Injifannoo Adwaarratti duudhaa kabaja fardaafi gumaachasaa

Guuboon jechaa Afaan Ingilizii Oksifoordi jecha Farda jedhu beeylada manaa biqiloota sooratu, qaamaan guddaa, kottee jabaa qabu, garmaamu, ba’aa baachuufi gaarii harkisuun tajaajila hawaasaaf kennu jedhee hiika. Walittidhufeenya Oromoofi farda gidduu jirurraa... Read more »

 Sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gujiifi duudhaaleesaa

Ardaa jechuun bakka namoonni quttuma jireenyaa, fooraa ykn horaa, qachaa sirna Gadaa, mana jireenna dhunfaafi kkf irraa qubatanii turan jechuudha. Gabalaan (area) Gadaan itti qachisee ykn qubatee ittijilifatu ardaa jedhama. Bariisaanis odeeffannoo... Read more »

 Dhaloota hambaa lakkaa’u osoo hintaane, qaroominaafi ogummicha dhaalu horachuuf dirqama haadholiin bahataa jiran

Nama qurxummii fedhuuf qurxummii laachuurra akkaataa qurxummiin itti qabamtu barsiisuun fala sirriidha jedhama. Dhugaadha, kennaan namni guyyaa tokkoof namaa kennu gammachuu yeroo gabaabaa yoo namaa kenneen ala hiyyuma keessaa nama hinbaasu. Kanaafuu... Read more »

 ‘Gifaataa’: Ayyaana bara haaraa saba Walaayittaafi sirna araaraa isaan walqabatee adeemsifamu

Sabni kamuu afaan, aadaa, duudhaa, seenaafi hambaalee aadaa ittiin beekamu qaba. Barreeffamni kun aadafi duudhaa sabni Walaayittaa ittiin beekamu keessaa isaan ijoo ta’anirratti xiyyeeffata. Ittigaafatamaa Qajeelcha Aadaafi Turizimii Godina Walaayittaa Obbo Tashoomaa... Read more »

 Tapha Fardaa ilmaan Kuush Itoophiyaa kaabaa biratti

Waa’een ilmaan Kuush gaafa ka’u ga’umsa tapha fardaa, aadaa keessattiifi lolarratti isaan qaban gargar baasanii ilaaluun hindanda’amu yoo jenne dubbii arbeessuu hinta’u. Ilmaan Kuush uumamumaan dachee kan guutan yoo ta’u, keessumaa Itoophiyaa... Read more »

Buraatoo, Tancoo, Siilsoo, Qaasoofi Uttaa: Nyaatawwan aadaa saba Daawuroo

Saboonni, sablammoonniifi ummatoonni biyya keenyaa duudhaaleefi aadaawwan nyaataa, uffannaa, ibsannaa gammachuufi gaddaa gara garaa qabaachuun beekamu. Anis barreeffama kanaan imalan tibbana Naannoo Ummatoota Itoophiyaa Kibba Lixaa, Godina Daawuroo, Magaalaa Tarcaatti taasiseen waa’ee... Read more »

 Aadaa, duudhaaleefi beekumsawwan ganamaa saba Yam keessaa

0Yam godinaalee torbaafi aanaalee addaa sadii Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaa qabu keessaa tokko yoo ta’u, Saajaan ammoo magaalaa guddoo godinichaati. Sabootaafi sablammoota godinichaa keessaa irra jireessi saba Yam yoo ta’u, sabichi... Read more »

Mee isaan haayaadannu!

Namooti na beekan kan raadiyoonii Itoophiyaa Qophii Afaan Oromoo dhaggeeffatan, yeroo nagaa nagaafatan baay’een isaanii, sagaleen “Kun Raadiyoo Itoophiyaa Qophii Afaan Oromooti” jedhu sagaleekoo itti fakkaata. Garuu sagalee keenyatu walfakkaate malee sagalee... Read more »

 Duudhaafi aadaa Ayyaana Cuuphaa keessatti calaqqisan

Itoophiyaatti Ayyaanni Cuuphaa waggaa waggaan Amajjii 11 Finfinnee dabalatee kutaalee biyyattii garagaraatti haala ho’aan kabajama. Ayyaanni kun qabiyyee amantiifi aadaa of keessaa qaba. Yeroo baay’ee aadaafi amantiin walirraa hinfagaatan; walittis hinbu’an. Barreeffamni... Read more »

 Seenaafi seenessa waloo, biyya hirmaannaa walootiin ijaaramteef

Sabni tokko akka afaan, aadaa, aartiifi seenaa mataasaa qabu eenyu birattiyyuu beekamaadha. Afaan mallattoo eenyummaa saba tokkoo yemmuu ta’u, dabalataanis meeshaa riqicha ta’ee beekumsa dhalootaa gara dhalootaatti kan ittiin darbarsuudha. Hawaasni afaansaatiin... Read more »