Oduu Bariisaa
Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaatiin biqiltuu muduraa miliyoona 350 dhaabuuf kan karoorfame ta’uu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Biirichatti daarektarri Misooma Muduraa Obbo Tagany Irranaa tibba darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Maqaa qabsootiin ummata dawoo godhachuun yakka saamichaafi ajjeechaa raawwataa kan ture gareen shorokeessaa Shanee gocha shorokeessummaasaatiin ummata biratti fudhatama dhabuu bira darbee socho’uufillee waan rakkateef harka kennataa jiraachuu raayyaan ittisa biyyaa beeksise.... Read more »
Adaamaa: Sagantaan sosochii Industirii Manifaakchariingii mata duree ‘Itoophiyaan haa omishtu nutis haa binnu’ jedhuun Kibxata darbe Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti adeemsifameera. Waltajjicharratti hoggantoonni sektaroota invastimantiifi industirii mootummaa naannoo Oromiyaafi federaalaa akkasumas qooda... Read more »
Finfinnee: Waamichi komishinii marii biyyaalessaa murnoota karaa seeraan alaa hidhatanii socho’aniif dhiyeesse marii aadaa taasisuuf shoora olaanaa qaba jechuun Komishiniin Marii biyyaalessaa ibse. Komishinarri ittaanaan komishinichaa Doktar Yoonaas Addaayee ibsa Kamisa darbe... Read more »
Waltajjiin ummataa mootummaa jijjiiramaa deeggaru bakka Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad argamanitti Dilbata darbe Naannoo Itoophiyaa Jiddugaleessaa, Magaalaa Walqixxeetti gaggeeffameera. Waltajjii Doktar Abiyyi dabalatee hoggantoonni federaalaa, naannoleefi godinaa akkasumas jiraattonni magaalichaa irratti... Read more »
Barattoota miliyoona 5.7f nyaanni dhiyaachaa jira Finfinnee: Bara jijjiiramaa 2010 as hojii baruufi barsiisuu naannichaa cimsuuf gumaacha hirmaannaa ummataafi mootummaan taasifameen qarshii biliyoonni 106 ol ta’u baasii ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise.... Read more »
Mooyyalee: Ummatni Booranaa horsiisee bulaa ta’uusaan hojii qonnaa akka falaasama jireenyaatti hangana hinhordofu. Sanyiin loon Booranaa biyyarra darbee hanga gaanfa Afrikaattuu beekamtii addaa qabu. Lafti Booranaa irra jireessaan gammoojjii ta’uu bira darbee... Read more »
Qarshiin biliyoona 2.8 ragga’eera Finfinnee: Misoomni koriidarii Finfinneetti hojjetamaa jiru dhaloota dhufu ilaalcha keessa kan galcheefi magaalattii fakkeenya badhaadhinaa gochuuf ijaaramaa kan jiru ta’uu Kantiibaan Adaanach Abeebee dubbatan. Manni marichaa qarshii biliyoona... Read more »
Beeyladoota kuma 500 ol gabaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira Finfinnee: Ayyaana Faasikaa baranaa sababeeffachuun qaala’iinsi gatii omishaalee qonnaafi industirii akka hinmudanneef qophii barbaachisaa taasisuu Biiroon Daldala Oromiyaa ibse. Biirichatti Daarektarri Gabaa Obbo Galatee... Read more »
Finfinnee: Inisheetivii Maaddii Guutuun ji’oota saglan darbanitti aannan liitirri biliyoona 7.2 omishamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti Gorsaan Ministira De’eetaa Damee Misooma Beeyiladaafi Qurxummii Doktar Yohaannis Girmaa ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin... Read more »