Waa’ee sagalee guddaa dhaabbilee amantii keessaa bahaniirratti haa mari’annu

Rabbi isa asaasee ykn sagaleesaa gadibuusee kadhatu hindhagahu kan jedhu hinjiru; mirgi amantaa fedhan hordofuu seeraan kan kenname ta’us yeroo tokko tokko daangaa seeraa darbanii amantaan kan kootu caala, kan kootu biyya... Read more »

 Tarkaanfii cimee ittifufuu qabu

Mootummaan eeyyantaa ummataatiin aangoo qabate tajaajila si’ataa, haqaqabeessaafi qulqulluu ummataaf kennuuf hojjetaa jira. Manneen hojii mootummaas seera, labsiifi qajeelfama manni hojichaa qabu bu’ureeffachuun abbaa dhimmaatiif tajaajila iftoominaafi haqummaa qabu kennuuf dirqama qabu.... Read more »

 Guyyaan Dubartoota Addunyaa (‘March 8’) yoom, akkamitti jalqabame?

Guyyaan Dubartoota Addunyaa (‘March 8’) warraaqsa dubartootaatiin kan jalqabe yoo ta’u, guyyaan kun yeroo ammaa Mootummoota Gamtoomaniin beekamtii argatee waggaa waggaan mata duree gara garaatiin kabajamaa jira. Guyyaan Dubartoota Addunyaa (‘March 8’)... Read more »

Dubartoota haa ga’oomsinu, misoomaafi nageenya haamirkaneessinu

Rakkoolee walxaxoofi dhabiinsa hubannoo addunyaa, ardiifi biyya keenya keessa turaniin dubartootarra dhiibbaawwan kanneen akka dinagdee, siyaasaafi hawaasummaatiif saaxilamaa turuunsaanii nibeekama. Guyyaan dhiibbaa dubartootarra ga’aa ture kana balaaleffachuu ittijalqabame akka addunyaatti yeroo 113ffaaf,... Read more »

 Miira injifannoo Adwaatiin nageenyaafi misoomaan Adwaa biraa galmeessisuu

Injifannoon Adwaa mo’annaa ummatoonni gurraachonni ittiin boonaniifi agarsiistuu humna tokkummaafi walooti. Injifannichi adeemsa seenaa karaa barame kan jijjiireedhas. Injifannoon Adwaa lammiileen Itoophiyaa dhimma biyyasaaniirratti eenyummaa waloo akka gabbifataniif waan guddaa gumaacheera. Injifannoon... Read more »

 Dajjaazmaach Garasuu Dhukii (Abbaa Booraa)

Dajjaazmaach Garasuu Dhukii abbaasaanii Obbo Dhukii Dhabsuufi haadhasaanii Aadde Warqee Elemaarraa Caamsaa 19 bara 1897Godina Shawaa Kibbaa Lixaa, Aanaa Walisoo, Maaruu, bakka addaa Kaaroo jedhamutti dhalatan. Dajjaazmaachi Garasuun maatiisaaniif ilmasaanii 6ffaadha. Dajjaazmaachichi... Read more »

 Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa

Abbootii Gadaa, haadholii Siinqeefi abbootii amantii dabalatee kutaaleen hawaasaa gara garaa naannoo Oromiyaarraa dhufan Roobii darbe Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa haala daran miidhaguun ijaaramee tibbana eebbifame daaw’ataniiru. Injifannoon Adwaa weerartuu dhaloota gabbarsiisuuf,... Read more »

 Nagaafi misooma dhugoomsuun jaalalaan jiraachuu

Rakkoo nageenyaa iddoowwan tokko tokkotti biyya keenya mudate akka furamuuf ummanniifi bakka buutonnisaa olaantummaan seeraa mirkanaa’ee nageenyi waaraan akka bu’uuf waltajjiilee argatan hundarratti gaafachaa jiru. Mootuummaanis tibbana qondaaltotasaa olaanaa kanneen sadarkaa federaalaafi... Read more »

 Waa’ee walaloo faaruu Gamtaa Afrikaa kana beektuu?

Yaa’iin 37ffaan hoggantoota Gamtaa Afrikaa har’aafi boru teessoo waajjirasaa kan taate, Finfinneetti taa’ama. Gaazexaan Bariisaas kanuma sababeeffachuun maxxansasaa kanaan duraatiin mataduree, “Itoophiyaan Gamtaa Afrikaatiif maal gumaachite” jedhuun waan Yunivarsiitii Ambootti Daarektara Giddugala... Read more »

 Gamtaa Afrikaa: Waltajjii milkaa’inoonni Itoophiyaa ittiqoodamu

Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa (DhTA) duraanii bara 1963tti qindoomina mootummoota Afrikaa walaba ta’an 32n Itoophiyaa, Finfinneetti hundeeffame. Yeroo sanatti mootiin Itoophiyaa Hayilasillaaseefi pirezidaantiin Gaanaa Kiwaamii Nikurumaah dhaabbaticha hundeessuuf gahee guddaa akka fudhatan seenaan... Read more »