Korojoo pilaastikii fayyadamuun hanga qarshii kuma 10tti nama adabsiisa

Haala bulchiinsa balfa gogaa ilaalchisee wixineen labsii “Qabiinsaafi dhabamsiisa balfa gogaa” tibba darbe Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaate gaaga’ama balfa gogaan walqabatu haalaan kan xiqqeessu ta’a. Korojoowwan pilaastikiirraa yeroo tokko qofa... Read more »

 Tajaajila Lammiileefi Immigireeshiinii: Hanqina iftoominaatiin komii ummataaf saaxilame

Dhaabbilee biyyattii yeroo ammaa komiiwwan garagaraa irratti dhihaachaa jiran keessaa dhaabbanni Tajaajila Lammummaafi Immigireeshiinii isa tokko yoo ta’u, komiiwwan dhaabbaticharratti ka’an keessaa kanneen akka; yeroo barbaadametti ariitiidhaan tajaajila barbaadan argachuu dhabuu, daballii... Read more »

 “Waraqaan Eenyummaa ‘Faayidaa’ kenna tajaajilaa si’eessuufi ammayyeessuu keessatti gahee olaanaa qaba” – Obbo Yodaahee Arayaasillaasee

Galmeessi Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa Biyyaalessaa (Faayidaa) erga Itoophiyaatti jalqabamee waggaa lamaafi walakkaa ta’eera. Galmeessa waraqaa eenyummaa kana abbummaan kan hordofu Waajjira Ministira Muummee jalatti kan hundaa’e Sagantaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaati. Galmeessi waraqaa... Read more »

Doktar Gushaa Balakoo dhimma ittisaafi to’annoo ‘HIV’/edsiirratti maal jedhan?

Doktar Gushaa Balakoo, Hogganaa Ittaanaan Biiroo Fayyaa Oromiyaafi Ittigaafatamaa Damee Ittisaafi To’annoo ‘HIV’/Edsii Doktar Gushaa Balakoo guyyaa ‘HIV’/Edsii baraba kabajame ilaalchisuun gaaffii ‘HIV’/Edsiin akka Oromiyaatti sadarkaa akkamiirra jira dhiyaateefiif Gaazexaa Bariisaarraa dhiyaateefiif... Read more »

Beenyaan misooma koriidariin walqabatee kennamu beenyaa manaa malee kan lafaa miti

Magaalaan Finfinnee misoomaa koriidarii marsaa jalqabaa xumurtee marsaa lammaffaa erga eegaltee bubbuleera. Hojii misooma koriidarii kana guddina magaalattiin irra geesseen walsimsiisuuf dizaayiniifi sadarkaan qulqullina ijaarsaa yeroodhaa gara yerootti fooyya’aa jira. Finfinnee kaleessaafi... Read more »

 Milkaa’ina gabbisuu, qormaatilee injifachuufi dogoggora sirreeffachuun kallattii fuulduraa Paartii Badhaadhinaati

Kabaja hundeeffama Paartii Badhaadhinaa waggaa 5ffaa ilaalchisee Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad milkaa’inoota galmaa’aniifi qormaatilee buleeyyii hedduu kaasaniiru. Jijjiiramni dhiibbaa ummataatiin dhufeefi hoggansaan kallattii godhate waggoota shanan darbanitti seenaa Itoophiyaa keessatti injifannoowwan... Read more »

 Turizimii Oromiyaa waggoota afran darbanitti

Komishiniin Turizimii Oromiyaa (KTO) erga hundaa’ee waggoota afur kan lakkoofsise yoo ta’u, damee kanarratti jijjiramoonni onnachiisoon mul’ataniiru. Ta’us, sababoota addaddaatiin damichi hanga dinagdee biyyaa utubuu qabu utubaa hinjiru. Nutis dhimmoota kanaafi waliigala... Read more »

 Maalummaafi faayidaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa (Faayidaa)

Maalummaafi faayidaa Waraqaan Eenyummaa Biyyaalessaa qabu ilaachisuun gaafdeebii Sagantaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaatti, Ittigaafatamaa Kominikeeshiniifi Hariiroo Hawaasaa Obbo Abeenezar Fallaqaa waliin taasifne akka armaan gadiitti dhiyeessineera. Bariisaa: Itoophiyaatti hojiirra oolmaan Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa... Read more »

 Iccitiiwwan milkaa’inaa damee qonnaa waggoota shanan darbanii

Misooma qamadii bonaatiin bara kana lafa hektaara miliyoona afur ta’u, misoomsuuf karoorfamee hanga ammaatti lafti hektaarri miliyoona 1.3 ta’u qotamee kan qophaa’e yemmuu ta’u, lafti hektaarri kuma 600 ta’u immoo faca’uu ragaan... Read more »

 Teknolojiitti dhimma bahuun addunyaa waliin tarkaanfachuun barbaachisaadha

Bu’a qabeessummaa dhaabbata tokkoo keessatti teknolojiin dhibbantaa 85 ol gahee qaba. Addunyaarratti hojiilee omishaa hojjetaman keessatti, akkasumas tajaajiloota manneen hojii mootummaafi dhuunfaan kennaman keessatti hammi teknolojii fayyadamuufi dhiibbaan teknolojii ariitii cimaadhaan dabalaa... Read more »