko namicha ollaa kiyyaa, “Mana yaalaa deemnaan hir’ina dhiigaafi dhiibbaa dhiigaa qabda jedhee lamaaniifuu qorichi naa ajajame. Kun akkamiin ta’a, walhinfaalleessuu?” Jedhee na gaafate. Yeroo baay’ee namoonni hiika dhiibbaa dhiigaafi hir’ina... Read more »

Dhukkuba Koleeraa

Dhukkubni koleeraa maalirraa nama qaba? Akkamiiin daddarbaa? Dhukkubni kun yeroo ammaa biyya keenya kessatti haala adda ta’een namoota dhukkubsachiisuufi lubbuu galafaachuu akka eegale midiyaaleefi qaamoleen dhimma fayyaa hawaasaa adda addaa himaa jiru.... Read more »

Dhukkuba vaayirasii tiruu jechuun maal jechuudhaa?

Erga dhiiga keessan qorachiiftanii of beektanii booda talaallii fudhachuudhaan vaayirasicha ofirraa ittisuun ni danda’ama. Dhukkubni tiruu kan” viral hepatitis” jedhamu gosoota vaayirasii shan (hepatitis A, hepatitis B, hepatitis C, hepatitis D fi... Read more »

Akkuma dhugaa deemaniin fayyummaa namaa gadi dhugamaa deema.

Addunyaa keenya kanarra nama hagamtu alkoolii dhuga jettanii yaadduu? Akka Dhaabbanni Fayyaa addunyaa jedhutti sadarkaa addunyaatti namoota biliyoona 2.3 (2,300,000,000) ol ta’antu dhugaatii alkoolii dhuga. Waggaa tokko keessattis rakkoowwan dhugaatii alkoolii waliin... Read more »

GEGGEESSUMMAAFI DARGAGGEESSUMMAA

“The Youth of today are the leaders of tomorrow.” N.Mandella “Dargaggeessi har’aa, geggeessaa boriiti.”jechuudha. Carraan geggeessummaa borii eenyu harka illee hinjiru. Garuu, harka dargaggeessa har’aa keessa jira. Bor geggeessaa ta’uuf, har’a dargaggeessa... Read more »

Olka’iinsa Dhiibbaa Dhiigaa (Hypertension)

Fuulli kun dhimmoota fayyaa waliigalaarratti xiyyeeffachuun ogeessa damichaatiin torbanitti al tokko kan isinii dhihaatudha. Isinis gaaffii dhimma fayyaarratti yoo qabaattan teessoo keenyaan yoo nuuf ergitan ogeessaan kan deebii itti kennamu ta’a. Dhiibbaa... Read more »