Fiigichi Itoophiyaan haa omishtuu adeemsifamuufi

Finfinnee: Ispoortiin hawaasa tokko keessatti jaalalaafi walitti dhufeenyi gaariin akka uumamu, aadaan walkabajuu akka baratamuufi dagaagu, akkasumas misoomaafi guddina ariifachisaafi ittifufiinsa qabu mirkaneessuu keessatti ga’ee olaanaa akka taphatu ni amanama. Itoophiyaan sadarkaa... Read more »

 Manneen barnootaa burqaa ispoorteessitootaati

Finfinnee: Guddina hawaas-dinagdee biyya tokkoof gummaachi ispoortiin qabu akka laayootti kan ilaalamuu miti. Ispoortiin jabina qaamaafi bilchina sammuu lammiileefis gumaacha olaanaa qabaata. Lammiin qaamaan cimaafi sammuun bilchaataa ta’e ammoo humna omishaa biyyaa... Read more »

 Shaampiyoonaan manneen barnootaa Oromiyaa xumurame

Baatuu: Waggoota jahaaf addaan citee kan ture shaampiyoonaan ispoortii manneen barnoota Oromiyaa kaleessa yoo xumuramu magaalaan Shaggar atileetiksii dhiiraafi dubaraan mo’ateera. Wayita shaampiyooniin manneen barnootaa godinaaleefi bulchiinsota magaalota Oromiyaa jidduutti guyyoota 12f... Read more »

 Tsiggeefi Firewayinii: Atileetota qaxalee jalabultii ‘Marchi 8’tti warqii biyya badhaasan

Finfinnee: Dubartoonni qaamolee hawaasaa keessaa isaan tokko. Haadha, haadha warraafi obboleettii ta’uudhaan bu’uura maatiitisi. Qoodni isaan dameelee hawaasummmaa, dinagdeefi siyaasa keessatti qabanis hanga eegame ta’uu baatus jijjiramaa dhufeera. Dubartoonni dhiibbaa ilaalchi boodatti... Read more »

 Walmorkii mana keessaatiin Itoophiyaan mo’attummaaf kaadhimamte

Finfinnee: Akkaakuwwan walmorkii ispoortii atileetiksii Waldaa Atileetiksii Biyyooleessaatiin adeemsisaman keessaa tokko dorgommii Atileetiksii mana keessaati. Dorgommichi akka adeemsisamu bu’uuri kan kaa’ame ALA bara 1985 baatii Guraandhalaa keessa ture. Faransaayis koree waldorgommii hundeessuudhaan... Read more »

 Feestivaalii ispoortii Yunivarsitii Finfinnee Guraandhala 29 jalqabama

Finfinnee:Yunivarsitiin Finfinnee faakilitiiwwan isa jala jiran jidduutti feestivaalii ispoortii Guraandhala 29 bara 2016 irraa kaasee adeemsifamuuf qophii xumuru ibse. Pirezidaantii Eeggataan yunivarsitichaa finfinnee Doktar Saamuu’eel Kiflee ibsa Kibxata darbe kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

 Dorgommiin ispoortii guutuu manneen barnoota Oromiyaa addaan citee ture eegalame

Finfinnee: Dorgommiin Shaamphiyonaa Ispoortii guutuu manneen barnoota Oromiyaa sababa dhibee koronaafi xiyyeeffannaa dhabuutiin waggoota ja’aaf adda cite ture torban darbe magaalaa Baatuutti eegalameera. Waldorgommiin kun Guraandhala 17 bara 2016 irraa kaasee guyyoota... Read more »

 Ispoortiin waloo hojjettoota Oromiyaa cimee ittifufeera

Finfinnee: Ispoortiin Waloo hawaasa tokko keessatti jaalalaafi hariiroo gaariin akka uumamu, aadaan walkabajuu akka cimuufi sirnisaa akka dagaagu, akkasumas misoomaafi guddina isaa si’ataafi itti fufiinsa qabu mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa akka taphatu... Read more »

 Shaampiyoonaan manneen Barnnoota Oromiyaa boru eegalama

Finfinnee: Shaampiyoonaan manneen barnnoota Oromiyaa bara 2016 borurraa eegalee Magaalaa Baatuutti akka adeemsifamu Biiroon Barnoota Oromiyaa ibse. Hoggantuu Ittaantuun biirichaa Aadde Habiibaa Mahaammad ibsa kaleessa Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, shaampiyoonichi yeroo... Read more »

 Walmorkiin ispoortii manneen hojii mootummaa federaalaa eegalame

Finfinnee: Waggaa waggaan hojjettoota manneen hojii mootummaa federaalaa jidduutti kan adeemsifamu walmorkiin ispoortii adda addaa bara 2016 dheengadda Finfinnee, Akkaadaamii Ispoortii Dargaggootaatti eegalame. Walmorkiin ispoortii hojjettoota manneen hojii mootummaa federaalaa gidduutti yeroo... Read more »