Summii nama fayyisu

Namni yoo dhukkubsatee mana yaalaa deemu, qoratamee dhukkubasaa addaan baafatee beekee, yoo kan qoricha qabu ta’e qoricha isaa fudhatee fooyya’uuf, yoo danda’ame ammoo fayyuuf dha. Kana jechuun namni tokko yoo mana yaalaa... Read more »

Sammuu kee eeggadhu

Uumaan gaafa nama uume badhaasa addaa tokko dhala namaaf kenne. Badhaasa dhala namaa qofa ilaallatu! Dachee kana Uumaa gaditti akka to’atuuf aangoo guutuu kenneef. To’achuu akka danda’uuf immoo sammuu yaadu kenneef. Waanti... Read more »

Dhukkuba qunca’uu garaachaa (Peptic ulcer disease) fi sirna soorannaa keenyaa

Namoonni tokko tokko “Garaachan qaba” yoo jedhan ni dhaga’ama. Kunis dhukkuba garaachaa ibsuuf haala isaan itti fayyadamaniidha. Garaachi qaama dhala namaati malee dhukkuba miti, kanaaf “Dhukkuba garacahaan qaba” kan jedhuun osoo sirreeffamee... Read more »

Seenaa dhibee Sammuu (history of mental illness)

Dhala namaa bineensota kanneen biroorraa wanti adda godhu, sammuu yaadu qabaachuusaati. Kunis sababa Uumaan caasaa sammuu keenya keessatti gola yaadu, xiinxalu, hubatu, sababeessuufi qoratu tokko nuuf kenneefidha. Silaa osoo sammuun dhala namaa... Read more »

Dhibeewwan mar’ummaan qal’aafi furdaa miidhan

Mar’ummaan qal’aafi furdaan kutaa qama keenyaa keessaa bullaa’iinsaafi xuuxamuu nyaataa keessatti qooda olaanaa taphata. Mee dhibeewwan mar’ummaan qal’aafi furdaa hawaasa keenya biratti baratamaa tahe keessaa muraasa isaa haa ilaallu. 1. ‘Appendicitis’ (Tirf-anjetii)... Read more »

Hirribaafi Fayyaa Hirriba keenyaa

Hirribni jiruu dhala namaa kessatti bakka olaanaa akka qabuufi namni tokko walumaa galatti hirriba osoo hinrafiin akka lubbuun jiraachuu hindandeenye beekamaadha. Haa ta’uu garuu turtiin dheerina hirribaa, yeroon hirriba itti rafnu, akkasumas... Read more »

Rakkoowwan fayyaa walqunnamtii saalaatiin walqabatan

Qaamni saalaa dhiiraa qaama lallaafaa maashaawwan, kaartileejii, ujummoo fincaanii, ujummoowwan dhiigaafi narviiwwan garagaraa of keessaa qaba. Qaamni saalaa dhiiraa seeliiwwan dhiifamuu ykn diriiruu danda’an of keessaa qaba. Maashaawwan qaama saalaa keessatti argaman... Read more »

Dhukkuboota lubbuu namaa galaafachuun beekaman kurnan

Dhukkuboonni lubbuu namaa hedduu balleessuun addunyaattiifi akka biyya keenyaatti sadarkaa 1ffaa haga 10ffaa jiran eenyu fa’i? (the top ten killer disease in Ethiopia and worldwide) Addunyaan keenya yeroo mara waraana lubbuun jiraachuufi... Read more »

Fayyaa daa’immanii

Talaallii daa’immaniifi harma haadhaa Caasaan qaama daa’immanii hedduun bilchina waan hinqabneef akkasumas dandeettiin dhukkuba ofirraa dhoorkuu isaanii dadhabaadha. Daa’immanis sababa qaamni farra alagaa qaama isaanii irraa dhorku dadhabaa ta’eef dhukkuboota daddarboo ta’an... Read more »

Maariyyee Jaldeessaa (Monkey pox)

Maariyyeen Jaldeessaa yookaan Monkey pox dhukkuba darbee darbee mul’atu ta’ee kan vaayirasii ‘Monkey pox Virus’ jedhamuun dhufudha. Monkey Virus’n gartuu vaayirasii keessaa isa tokkodha. Bineensota yookaan bineeldota irraa gara namaatti daddarba. Edda... Read more »